3 Nov 2025, 15:30 UTC≈1,060 views3 reactionsread 10 August 2026 Yaa Sayyidii! Yaa Mowlaaya! Dila ni'imaa teetii nurratti dhanglaaftee nu badhaafte tan beeynuu fii tan hin beeyne ta mulattuu fii tan hin mul'anne hundi si qofarraa akka nuuf taate amanaa bariisifanne. "Allaahumma maa asbaha bii min-ni'matin ow bi ahadin min khalqika faminka wahdaka laa shariika laka. Falakal hamdu walakashukru"ღ💜
👍3
Signed Fadil
24 Oct 2025, 14:14 UTC870 views1 reactionsread 10 August 2026 Photo
✅Oduu Gammachiisaa⭕️
"Waggaa Dabre kessa " Nashiida ( music ) dibbee " qabdu gargaarasa rabbiitiin irraa dhaabachu khiyya ifa isiniif godhuun ni yadatama .Guutumaa Guututti dhiisuu osoo hin Tahin akkuma Gaafa Dura jalqabnu hojjacha Baane Nashiidaa Qulqulluu khilaafarraa walaba Taate Albuma Guutuu gargaarsa Rabbiitiin Laffaatii waggaa tokkootiin Booda qabadheetiin isiniif Dhufe .
Akka Hawaasni Irraa fayyadamuus Abdi …
❤1
Signed Fadil
9 Oct 2025, 13:41 UTC620 viewsread 10 August 2026 Yeroo wallaalaan dubbate hunda isaaf deebii kennuun,isaan falmuu fii isaan qabsoo qabuun badii inni keessa lixe keessatti isaa waliin qooda fudhachuu fii bahara dogongoraa inni seene wajjiin seenuun namoota beekumsa shari'aa qabanii fii warra beekumsa dhugaarabbii isaanii ﷻ beekaniif hin barbaachisu.»ღ
وليس ينبغي لأهل العلم والمعرفة بالله أن يكونوا كلما تكلم جاهل بجهله أن يجيبوه، ويحاجوه ويناظروه فيشركوه في مأثمه، …
Signed Fadil
Posted without readable text
6 Aug 2025, 12:17 UTC845 viewsread 10 August 2026 Forwarded from @Agartuu_media
Odaa Electronics!
Dhaabbata Gurgurtaa meeshaa Teknooloojii Amanamaa oromoo maraa irraa....
bot kana itti fayyadamaa kan Odaa Electronics dha!
100% Amanamaa dha!
Nama 1 invite gootanii qarshii 3 argattu ....yoo seeraan hojjettan Guyyaa 1 keessatti qarshii 150 baafachuu dandeessu!
👇👇👇
OdaaElectronicsPay_Bot
Signed ₹## %₹ 🐈⬛
6 Sept 2024, 19:14 UTC≈1,240 views5 reactionsread 10 August 2026 Wantoota Du’aa’ii Fudhatama Dhoorgan:
Yeroo tokko tokko ilmi namaa Rabbiin kadhatee deebii dhaba; ykn deebiin isaa jalaa tura. sababaalee keessaa gariin:
Waan Rabbiin malee jiru Isaa wajjin kadhachuu.
Du’aa’ii keessatti addaan fooyuu: Osoo ibidda irraa qofa maganfachuun ga’aa ta’ee jiru hoo’a, dhiphinnaa fi dukkana isii irraa addaan babbaasanii Rabbitti maganfachuu
Du’aa’ii muslimni karaan ala
lubbuu ofii ykn nama b…
👍4🥰1
Signed Faadil Mahdi
20 Jul 2024, 08:57 UTC≈1,390 views2 reactionsread 10 August 2026 Assalaamu aleykum warahmatullahi wa barakaatuh
❤1🤔1
Signed Faadil Mahdi
13 Jun 2024, 20:20 UTC≈1,550 viewsread 10 August 2026 هُوَ اللَّهُ الَّذِي لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ ۖ عَالِمُ الْغَيْبِ وَالشَّهَادَةِ ۖ هُوَ الرَّحْمَٰنُ الرَّحِيمُ
Signed Faadil Mahdi
31 Mar 2024, 00:16 UTC≈2,060 views5 reactionsread 10 August 2026 📜 #Leeylatul-qadr, carraa waggaatti yeroo tokko kana haa fayyadamnu.
ℹ️Hubadhu Halkan Leeylatul-Qadrii waan bararu kan samii gubbaa barbaadamu kan mullatuu miti. Halkan Leeylatul Qadrii Malaaykaan Jibriilii wajjiin gadi buuti garuu waan ilmi namaa samii keeysa ol ilaalee arguu miti. Wanti Nurraa eeggamu Ibaadaa kudhanan boodaa kana itti jabaachuudha.
#Salaata Fardii, Sunnaa Halkanii, Quraana, Zikrii,Du’aaii itti j…
👍5
Signed Faadil Mahdi
15 Feb 2024, 18:05 UTC≈1,650 views4 reactionsread 10 August 2026 ✳️Sadaqaah✳️
Ergamaan Allaahaa (S.A.W) akkana jedhan:-
➯Namni cinqiiwwan addunyaa tanaa keessaa Mu'imina tokko irraa cinqii takkattii fure, Allaahaan (S.W) cinqiiwwan addunyaa dhufuu keessaa cinqii takka irraa fura.
➯Nama rakkateef kan laaffise Allaahaa (S.W) addunyaa tanattis ta'ee addunyaa dhufutti isaa laaffisa.
➯Namni dogoggora (hanqinna) Muslimaa dhokseef Allaahaan (S.W) addunyaa tanattis ta'ee Aakirattis dogog…
👍3❤1
Signed Faadil Mahdi
23 Dec 2023, 09:52 UTC≈1,900 views11 reactionsread 10 August 2026 #Rabbiin ergamoota isaa [a.s] garii isaanii garii isaanirra caalchise, waan kanaaf hin kennin kaanif kennuun.
#Isaanirraa nama Rabbiin dubbiseetu jira, dawoon maleetti, kan akka Nabi Muusaa [a.s]
#Ammas garii darajaa hedduu ol fuudhe, namni Rabbiin darajaa guddotti ol fuudhee anbiyoota hundarra caalchise nabi Muhammadi [s.a.w] waan anbiyoota biraatii hin kennin isaani kennuun. Akka booddee anbiya'aa taasisuu, Nama …
👍8🥰2❤1
Signed Faadil Mahdi
3 Dec 2023, 19:01 UTC≈1,660 views9 reactionsread 10 August 2026 Forwarded from @risalaTubePhoto
Dubbii hikmaa xiinxallaa barbaadu.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
💬 Hayyuun islaamaa tokko akki jedhe.
"Dadhabbiin karaa rabbii keessatti dadhabde ni dabarti, ajriin isiidha ammoo siif ol kaayamti.
Mi'aan yeroo dilii dalgduu ni kutti, adabbiin isiis oluma kaayamti.
#Rabbii wajjiin tahi, waan biraa hin yaadin.
Dukkana halkanii keessa harka kee isatti ol qabii, Yaa Rabbi kiyya jedhiin! Duniyaan zikrii tee malee hin t…
❤5👍4
Signed Faadil Mahdi
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Baytal_Hudaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.