6 Aug 2026, 18:07 UTC255 views7 reactionsread 7 August 2026 ✨ 𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐟𝐢 𝐌𝐚𝐜𝐚𝐚𝐟𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢: 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢/𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 ✨
━━━━━✨━━━━━
1️⃣ 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 (𝐎𝐧𝐞𝐧𝐞𝐬𝐬 𝐨𝐟 𝐆𝐨𝐝)
📖 𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐚𝐛𝐚𝐣𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢:
Al-Ikhlas 112:1
قُلۡ هُوَ ٱللَّهُ أَحَدٌ
Say, "He is Allāh, [who is] One,[1]
Jedhi: "Inni Allaah (gabbaramaa dhugaa) tokkicha.[1]
📜 𝐌𝐚𝐜𝐚𝐚𝐟𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢:
“Yaa Israa'el dhaga'i! Waaqayyo gooftaan keenya Waaqayyo isa tokkicha!”
[Seera Keessa Deebii…
❤5👍1🥰1
3 Aug 2026, 18:40 UTC602 views14 reactionsread 7 August 2026 📢 𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀! 📢
𝑯𝒂𝒍𝒒𝒂𝒂𝒏 𝑨𝒃𝒃𝒂𝒂 𝑱𝒊𝒇𝒂𝒂𝒓 bifa idileetiin (lafarratti) magaalaa Jimmaa keessatti barattoota kumaatamaan lakkaa'aman fanniiwwan barnoota Islaamaa guutuu barsiisaa jiraachuun isaa ni beekama.
𝑨𝒍𝒉𝒂𝒎𝒅𝒖𝒍𝒊𝒍𝒍𝒂𝒉! Amma immoo barnoota lafarratti baratamaa jiru kana bifa sagaleetiin (Audio) waraabuudhaan darsiiwwan garaa garaa chanalii kana irratti maxxansuu jalqabeera.
✨ 𝑭𝒂𝒏𝒏𝒊𝒊𝒘𝒘𝒂𝒏 (𝑮𝒐𝒔𝒂 𝑩𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂) 𝑫𝒉𝒊𝒉𝒂𝒂𝒕…
❤9👍3🥰2
2 Aug 2026, 13:06 UTC725 views16 reactionsread 7 August 2026 QUR’AANNI JECHA ALLAAHAA TAHUU SABACHISUU.
[At-Taubah 9:6]
{وَإِنۡ أَحَدࣱ مِّنَ ٱلۡمُشۡرِكِينَ ٱسۡتَجَارَكَ فَأَجِرۡهُ حَتَّىٰ يَسۡمَعَ كَلَٰمَ ٱللَّهِ ثُمَّ أَبۡلِغۡهُ مَأۡمَنَهُۥۚ ذَٰلِكَ بِأَنَّهُمۡ قَوۡمࣱ لَّا يَعۡلَمُونَ}
{Yoo tokkoon qindeessitoota irraa ta’e nagaya gochuu sirra barbaade,nagaya isaaf godhi hanga inni jecha Rabbii (qur'aana) dhagahutti, Sana booda iddoo nagaya isaatiin isa ga’i, Kun waan isaa…
❤7👍3🥰3👌2🖕1
30 Jul 2026, 19:51 UTC940 views16 reactionsread 7 August 2026 Macaafa Qulqulluu keessatti yommuu ibsa waa’ee nabiyyii keenya kabajamoo (Sallallaahu Alayhi Wasallam) haasofnu, warroota kitaabaa wajjin onnee guutuun marii godhuuf ragaa gahaa qabna; sababni isaatis dhugaawwan mirkanaayan muraasonni wanta jiraniif.
Yommuu gaafii sadarkaa addunyaa kan jireenya yeroo maraa irraa eegallu nuti akka muslimootaatti isaaniif ragaalee mirkanaayan dhiheessuun beekkumsa gad fagoo isa hubann…
❤9🥰5👍2
28 Jul 2026, 06:10 UTC≈1,070 views17 reactionsread 7 August 2026 Warri Kitaabaa Dhugaa Dhoksuu Isaanii
Allaahaan (Subhaanahu Wata’aalaa) akkana jedha:
“Yaa Ilmaan Israa’il! Tola kiyya kan Ani isin irratti oole yaadadhaa. Waadaa kiyyas guutaa; Anis waadaa keessan ni guuta. Ana qofas sodaadhaa. Waan (Qur’aana) Ani buuse kan dhugo’oomsaa waan isin bira jiruu (tawraati fi wangeelii) ta’ettis amanaa. Jalqaba mama isatti kafarees hin ta’inaa. Keewwatoota kiyyaanis gatii xiqqoon hin bi…
❤10👍4🥰2👎1
24 Jul 2026, 18:15 UTC≈6,410 views21 reactionsread 7 August 2026 Photo
𝑨𝒔𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖 𝑨𝒍𝒆𝒚𝒊𝒌𝒖𝒎 𝑾𝒐𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒕𝒖𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒊 𝑾𝒐𝒃𝒂𝒓𝒂𝒌𝒂𝒂𝒕𝒖𝒉𝒖𝒖
الحمد لله رب العالمين 🤲
Gammachuu guddaadhaan isin beeksisna! 🎉
Tola Rabbiitiin ergasii deeggarsa keessaniin fuulli Telegram keenya hordoftoota 1,000 (1️⃣🔠) ga'eera. Kun milkaa'ina keenya qofa osoo hin taane, milkaa'ina maatii keenya hundaati.
Galanni guddaan Rabbii keenyaaf haa ta'u. Itti aansuunis, galata guddaa isin hundaaf dhiyeessina. Jaalalli, deeggarsi, qoo…
❤14👍4🥰3
23 Jul 2026, 11:02 UTC≈1,180 views15 reactionsread 7 August 2026 𝐍𝐀𝐌𝐎𝐎𝐍𝐍𝐈 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌𝐔𝐌𝐌𝐀𝐀𝐍 𝐀𝐉𝐉𝐄𝐄𝐂𝐇𝐀𝐀𝐓𝐓𝐈 𝐀𝐉𝐀𝐉𝐀 𝐉𝐄𝐓𝐓𝐀𝐍𝐈𝐈𝐅 𝐌𝐄𝐄 𝐑𝐀𝐆𝐀𝐀 𝐐𝐔𝐑'𝐀𝐀𝐍𝐀𝐀 𝐅𝐈𝐈 𝐌𝐀𝐂𝐀𝐀𝐅𝐀 𝐈𝐑𝐑𝐀𝐀 𝐖𝐎𝐋 𝐁𝐈𝐑𝐀 𝐐𝐀𝐁𝐔𝐔𝐃𝐇𝐀𝐀𝐍 𝐇𝐀𝐀 𝐈𝐋𝐀𝐀𝐋𝐋𝐔𝐔!!
Join @Rafiiqul_Islaam godhaa!!
﴿مِنْ أَجْلِ ذَٰلِكَ كَتَبْنَا عَلَىٰ بَنِىٓ إِسْرَٰٓءِيلَ أَنَّهُۥ مَن قَتَلَ نَفْسًۢا بِغَيْرِ نَفْسٍ أَوْ فَسَادٍۢ فِى ٱلْأَرْضِ فَكَأَنَّمَا قَتَلَ ٱلنَّاسَ جَمِيعًۭا وَمَنْ أَحْيَاهَا فَكَأَنَّمَآ أَحْيَا ٱلنَّاسَ جَمِيعًۭا ۚ وَلَقَدْ جَآءَتْهُمْ رُسُلُن…
❤13👍1🥰1
17 Jul 2026, 15:15 UTC≈1,410 views14 reactionsread 7 August 2026 Rabbiin keenya tokkicha malee kan biraa hin jiru.
#Roomaa:- 3:30 "ወይስ እግዚአብሔር የአይሁድ ብቻ አምላክ ነውን? የአሕዛብስ ደግሞ አምላክ አይደለምን? አዎን፥ የተገረዘን ስለ እምነት ያልተገረዘንም በእምነት የሚያጸድቅ አምላክ አንድ ስለ ሆነ የአሕዛብ ደግሞ አምላክ ነው።
"Waaqayyo tokkicha erga ta’ee, saba yahuudotaa warra dhagna qabatan amantii isaaniitiin, saba warra kaan warra dhagna hin qabatinis amantiidhuma isaaniitiin qajeelota isaan ni godhata".
#Phawuloos; ummata roomaa jiraniif…
❤12👏2
15 Jul 2026, 07:37 UTC≈1,270 views9 reactionsread 7 August 2026 #Saala Yesuus
Maqaa Rabbii Ar-Rahmaan, Ar-Rahiimiin.
Al-Maa’idah 5:17:
“Dhugumatti warri, ‘Rabbiin isuma Masiih ilma Maryam’ jedhan kafaraniiru.”
لَّقَدْ كَفَرَ الَّذِينَ قَالُوا إِنَّ اللَّهَ هُوَ الْمَسِيحُ ابْنُ مَرْيَمَ
As keessatti jechi “saala” jedhu, garaagarummaa qaama saalaa dhiiraa fi dubartii, jechuunis qaama wal-hormaataa — Sexual Organ jechuu dha. Jechi “ulfa” jedhu immoo, uumama gadameessa keessatti…
❤7👍1🥰1
15 Jul 2026, 07:37 UTC≈1,490 views20 reactionsread 7 August 2026 Gabaabumatti, namni daangeffamaa, qaama qabuu fi ijaan mul’atu dha. Waaqummaan immoo faallaa isaa, guutuu, qaama hin qabnee fi ijaan hin mul’anne dha:
Hose’aa 11:9:
“Ani Waaqadha malee nama miti.”
διότι Θεὸς ἐγώ εἰμι καὶ οὐκ ἄνθρωπος·
Rabbiin uumama hundaan ala jiraatee, uumamoota hunda marsaa fi isaan irratti aangoo qaba. Inni uumama keessatti daangeffamee waan hin jirreef nama miti.
Namni garuu uumama qaama gab…
❤12👍4🥰4
15 Jul 2026, 07:36 UTC933 views9 reactionsread 7 August 2026 Photo
#Saala Yesuus
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/25
❤6👍2🥰1
13 Jul 2026, 07:05 UTC≈1,060 views13 reactionsread 7 August 2026 𝐈𝐲𝐲𝐚𝐬𝐮𝐮𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐉𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐈𝐧𝐧𝐢𝐧𝐮𝐮 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐧 𝐐𝐚𝐛𝐚 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚. (𝐑𝐚𝐠𝐚𝐚) 𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐌𝐚𝐜𝐚𝐚𝐟𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐚𝐭𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐖𝐨𝐥𝐮𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐇𝐚𝐚 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐥𝐮𝐮
𝐑𝐀𝐆𝐀𝐀 𝐐𝐔𝐑'𝐀𝐀𝐍𝐀𝐀
𝐓𝐚𝐟𝐬𝐢𝐢𝐫𝐚 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨
Al-Imraan 3:51
إِنَّ اللَّهَ رَبِّي وَرَبُّكُمْ فَاعْبُدُوهُ ۗ هَٰذَا صِرَاطٌ مُّسْتَقِيمٌ
Dhugumatti Rabbiin Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessan; kanaafuu Isa gabbaraaKun karaa qajeelaadha.”
𝐀𝐦𝐡𝐚𝐫𝐢𝐜 𝐓𝐚𝐟𝐬𝐢𝐫
Al-Imran 3:51
إِنَّ اللَّه…
❤9👍2🥰2
Showing the 12 most recent of 21 posts we hold for @Rafiiqul_Islaam. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.