15 Nov 2025, 05:48 UTC≈3,250 views23 reactionsread 12 August 2026 MARBURG VIRUS—
Ittisaa fi Tooftaa Inni Daddarbuun:
**********
Dhukkubni vaayirasii kanaan dhufu yoo nama qabe carraan lubbuu namaa galaafachuu isaa ol’aanaadha. Hanga %88 gahuu danda’a.
Wanti gaariin dhukkuba kanaa ammoo nama mallattoo dhukkubichaa muldhisuu jalqabe irraa malee nama mallattoo hin muldhisne irraa namatti hin darbu.
Baattuun vaayirasii kanaa sinbira halkanii fuduraalee fi abaaboo sorattuudha. Sinbirr…
👍14❤7🔥2
Signed Tolasaa Burqaa
13 Nov 2025, 07:01 UTC≈16,800 views12 reactionsread 12 August 2026 Waa'ee weera dhukkuba haarayaa amma mudate kana waan muraasa!
************
Maalummaan dhukkubicha guutuu guututti adda bahuu baatus dhukkubni kun VHF tahuu akka hin oolle mallattoolee inni agarsiisaa jirurraa ka'uun shakkamaa jira. "Viral Haemorrhagic Fever " jechuun walitti qabaa dhukkuboota Vaayirasii garaagaraatin dhufaaniiti.Vaayirasiiwwan kunneenis:-
- Ebola Virus.
- Marburg virus.
- Yellow Fever .
- Lassa Fever…
❤11🔥1
Signed Tolasaa Burqaa
13 Nov 2025, 05:40 UTC≈3,450 views5 reactionsread 12 August 2026 Dhibeen Heemooraajiik Fever Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti mudate
Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) –Dhibeen Heemooraajiik Fever Naannoo Kibba Itiyoophiyaa magaalaa Jiinkaatti mudachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Dhukkubni ammaaf maalummaan isaa sirnaan adda hinbaane Naannoo Kibbaa Magaalaa Jinkaa keessatti mudatuu ibsee jira.
Dhibeen kun akka hin babal'anne dhaabbilee deeggartootaa waliin ta'uun hojiin ittisuu fi…
❤5
Signed Tolasaa Burqaa
29 Sept 2025, 14:26 UTC≈3,560 views14 reactionsread 12 August 2026 Six Leadership Principles that we can learn from an Eagle
1. Eagles fly Alone and at High Altitudes.
They don't fly with sparrows, ravens, and other small birds.
MEANING; Stay away from narrow-minded people, those that bring you down. Eagle flies with Eagles. Keep good company.
2. Eagles have an Accurate Vision. They have the ability to focus on something as far as 5km away. No matter the obstacles, the eagle will…
❤14
Signed Tolasaa Burqaa
4 Sept 2025, 13:40 UTC≈3,930 views17 reactionsread 12 August 2026 Of Gaggeessuu (Self leadership)
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Jireenya keessatti gaggeessuummaan gosa hedduu jira. Kanneen keessaa tokkoo fi isa jalqabaa kan tahe of gaggeessuu dha. Kun immoo gosoota gaggeessummaa keessaa ulfaataa kan ta'edha. Ogeeyyiin gaggeessummaa hedduun of gaggeessuun gaggeessummaa isa jalqabaa akka ta'ee fi salphaatti kan hin ilaalamne akka ta'e ibsu.
Of gaggeessuun imaammata mataa ofii danda'e qaba. Isaan kana …
❤14👍3
Signed Tolasaa Burqaa
Posted without readable text
3 Sept 2025, 15:01 UTC≈3,250 views16 reactionsread 12 August 2026 Photo
Suuralee kun kitaaba guddaadha jedhee isiinif qoode.
Irraa baraadha.
❤14🔥1🤯1
Signed Tolasaa Burqaa
3 Sept 2025, 15:01 UTC≈2,790 views4 reactionsread 12 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
😭4
Signed Tolasaa Burqaa
10 May 2025, 19:54 UTC≈5,460 views30 reactionsread 12 August 2026 Tajaajila Fayyaa Sammuu Hope
➡Gorsafi Yaala fayyaa sammuu
➡Yaala Araadota garaagaraa
➡Kunuunsa dhukkubsatoota
Qaamaafi bilbilaan bakka jirtanitti
Ogeessota muuxannoo qabaniifi meeshaa guutuu waliin sin yaaluudhaaf qophiidha.
📞 0921483810
0930556009
👍25🎉4❤1
Signed Tolasaa Burqaa
24 Apr 2025, 08:45 UTC≈6,270 views51 reactionsread 12 August 2026 Photo
Haasaa Ogummaa
Abukaattoo tokkotu boolla bishaanii barsiisaatti gurgure.
Abukaattoon sun guyyaa xiqqoo duuba asi deebi'ee barsiisichaan, "obboleesso, ani boollichan sitti gurgure malee bishaanicha sitti hingurgurre. Bishaanicha fayyadamuu barbaadda taanaan maallaqa dabalataa naaf kaffaluu qabda," jedheen.
Barsiisichis seeqaa akkas jedheen: "Eeyyee. Anis gamakee dhufuufan ture. Bishaanicha keessaa waraabdee boolla…
👍42❤9
Signed Tolasaa Burqaa
20 Apr 2025, 14:12 UTC≈5,750 views21 reactionsread 12 August 2026 “Mental Illness is Real – And It’s Closer Than You Think”
In Ethiopia today, millions of people are silently suffering from mental health problems—many of them are your neighbors, friends, and even family.
But because of shame, fear, or misunderstanding, most don’t speak up or seek help.
The Numbers Speak Loudly:
Over 20% of Ethiopians (that’s 1 in every 5 people) are living with a mental health condition.
More t…
👍11❤10
Signed Tolasaa Burqaa
Showing the 11 most recent of 11 posts we hold for @sammuukoof. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.