24 Jul 2022, 13:38 UTC171 viewsread 10 August 2026 Forwarded from @alfannn
# silkii isaa ol fudhateeti saahiba isaatti dawwalee akkana ja"en...
Ummaa tiyya qacollatti dhukkuba mallaqaan dawaan isiif bitu hin qabu ja"en..!!
Saahibni isaatis akkana ja"eti Isaaf deebise...
Yaa saahiba kiyya anaatu mallaqa sitti kannaa asrii booda naaf dawwali ja"en.!!
Yeroo asrii eegeeti itti dawwale garuu silkiin isaa cufaa taate ...hedduu rifate.!!
Yeroo hedduu irra daddebi"eti silkii itti dawwale hang…
Signed Salim Ibn Adam
11 Jun 2022, 22:41 UTC152 viewsread 10 August 2026 Forwarded from @risalaTubePhoto
#Hawaasa Muslimaa Indiyaa;
"Nu ajjeesuu dandeessu, garuu osoo nuti lubbuun jirru goonkumaa jaalaalle keenya Muhammad [s.a.w] tuffachuu hin yaalinaa."
#Aduwwiin islaamaa yeroo hunda jibba Islaamummaa fi Nabiyyii keenya Muhammad [s.a.w] irraa qaban akkumayeroo calanqisisanitti, Qondaaltonni olaanoon paartii biyya Indiyaa bulchaa jiru lama dubbii jibbiinsaa waa’ee Nabii Mohaammad dubbachuun biyyoota musliimaa hedduu …
Signed Salim Ibn Adam
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 18 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 30 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
12 Sept 2021, 12:29 UTC88 viewsread 10 August 2026 Madoofneetiin faana miilaa,
Ejjachuudhaaf nutti ulfaatee;
Jalaan dachiitu nu quuqaa,
Gubbaan ba'aan nutti ulfaatee;
Laalaan isaa ni jabaataa,
Waan nu baanne eenyutu baatee?
#Dhugaa
Follow | @saliim_qalb
Signed Salim Ibn Adam
12 Sept 2021, 12:28 UTC≈3,050 viewsread 10 August 2026 Madoofneetiin faana miilaa,
Ejjachuudhaaf nutti ulfaatee;
Jalaan dachiitu nu quuqaa,
Gubbaan ba'aan nutti ulfaatee;
Laalaan isaa ni jabaataa,
Waan nu baanne eenyutu baatee?
#Dhugaa
Follow | @saliim_qalb
Signed Salim Ibn Adam
12 Sept 2021, 12:28 UTC165 viewsread 10 August 2026 Madoofneetiin faana miilaa,
Ejjachuudhaaf nutti ulfaatee;
Jalaan dachiitu nu quuqaa,
Gubbaan ba'aan nutti ulfaatee;
Laalaan isaa ni jabaataa,
Waan nu baanne eenyutu baatee?
#Dhugaa
Follow | @Saalawata_busaa
Signed Salim Ibn Adam
12 Sept 2021, 12:26 UTC161 viewsread 10 August 2026 Forwarded from @Baytal_Hudaa
GUYYAA JAHAN GAMMACHUU NAMA MUSLIMAA !!!
□□□□□□□□□□□□□□□□□□□□□
1: Guyyaa Osoo Dilii Hin Dalagin oole
2: Guyyaa Tokkichummaa Rabbii Ragaa Bahee Khaatimaa Bareedduun Addunyaa Tanarraa Deeme
3: Guyyaa Qabrii Keessatti Gaafii Nakiirii fii Munkar Deebise
4: Guyyaa Qiyaamaa Yeroo Kitaaba Galmee Hujii Isaa Harka Mirgaatiin Fudhatu
5: Guyyaa Siraaxirra Dabree Nagayaan Jannata Seene
6: Guyyaa Fuula Rabbii Isaa Arke
🤲…
Signed Salim Ibn Adam
10 Sept 2021, 01:01 UTC136 viewsread 10 August 2026 Forwarded from @Baytal_HikmaPhoto
Kana beektaa
Yeroo kee akka barbaadamutti hoogganuun umrii kee irratti yeroo hedduu akka dabalu ,yoo yeroowwan umrii kee irraa qisaasawanitti tolchitee fayyadamte?
⏱ guyyatti daqiiqaa 15niif yoo qur'aana qaraate ykn kitaaba dubbiste waggaa keessatti guyyaa 13 umrii keetti dabaltee jirta
⏱guyyaa hunda daqiiqaa 30 tti yoo fayyadamte waggaa keessaa guyyaa 26 dabaltee jirta
⏱kana jechuun waggaa 1 keessaa ji'a …
Signed Salim Ibn Adam
7 Sept 2021, 12:28 UTC122 viewsread 10 August 2026 Forwarded from @derajemea
✳️JAALALA(AL-MAHABBAA)
☆Jaalala :- Jaalala Rabbiitii fi Ergamaa isaatiin mi'aan iimaanaa argama.
📚Akkuma Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam jedhan “Waa sadi namni qabaate mi'aa iimanaa ni argata
1ffaan Rabbiifi ergamaan isaa waa hunda caalaa isa biratti jaallatamaa ta'uu,
2ffaan nama jaallatu tokko Rabbuma qofaaf jedhee jaallachuu
3ffaan akkuma abidda keessa bu'uu jibbutti erga Rabbi irraa isa baraaree booda ku…
Signed Salim Ibn Adam
5 Sept 2021, 22:22 UTC123 viewsread 10 August 2026 Forwarded from @nuuralhudaa1
"Dhugatti Mu'minni Mu'minaaf akka dhaaba manaati. (Jidaarri ykn girgiddaan manaa)gariin isaa garii jabeessa."
Nabi Muhammadﷺ
[Bukhaarii : 481]
- Qubbeen harka isaa wal keessa naqee Sahaabaa garsiisaa ergamaan Rabbii kana dubbate. Gosa garagaraa irraa dhalatus, afaan adda addaa dubbatus, bifa garagaraa qabaatus namni Rabbitti amane(Muslimni) hundi obboleeyyani. Wal deeggara! Hanqina walii guutee wal jabeessa. Yaada a…
Signed Salim Ibn Adam
5 Sept 2021, 22:22 UTC118 viewsread 10 August 2026 Forwarded from @nuuralhudaa1Photo
Ihsaana(Ibaadaa Tolchuu)
Ihsaanni (ibaadaa tolchuun) ibaadaa keessatti maali?
Ergamaan Rabbii ﷺ akkana je’e:
(الإحسان أن تعبد الله كأنك تراه
فإن لم تكن تراه فإنه يراك) رواه مسلم
(Ihsaanni ati Allaah gabbaruudha akka waan isa agartutti, Yoo ati isa arguu baattes, Inni si arga)
Muslimtu gabaase.
Rabbiin ol tahe akkana jedha:
الذي يراك حين تقوم(٢١٨)وتقلبك في الساجدين(٢١٩)
{Inni isa si argu yeroo ati dhaabbattu, Ammall…
Signed Salim Ibn Adam
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Nural_Jannaha. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.