16 Jun 2022, 21:41 UTC50 viewsread 12 August 2026 #Nabii rabbiitti akkaan dhihaatuuf
ﻗﺎﻝ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ :" ﺇﻥ ﺃﻗﺮﺑﻜﻢ ﻣﻨﻲ ﻳﻮﻡ ﺍﻟﻘﻴﺎﻣﺔ ﻓﻲ ﻛﻞ ﻣﻮﻃﻦ ﺃﻛﺜﺮﻛﻢ ﻋﻠﻲ ﺻﻼﺓً ﻓﻲ ﺍﻟﺪﻧﻴﺎ"
#isinirraa irra natti dhihaataan guyyaa qiyaamaa, isaa salawaata heddumeessuudha, yeroo addunyaa jiru.
#salawaanni irra jabduu zikriidha keessayi salawaata buusuu heddumeessaa.
#Allaahumma_salli_wa_sallim_alaa_sayyidinaa_Muhamed
By firo
Signed Salim Ibn Adam
16 Jun 2022, 21:33 UTC41 viewsread 12 August 2026 Forwarded from @AlfalahDawagrp
Yaa Rabbi!
Cufa qalbii dheebottuu akkasuma ija boochuu gama khee laalaa jirtu cufa; qeebaltii fi tolina Rahmata keetiitiin gara isaanii milladhu!
Yaa Arhama Raahimiin💔
@Alfalahdawagrp 🍀
Signed Salim Ibn Adam
11 Jun 2022, 23:07 UTC39 viewsread 12 August 2026 Forwarded from @nuuralhudaa1
Waraanni waan hamaadha. Namni fagoo taa’ee waraanatti wal kakaasa malee inni uggee itti seenu muraasa. Addunyaan amma dura waraana garagaraa heddu keessummeessitee jirti. Lubbuu heddu itti gabbartee, qabeenya heddus dhangalaastee jirti. Waraana Addunyaa lammaffaa booda waraanarraa fagaatuudhaaf tattaaffiin hedduun godhamus, qabatamaan wanti lafa jiru garuu ammas waraanni biroo waan as deemaa jiru fakkeessa. Mudannoow…
Signed Salim Ibn Adam
11 Jun 2022, 22:41 UTC22 viewsread 12 August 2026 Forwarded from @risalaTubePhoto
#Hawaasa Muslimaa Indiyaa;
"Nu ajjeesuu dandeessu, garuu osoo nuti lubbuun jirru goonkumaa jaalaalle keenya Muhammad [s.a.w] tuffachuu hin yaalinaa."
#Aduwwiin islaamaa yeroo hunda jibba Islaamummaa fi Nabiyyii keenya Muhammad [s.a.w] irraa qaban akkumayeroo calanqisisanitti, Qondaaltonni olaanoon paartii biyya Indiyaa bulchaa jiru lama dubbii jibbiinsaa waa’ee Nabii Mohaammad dubbachuun biyyoota musliimaa hedduu …
Signed Salim Ibn Adam
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 18 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 30 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
12 Sept 2021, 12:29 UTC36 viewsread 12 August 2026 Forwarded from @Nural_Jannaha
Madoofneetiin faana miilaa,
Ejjachuudhaaf nutti ulfaatee;
Jalaan dachiitu nu quuqaa,
Gubbaan ba'aan nutti ulfaatee;
Laalaan isaa ni jabaataa,
Waan nu baanne eenyutu baatee?
#Dhugaa
Follow | @saliim_qalb
Signed Salim Ibn Adam
10 Sept 2021, 01:01 UTC39 viewsread 12 August 2026 Forwarded from @Baytal_HikmaPhoto
Kana beektaa
Yeroo kee akka barbaadamutti hoogganuun umrii kee irratti yeroo hedduu akka dabalu ,yoo yeroowwan umrii kee irraa qisaasawanitti tolchitee fayyadamte?
⏱ guyyatti daqiiqaa 15niif yoo qur'aana qaraate ykn kitaaba dubbiste waggaa keessatti guyyaa 13 umrii keetti dabaltee jirta
⏱guyyaa hunda daqiiqaa 30 tti yoo fayyadamte waggaa keessaa guyyaa 26 dabaltee jirta
⏱kana jechuun waggaa 1 keessaa ji'a …
Signed Salim Ibn Adam
5 Sept 2021, 22:22 UTC35 viewsread 12 August 2026 Forwarded from @nuuralhudaa1
"Dhugatti Mu'minni Mu'minaaf akka dhaaba manaati. (Jidaarri ykn girgiddaan manaa)gariin isaa garii jabeessa."
Nabi Muhammadﷺ
[Bukhaarii : 481]
- Qubbeen harka isaa wal keessa naqee Sahaabaa garsiisaa ergamaan Rabbii kana dubbate. Gosa garagaraa irraa dhalatus, afaan adda addaa dubbatus, bifa garagaraa qabaatus namni Rabbitti amane(Muslimni) hundi obboleeyyani. Wal deeggara! Hanqina walii guutee wal jabeessa. Yaada a…
Signed Salim Ibn Adam
4 Sept 2021, 21:29 UTC31 viewsread 12 August 2026 Forwarded from @nuuralhudaa1
Du’aa'ii bareedduu tana qomatti qabannee Rabbiin haa kadhannuu!
“ اللَّهُمَّ اهْدِنِي فِيمَنْ هَدَيْتَ وَعَافِنِي فِيمَنْ عَافَيْتَ وَتَوَلَّنِي فِيمَنْ تَوَلَّيْتَ وَبَارِكْ لِي فِيمَا أَعْطَيْتَ وَقِنِي شَرَّ مَا قَضَيْتَ إِنَّكَ تَقْضِي وَلاَ يُقْضَى عَلَيْكَ وَإِنَّهُ لاَ يَذِلُّ مَنْ وَالَيْتَ تَبَارَكْتَ رَبَّنَا وَتَعَالَيْتَ ” .
Allaahumma-hdinii fiiman hadeyta wa’aafinii fiiman aafeyta. Watawallanii fi…
Signed Salim Ibn Adam
31 Aug 2021, 21:06 UTC30 viewsread 12 August 2026 Forwarded from @nuuralhudaa1
"Lubbuu teessanirratti waan gaarii malee hin kadhatinaa. Malaa'ikaan waan isin jettanirratti 'Aamiin' jatti."
Nabi Muhammadﷺ
[Muslim : 920]
- If hin abaarinaa. Gaariifi badduu isin dubbattan mara Malaa'ikaan ni galmeessiti.
*لا تَدْعُوا علَى أَنْفُسِكُمْ إلَّا بخَيْرٍ، فإنَّ المَلَائِكَةَ يُؤَمِّنُونَ علَى ما تَقُولونَ.*
الراوي : أم سلمة أم المؤمنين.
NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
Signed Salim Ibn Adam
19 Aug 2021, 23:19 UTC28 viewsread 12 August 2026 Madoofneetiin faana miilaa,
Ejjachuudhaaf nutti ulfaatee;
Jalaan dachiitu nu quuqaa,
Gubbaan ba'aan nutti ulfaatee;
Laalaan isaa ni jabaataa,
Waan nu baanne eenyutu baatee?
#Dhugaa
Follow | @Saalawata_busaa
Signed Salim Ibn Adam
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @saliim_qalb. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.