6 Aug 2026, 17:37 UTC43 viewsread 7 August 2026 Ijoolleen Ortodoksii Hundi Chaanaalii Kanaa Gadii Join Gochuun Tajaajila Barbaaddan Hunda Argadhaa. Wanta Dhabdan Nu Gaafadhaa👇
Walaloo:- PDF dhaan, Barreeffama Chaanaalii Keessaan, Ajajaaan.
Diraamaa:- " "
Barumsa:- Sagaleedhaan, Barreeffamaan, Pdf dhaan......
Fi kkf hundumaa as keessatti argattu. Kuni Gowwomsaa miti ilaaluun amanaa
👇
Hunduma isaa bakka tokkotti
Signed F/taa Qananiisaa
6 Aug 2026, 17:35 UTC43 viewsread 7 August 2026 Ijoollee Ortodoksii Hundaaf Nageenyi Waaqayyoo Isiniif Haa Ta'u Jechaa. Filannoo Armaan Gadii Fayyadamuun Baradhaa.
[Koorsii Afuuraa
Barumsa Lubummaa
Hiika Macaafa Qulqulluu
Seenaa Qulqullootaa
Seerota Kadhannaa
Seenaa Ergamootaa
Barumsa Mana Kiristiyaanaa Hunda
Hunduma Argachuuf Gadi tuquun seenaa👇
Signed F/taa Qananiisaa
6 Aug 2026, 17:27 UTC46 viewsread 7 August 2026 Baga Sooma Fislataa Haadha Keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Nagaan Geessan Jechaa Filannoo Armaan Gadiin Waantota Torbee Kanaaf Barbaachisan Argadhaa👇
👉Walaloo Fislataa
👉Barumsa Fislataa
👉Faaruwwan Fislataa
🌍Hunsa Bakka Tokkotti🌍
Signed F/taa Qananiisaa
6 Aug 2026, 16:10 UTC47 views1 reactionsread 7 August 2026 Nu bira hunduu jira koottaa as goraa filannoon keessan maali tajaajiltoonni keenya tajaajilamtoota barbaadaa jiru waan ta'eef seenaa baradhaa kan kanaa gadii chaanaaliiwwan barumsa Ortodoksii seeraaf danbii Doogmaa Qannoonaa isaa eeggate dabarsaa waan jiraniif seenaa baradhaa.
Galatoomaa
❤1
Signed F/taa Qananiisaa
18 Jul 2026, 08:35 UTC227 views5 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @talk_sport_ethh
Amantiin Ortodoksii Tewaahidoo Fi Aadaan Uummata Oromoo Wal Faallessaa?
Gaaffii yeroo baay'ee ka'aa tureef turtii B/saa Dr Dn Asheetuu Waaqjiraa Waliin Gooneen Deebii itti laatame Daawwadhaa irraa baradhaa.
#like #share #Subscribe gochuun tajaajila keenya nuuf cimsaa👇
https://youtu.be/NPtgrRL1Uds?si=hOJwqZSu0ftsz_60
❤3🥰2
Signed F/taa Qananiisaa
20 May 2026, 05:08 UTC717 views17 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @talk_sport_ethhPhoto
Of eeggannoo⚠️
eenyumayyuu yoo ta'e link akkaataan suura armaan olii irratti agarsiisetti yoo isiniif ergan hin tuqiinaa. Hiriyaa keessanis yoo ta'e kan isiniif erge isa jalaa hack ta'ee waan jiruuf gadi hin tuqiinaa. Tasa xuqtan taanaan username keessan isinirraa fudhatee teelegram keessan duraa keessaa gasi isin ha'eet sana booda maqaa keessaniin waan baay'ee hojjeta. Viidiyoo jibbisiisoo, link garaa garaa akkuma…
❤12👍5
Signed F/taa Qananiisaa
19 Apr 2026, 11:19 UTC≈28,300 views5 reactionsread 7 August 2026 Walaloo Ortodoksii Hunda Argachuuf Ammuma Chaanaalii Kanaa Gadiitti Makamaa Kuusaawwan Achi Keessatti Argaman Walumaa Galatti👇
Walaloo👉 Kan Cidhaa, Kan Waaqaa, Kan Qulqullootaa, Kan Yeroo Yaaddofnee, Kan Kaka'umsaa, Kan Maariyaam, Kan Ergamootaa fi kkf hundumaa as keessatti argattu ammuma seenaa itti makamaa ilaaluun amanuudha dhugaa koottaa ilaalaa kan as keessaa dhabdan na gaafadhaa. 👇
Walaloo Ortodoksii Tewaahidoo
❤4👏1
Signed F/taa Qananiisaa
9 Apr 2026, 20:38 UTC≈1,130 views6 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @talk_sport_ethh
Barumsa keenya har'aatiin qabxiilee 17'n armaan gadii gaggabaabsinee kan waliin ilaallu ta'a. INSTANT VIEW kan jettu gadi tuquun obsaan dubbisaa👇
1) Qabamuu Gooftaa Keenya Iyyesuus
2) Fuula Philaaxoos Geeffamuu isaa
3) Duuti itti faradamuu
4) Fannifamuu isaa
5) Dubbii Fannoo 7'n
6) Raajiwwan yeroo Gooftaan keenya fannifamu raawwatan torban
7) Gidiraawwan fannoo irratti gooftaa keenya irraa gahan keessa isaan gurgud…
❤5🥰1
Signed F/taa Qananiisaa
9 Apr 2026, 16:27 UTC≈57,500 views1 reactionsread 7 August 2026 Koottaa Dirree Tajaajiltoota Qulqulleettii Mana Kiristiyaanaa Seeraaf Dambii Ishee Dabarsan Kanatti Makamaa Wanta Barbaaddan Hunda Akka Keessatti Argattan Abdiin Qaba.
❤1
Signed F/taa Qananiisaa
7 Apr 2026, 15:29 UTC≈12,200 views5 reactionsread 7 August 2026 Warreen Chaanaaliin Keessan Member 300 ol ta'ee fi Group Keessan 400 member ol ta'e tola akka isiniif guddatuuf gara @Orthodox_promotion1 makadhaa gatii tokko malee tola isiniif guddifna.
Bot kanaa gadiitiin na dubbisaa
👇
http://t.me/DeebiiOrtodoksii_Bot
Yookiin karaa username 👇 kanaan na dubbisaa👇
@F_taa_Qananiisaa_Dabalee
❤4🥰1
Signed F/taa Qananiisaa
30 Mar 2026, 05:43 UTC≈1,090 views1 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @walaloo0Photo
❤️ I invite Telegram channel owners to Inside Ads: a smart tool for growth and monetization!
https://t.me/InsideAds_bot/open?startapp=r_5790320823
❤1
Signed F/taa Qananiisaa
30 Mar 2026, 05:43 UTC≈1,140 views2 reactionsread 7 August 2026 Warreen Chaanaaliin Keessan Hordoftoota 1k darbe hundi chaanaalii keessan kaffaltii eegachiisuu (Monetize) godhachuu dandeessu.
Baay'ee salphaa fi mijataadha kuni. Karaa salphaa ta'een warreen beeksisa beeksifatanii fi chaanaalii keessan walitti fiduun kaffaltiif kan mijeessudha.
https://t.me/InsideAds_bot/open?startapp=r_5790320823
❤1👍1
Signed F/taa Qananiisaa
Showing the 12 most recent of 19 posts we hold for @Orthodox_promotion1. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.