1 Dec 2023, 11:03 UTC272 views4 reactionsread 9 August 2026 GATII Irra deebiin yaaluun QABU!
@fermotivation
#seenaa_hundii_keenya_Dubbisuu_qabnu!
#DUBIISAGAARII
#JUMMATAGAARII❤️❤️❤️
Gaafa tokkoo turiistiin tokko dawoo Arbaatiin darba otoo jiru Arba guddaa haada ykn funyoo xiqqoon mila tokkorratti hidhame dhaabbatu arge aja'ibe. Kan isa dinqe Arbii guddaan kun akkamitti haada xiqqaa kanaan akka hidhamuudha. Maaliif kutuuf hin yaalle. Jechuun of…
❤4
22 Oct 2022, 22:43 UTC301 views6 reactionsread 9 August 2026 #Ilaalcha_gaarii
1. Gaafa tokko namichi tokko haayyuu falaasma biyya Faransaay Blaise Paskaal jedhamutti dhihaachuun akkana jedhen "Otoon sammuu kee qabaadhe, nama wayyaan taha ture"
Hayyichi kunis akkana jechun debiseef "Nama wayyaa tahii,yeroo kana sammuu koo ni qabaattaa.!"
Gamoon kaalgaari kan biyya kanaadaatti argamu dherina 190.8m qaba. Ulfaatinnii waligalaa isaa 10,844 tooniidha. Kana kessaa tooniin 6349 dach…
❤3👍3
26 Aug 2022, 04:00 UTC335 views5 reactionsread 9 August 2026 #Dhuguuma_Namootni_waan_jedhan_Hindhaban!
Ferhan Ahmed Yusuf ✍
Gaafa tokko Abbaan Ilma isaattii jireenyi waan barsiifte barsiisuuf qophaa'ii ganama bor imala dheeraa qabnaa sinqii fi wanta sibarbaachisu hunda qopheeyfadhu jedhaan. Ganamtii isaa ka'aanii Harree isaanii lamaan isaani yaabbatanii Imala Eegalan. Imala isaaniirra otoo jirani ummata odaa jala ta'aanii buna dhugaa hasawan biraan darban. Ummatnii kuniis " …
❤4🥰1
27 Dec 2021, 19:51 UTC540 views5 reactionsread 9 August 2026 File
Share Mudannoo_koo_kan_Dirre_Dawa_university__(Ferhan_A.)[1](1).pdf
👍5
9 Dec 2021, 15:31 UTC287 views2 reactionsread 9 August 2026 Harka fuune maatii fermotivation
Har’a waa'ee hiriyaa xiqqoo waa jechuu barbaada...
Hiriyaa jechuun
"a person who you
know well and who you like a lot, but who is usually not a member
of your family:." Kana jechun "nama sirriitti beektu kan akkaanis jaallattu garu yeroo bay'ee maatii keenya irraa kan hin taanee " jechuudha.
Yeroo hedduu namni tokko maal akka taheefi amalli isaa maal akka fakkaatu beekuuf hiriyaa …
❤2
9 Dec 2021, 15:24 UTC248 viewsread 9 August 2026 Forwarded from @YaalasammuuFile
Akkuma dubbiftaniin waliif dabarsaa
@sammuukoof join godhaa!
Maatii fayyaa sammuu ta'uudhaan gorsa waliirra hin citne qooddadhaa!
@sammuukoof
4 Sept 2021, 08:02 UTC301 viewsread 9 August 2026 Forwarded from @sammuukoof
Milkaa'inaafi kuufaati
Kutaa 1ffaa
Nama kamiifuu guyyaan borii haaraadha. Kanaaf socho'i! Hojjedhu. Hojiikee keessatti dogoggorri uumamuu danda'a. Kufaatiin illee akkasuma. Waanti fedhe yoo ta'e dogoggora hin sodaatiin. Yoo dogoggorte malee barachuu hin dandeessu.
Kufaatii hin sodaatiin. Kufii_ka'i, kufii_ka'i. Kufuukeetti ittin dhiphatiin, bu'aa jireenyaatu akkasi. Jireenyumatu akkasitti injifatama. Kufaatiin filan…
Channel photo updated
5 Jun 2021, 15:10 UTC303 views1 reactionsread 9 August 2026 #Sammuu🧠
Namuu jecha turaa "sammuun mana lubbuuti " ja'u tokko gurraa qabaachuu hin ooltan. Kun garuu anaaf sirri miti. Sammuun (mind), qaamni fi lubbuun wal adda. Ilma namaa uumaa biraa irraa adda kan godhu sammuu isaati. Dandeettii yaadu fi yaadachu inni qabuuni.
Gaaf tokko barsiisaan wa'ee sammuu barattoota isaa barsiisu fedhee kutaa ol seenee akkana jedheen "barattota, Mee caluma jedhaati waa'ee gabatee gurraac…
❤1
28 Mar 2021, 07:05 UTC502 views1 reactionsread 9 August 2026 Harka fuune maatii fermotivation
Har’a waa'ee hiriyaa xiqqoo waa jechuu barbaada...
Hiriyaa jechuun
"a person who you
know well and who you like a lot, but who is usually not a member
of your family:." Kana jechun "nama sirriitti beektu kan akkaanis jaallattu garu yeroo bay'ee maatii keenya irraa kan hin taanee " jechuudha.
Yeroo hedduu namni tokko maal akka taheefi amalli isaa maal akka fakkaatu beekuuf hiriyaa …
❤1
8 Mar 2021, 09:58 UTC230 viewsread 9 August 2026 Forwarded from @air_ethiopiaPhoto
Harka wal qabaa 💙
@Unitytube1
7 Mar 2021, 05:14 UTC636 viewsread 9 August 2026 #𝐀𝐥𝐡𝐚𝐝𝐚𝐆𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢❤️❤️❤️
𝐍𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐠𝐚𝐡𝐢𝐢 𝐨𝐛𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐤𝐨𝐨
𝐚𝐭𝐢𝐢𝐬 𝐲𝐚𝐚 𝐨𝐛𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐭𝐨𝐨...
𝐢𝐦𝐚𝐥𝐚 𝐦𝐢𝐥𝐤𝐢 𝐤𝐞𝐞
𝐤𝐚𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐤𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧 𝐠𝐚𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚
𝐝𝐡𝐮𝐠𝐮𝐦𝐚 𝐠𝐚𝐡𝐮𝐮 𝐲𝐨𝐨 𝐟𝐞𝐞𝐭𝐞𝐞
𝐧𝐚𝐝𝐡𝐚𝐠𝐚𝐡𝐢𝐢 𝐬𝐢𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐡𝐢𝐦𝐚𝐚
𝐈𝐥𝐚𝐚𝐥𝐜𝐡𝐚 𝐤𝐞𝐞 𝐭𝐨𝐨𝐥𝐜𝐡𝐢𝐢
𝐀𝐛𝐝𝐢𝐢 𝐤𝐮𝐭𝐮𝐮 𝐝𝐡𝐢𝐬𝐢𝐢
𝐤𝐚𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐤𝐞𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐜𝐢𝐜𝐡𝐢𝐢
𝐦𝐮𝐫𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨𝐟 𝐨𝐟𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐦𝐚𝐧𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐬 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐚𝐝𝐡𝐮
𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐤𝐞𝐞𝐬 𝐪𝐮𝐬𝐚𝐝𝐡𝐮𝐮
𝐭𝐚𝐫𝐭𝐢𝐛𝐚𝐚𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐝𝐡𝐮.
𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐤𝐞𝐞𝐬 𝐪𝐮𝐬𝐚𝐝𝐡𝐮
𝐭𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐛𝐚𝐚𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐝𝐡𝐮.
#share
𝐆𝐚𝐥𝐚𝐭𝐨𝐨𝐦𝐚𝐚!
#𝐅𝐞𝐫𝐡𝐚𝐧✍
#𝐒𝐮𝐧𝐝𝐚𝐲7𝐌𝐚𝐫𝐜𝐡2021
@fermotivation hom
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @fermotivation. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.