3 Aug 2026, 12:22 UTC27 viewsread 9 August 2026 Photo
🎉 40K FOLLOWERS — GALATOOMAA! 🙏❤️
40,000 FOLLOWERS! 🎉❤️
Har’a galma guddaa tokko waliin ga’anneerra — 40K Followers! 🥳🔥
Jalqaba irraa kaasee hanga har’aatti, namoota na hordoftan, post koo ilaaltan, like, comment fi share gootan hundaaf gara laafina onnee koo irraa GALATOOMAA 🙏❤️
Tokkoon tokkoon keessan guddina koo keessatti gahee guddaa qabdu. 🤝✨
Deeggarsi, jaalalli fi jajjabeessiin keessan waan ani itti fufee hojje…
Signed Kasiye Young Bøss
30 Jul 2026, 12:04 UTC46 viewsread 9 August 2026 🧠 Mental Health E-Clinic
Baga Nagaan Dhuftan!
Mental Health E-Clinic keessatti odeeffannoo sirrii fi amanamaa waa'ee fayyaa sammuu ni argattu. Kaayyoon keenya hubannoo hawaasaa guddisuu, tajaajila gorsa sammuu babal'isuu, fi namoonni rakkoo fayyaa sammuu qaban utuu hin qaana'in deeggarsa barbaadan akka argatan taasisuudha.
Tajaajiloonni keenya: • Barnoota fayyaa sammuu (Mental Health Education) • Gorsa fi qajeelfama …
Signed Kasiye Young Bøss
26 Jul 2026, 19:16 UTC68 viewsread 9 August 2026 Namoonni waa'ee kee haasa'uun isaanii jireenya kee hin murteessu; filannoo kee, hojii kee fi amala keetu jireenya kee murteessa.
Yeroo tokko tokko namoonni si hubachuu hin barbaadan; si murteessu qofa barbaadu. Kaan ammoo milkaa'ina kee arganii si xiqqeessuuf yaalu.
Garuu ani baradheera: deebiin hundarra jabaan falmii miti; hojii qulqulluu, naamusa gaarii fi obsaan fuulduratti tarkaanfachuudha.
Ani afaan namaatii…
Signed Kasiye Young Bøss
13 Jul 2026, 16:35 UTC83 viewsread 9 August 2026 Yeroo cidha godhatanitti, maallaqa liqeeffatanii waan turaniif liqii sana baasuu jalqaban. Kunimmoo jireenyasaanii irratti dhiibbaa uumaa dhufe. Gammachuunsaanii baay'ee irraa darbaa dhufe. Innis nuffuu jalqabe. Anis na nuffisiisaa dhufe jechuun jabeessitee dubbatte. Eeci jechuun jalqabe jetti. Uffatallee jijjiirrachuu dadhabne. Waan haaraan tokko hin jiru. Isuma kaleessaa har'as keessa deebinee jiraannas jette.
Akk…
Signed Kâsiyê Yôûñg Bøss
13 Jul 2026, 16:35 UTC62 viewsread 9 August 2026 Liqii guyyaa cidhaaf lubbusaa galaafate.
Firehiwot jedhamti. Magaalaa Finfinneetti dhalattee guddatte. Abbaanshee hojjetaa raayyaa ittisa biyyaa waan ta'aniif mooraa raayyaa humna ittisa biyyaa kan naannoo Bisiraata Gabireel jiru keessa jiraatu turan.
Haatishee ammoo hojjettuu fayyaa turan. Abbaanshee hojiidhaaf kutaa biyyaa waan jiraataaniif baay'inaan kan guddatte haadhashee waliini. Abbaanshee miseensa raayyaa h…
Signed Kâsiyê Yôûñg Bøss
11 Jul 2026, 19:02 UTC64 viewsread 9 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Kâsiyê Yôûñg Bøss
11 Jul 2026, 19:02 UTC65 viewsread 9 August 2026 🩺 Mallattoo Hojii Cimaa Ogeeyyii Fayyaa
Suuraan harka ogeessa fayyaa tokkoo yeroo dheeraaf glove ittisa fayyaa uffatee ture agarsiisu, hojii ulfaataa fi of-kenniinsa ogeeyyiin fayyaa guyyaa hunda baatan keessaa tokko dha.
Yeroo dheeraaf glove uffachuun gogaan harka akka qoccolu, akka addeessu fi yeroo muraasaaf akka dhiita'u taasisa.
Kunis gogaan bishaan qabatee turuu fi qilleensi gahaan akka hin geenye irraa kan…
Signed Kâsiyê Yôûñg Bøss
26 Jun 2026, 17:35 UTC97 viewsread 9 August 2026 Photo
Dr Asheetee Hayilee Diboo jedhama! Ogeessa ispeeshaalistii Ulfaa fi gadaamessaati. Anaan akka carraa Hospitaala Jalqabaa Kokkoossaa yeroon dalagu wal barre! Namni kun ogeessa qofa miti hayyuu gama hundaati. Kitaaba dubbisuu irraa nama gu'ee hin beekne taadhii beekumsaan faayame wayiiti! Jijjiirraan gara Hospitaala Shaashamannee-tti jijjiirame! Achi booda carraan wal arguu keennas citte! Amma ogeessa kanatu miidhama s…
Signed Kâsiyê Yôûñg Bøss
26 Jun 2026, 11:26 UTC87 viewsread 9 August 2026 Doktor, Bofuma garaa kiyya keessa jiru kana baqaqsii na keessaa baasi!' jetteen....
Kutaa kaleessaa keessatti seenaa dargaggeettii kanaa ergan dhiheessee booda, baay’een keessan gaaffilee akka: “Adeemsi yaalaa itti aanu maal fakkaata ture?”, “Hammam fooyyaate?”, “Dhukkubni akkasii addunyaa yaalaa keessatti maal jedhama?” jedhu na gaafattan. Har’a deebii gaaffilee kanaa waliin isin bira gaheera.
Adeemsa Yaalaa fi Fo…
Signed Kâsiyê Yôûñg Bøss
1 May 2026, 03:59 UTC120 viewsread 9 August 2026 “Namni maaliif of ajjeessaa?”
sababoota hedduu qaba, tokko qofa miti?
Sababoota ijoo:
Dhiphina sammuu (Depression)
Namni yeroo dheeraaf gadda cimaa, abdii kutannaa, fi gammachuu dhabuu keessa yoo jiraate, furmaata hin qabne fakkaata.
Yaaddoo fi rakkoo jireenyaa
Rakkoo maallaqaa, hojii dhabu, wal-dhabdee maatii, jaalalaa cituu fi kkf namatti ulfaachuu danda’u.
Qulqullina yaadaa hir’achuu
Namni tokko ofii isaa ak…
Signed Kâsiyê Yôûñg Bøss
14 Apr 2026, 12:08 UTC126 viewsread 9 August 2026 Ego jechuun maal jechuu dha?
“Ego” jechuun yeroo baay’ee namni ofii isaa akka ilaalu, akka ofitti amanu, fi akka ofii isaa ibsatu keessaa isa guddaadha. Inni “ani eenyu?” jedhuu irratti hundaa’a.
Ego = yaada namaa ofii isaa irratti qabu
Akkamitti of ilaalla, of kabajna, of eegganna
Fakkeenya:
Namni ofitti amanamummaa qabu → Ego isaa gaarii dha
Namni ofiin of guddisu, of ol kaasu, namoota biroo gadi xiqqeessu → Ego…
Signed Kâsiyê Yôûñg Bøss
13 Mar 2026, 11:10 UTC158 viewsread 9 August 2026 Disulfiram jechuun qoricha namoota dhugaatii alkoolii (alcohol) dhiisuuf gargaaru dha. Inni namni alkoolii akka hin dhugne gochuuf body keessatti reaction cimaa uuma yoo namni alkoolii dhugu.
Maalif kenama?
Disulfiram kan kennamu:
Alcohol Use Disorder wal’aansuuf.
Namni alkoolii dhiisuuf murannoo qabu akka hin deebine (relapse prevention) gargaaruuf.
Namni alkoolii dhugu yoo ta’e reaction nama rakkisu uumuun akka sod…
Signed Kâsiyê Yôûñg Bøss
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Yaalasammuu. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.