22 Aug 2026, 14:52 UTC465 views6 reactionsread 29 August 2026 #update
Qabxii keessan ilaaluu kan dandeessan ykn kan gadi dhiifamu wiixata ykn Kibxata
dha.
Bara kanas remedial 'n kan jiru yoo ta'u garuu Akka Bara darbee baayyinaan hin fudhatu jedhame.
Ibsi akkuma itti fufetti Jira hordofnee kan isin biraan geenyu ta'a .
Copy
👍6
22 Aug 2026, 14:48 UTC744 views6 reactionsread 29 August 2026 Midiyaaleen tokko tokko akkas jechaa jiru
Bu'aan qormaataa bara barnootaa 2018 barattoota kutaa 12ffaa ifoome
AMN PLUS - Hagayya 16/2018
Barattoota Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 qoramaan keessaa harki 12.8 qofti qabxii darbiinsaa argachuu Ministeerri Barnootaa beeksiseera.
Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa Miidiyaaleef kennaniin; barattoota kuma 550 qormaata kutaa 12ffaa fudhat…
❤4👏2
21 Aug 2026, 16:12 UTC475 views6 reactionsread 29 August 2026 Anbiyoonni (Raajonni) hundi Muslimoota ta'uu, Rabbii tokkicha gabbaruu fi amantiin Isaanii fi kan hordoftoota isaani Islaamummaa ta'uu akka armaan gadii kanatti ragaan mirkaneessina.
Rabbiin Nuuh Muslima (nama fedhinnaa Rabbiif kenne) ta'uu isaa ilaalchese jecha inni ummata isatiin jedhe Qur'aana keessatti yeroo nuuf himu akkas jedhe:"..Mindaan kiyya Rabbi irratti malee hin taane. Ani Muslimtoota irraa ta’uuttiin a…
❤6
20 Aug 2026, 14:24 UTC451 views2 reactionsread 29 August 2026 Islaamummaan yoom eegalame?
Akka namoonni hedduun beekanutti(hubatanutti) amantiin Islaamaa nabi Muhammadiin saw jalqabame. Mana barnootaattis kanumatu barsiifama. Garuu yaadni kun sirrii miti. Dhugaan jiru amantiin Islaamaa gaafa nabi Aadam irraa jalqabee Nabiyyoota (Raajota )hundaan osoo barsiifamuu as ga'e. Nabi Muhammadis ni jalqabe osoo hin taane isa irraafatamee namoonni daandii biraa baafatan haaromsuu fi s…
❤2
17 Aug 2026, 15:44 UTC562 views5 reactionsread 29 August 2026 Kiristaanonni "Waa'ee eenyumma Yesuus nutu isin Muslimoota caala beeka" jedhan. Tole dhugaan jiru faallaa kanaa ta'us dubbii gabaabsuuf yaada keessan kanaan yoon walii gale,
✅Waa'ee Yesuus isin caalaa immoo barattoota Yesuus kan isaa wajjin turantu beeka. Isaan Yesuus Nabiyyiidha jedhan. “Hundumti isaaniis, na'anii, "Raajiin guddaan nu keessaa ka'eera; Waaqayyo saba isaa ilaaleera" jedhanii Waaqayyoof hooqubaa dh…
❤5
17 Aug 2026, 08:44 UTC558 views5 reactionsread 29 August 2026 Kitaabicha irraa Kan fudhatama
“Waa’ee Islaamummaa ilaalchisee wanti namni dura beekuu fi sirriitti
hubachuu qabu hiikaa jecha “Islaam” jedhuuti. Amantiin Islaamaa dhaloota ykn mul’achuu nama tokkoo booda hin moggaafamne. Akka Kiristaanummaan
Kiristoosiin (Yesuusiin) booda moggaafame, Budhizimiin Gotama Buddha booda moggaafame, Koonfushi’anizimiin(Confucianism)
Koonfuushes (Confucius) booda
moggaafame, Maarkizimiin …
👍4❤1
15 Aug 2026, 16:26 UTC623 viewsread 29 August 2026 Yoo isin hin rakkisu ta'e namootaaf group keessaa jirtanutti share godha.
15 Aug 2026, 12:08 UTC654 views14 reactionsread 29 August 2026 Photo
Kitaaba ajaa'ibaa ISLAMUMMAAN KANA jedhu kan Waa'ee Yesuus, Islaamummaa fi Kiristaanummaa dubbatu kana buufadha dubbisa! Barnoota guddaa irraa argattu jedheen yaada. Share waliif godha!
@Saahibuddiin28
👍11❤3
15 Aug 2026, 12:07 UTC608 viewsread 29 August 2026 File
File, posted without a caption
14 Aug 2026, 14:01 UTC795 views10 reactionsread 29 August 2026 Video
"Osoon Islaamummaa hin fudhatin NABIYYII Muhammadii fi Muslimoota arrabsaan ture. Garuu Amma dhugaa argadheen Jira. Nabi Muhammadii fi Muslimoonni akka dhiifama naaf godhan kadha." Jetti obboleettiin koo Qaalkidaan wadasan. Eeyyeen amantii Islaamaa fudhachuu dhabuuf sababaan jiru tokko qofa. Innis karaa sirrii ta'een waa'ee isaa beekuu dhabuufha.
Viidiyoo fi barnoota dabalataa argachuuf chaanaalii keenya armaan ga…
❤9👍1
12 Aug 2026, 17:15 UTC790 views7 reactionsread 29 August 2026 Forwarded from @one1a2Video
Waan faannoon uummata keenyaa fi qabeenya isaa irratti dalagaa jirtu argitanii?😭
😢4😭2🤬1
12 Aug 2026, 14:13 UTC689 views8 reactionsread 29 August 2026 An Kan naaf galuu dide ummata kana irraa Yoom ajjeechaan dhaabbata ? Yoom boqatee lafa isaa irra jiraata ? Lafti keenya ormaaf lafa boqonnaa nuuf lafa boo'ichaa maaftaate ?
😭7🔥1
Showing the 12 most recent of 35 posts we hold for @Saahibuddiin28. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.