18 Aug 2026, 19:08 UTC248 views7 reactionsread 19 August 2026 Buhee
Buhee jechuun maalii maalitu muul'atee
Abbaatu samiirraa waa'ee ilmaa dubbatee
Tulluuwwan gurguddoon guutan addunyaarraa
Waaqummaan Iyyasuus Tulluu Taabor irraa
Guyyaa jaha duursee ani eenyu jedhee
Har'a of nuuf ibsee gaafa inni fedhee
Eeliyaas siin jedhuu kaan isaanii muusee
Gooftaan ni dubbatee sin eenyu naan jettuu jedheetoo deebisee
Hangafti isaanii bartootasaa keessaa
At waaqa jiraataadha jedhee ragaa b…
❤5🔥2
Signed Abbaa Qabsoo
16 Aug 2026, 13:08 UTC139 views1 reactionsread 19 August 2026 Forwarded from @Orthodox_promotion1
Ijoolleen Ortodoksii Hundi Chaanaalii Kanaa Gadii Join Gochuun Tajaajila Barbaaddan Hunda Argadhaa. Wanta Dhabdan Nu Gaafadhaa👇
Walaloo:- PDF dhaan, Barreeffama Chaanaalii Keessaan, Ajajaaan.
Diraamaa:- " "
Barumsa:- Sagaleedhaan, Barreeffamaan, Pdf dhaan......
Fi kkf hundumaa as keessatti argattu. Kuni Gowwomsaa miti ilaaluun amanaa
👇
Hunduma isaa bakka tokkotti
❤1
Signed F/taa Qananiisaa
16 Aug 2026, 10:05 UTC98 viewsread 19 August 2026 Forwarded from @Orthodox_promotion1
Araarsummaa Fi Ayyaanni Haadha Keenyaa Isinirras Nurras Haa Bulu Jechaa Kan Kanaa Gaditti Argamu Miidiyaawwan Tajaajila Afuuraa Sirnaaf Seera Isaa Eeganii Dabarsanidha.
Ammuma Join Gochuun Seenaa Baradhaa. Baraiisota Keenya Halkanii Fi Guyyaa Itti Dadhabanii Barreessaniifis Jajjabina Ta'aa.
Hunadhaa👉 Barachuu Baattanis Join Gochuun Isin Hin Miidhu Ammuma Link Kanaa Gadii Tuqaa 👇
Tajaajila Afuuraa Ortodoksii Tewaahi…
Signed F/taa Qananiisaa
14 Aug 2026, 15:58 UTC155 viewsread 19 August 2026 Forwarded from @Orthodox_promotion1
Waa'ee Haadha Keenyaa, Qulqullootaa, Eegamootaa, Wareegamtootaa, Bal'inaan Barachuuf As Goraa👇
Beekkumsa Walii Galaa Orrodoksii Tewaahidoof👆👇
Signed F/taa Qananiisaa
14 Aug 2026, 12:56 UTC212 viewsread 19 August 2026 Forwarded from @Orthodox_promotion1
Nu bira hunduu jira koottaa as goraa filannoon keessan maali tajaajiltoonni keenya tajaajilamtoota barbaadaa jiru waan ta'eef seenaa baradhaa kan kanaa gadii chaanaaliiwwan barumsa Ortodoksii seeraaf danbii Doogmaa Qannoonaa isaa eeggate dabarsaa waan jiraniif seenaa baradhaa.
Galatoomaa
Signed F/taa Qananiisaa
14 Aug 2026, 09:55 UTC124 viewsread 19 August 2026 Forwarded from @Orthodox_promotion1
Baga Sooma Fislataa Haadha Keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Nagaan Geessan Jechaa Filannoo Armaan Gadiin Waantota Torbee Kanaaf Barbaachisan Argadhaa👇
👉Walaloo Fislataa
👉Barumsa Fislataa
👉Faaruwwan Fislataa
🌍Hunsa Bakka Tokkotti🌍
Signed F/taa Qananiisaa
14 Aug 2026, 06:53 UTC120 views1 reactionsread 19 August 2026 Forwarded from @Orthodox_promotion1
Araarsummaa Fi Ayyaanni Haadha Keenyaa Isinirras Nurras Haa Bulu Jechaa Kan Kanaa Gaditti Argamu Miidiyaawwan Tajaajila Afuuraa Sirnaaf Seera Isaa Eeganii Dabarsanidha.
Ammuma Join Gochuun Seenaa Baradhaa. Baraiisota Keenya Halkanii Fi Guyyaa Itti Dadhabanii Barreessaniifis Jajjabina Ta'aa.
Hunadhaa👉 Barachuu Baattanis Join Gochuun Isin Hin Miidhu Ammuma Link Kanaa Gadii Tuqaa 👇
Tajaajila Afuuraa Ortodoksii Tewaahi…
👏1
Signed F/taa Qananiisaa
14 Aug 2026, 03:50 UTC161 viewsread 19 August 2026 Forwarded from @Orthodox_promotion1
Warreen Barumsa Koorsii Gaafachaa Turtaniif, Gaaffilee Shakkitootaaf Deebii Ga'aa Dabalatee Isiniif Fidneerra Kunoo 👇
Signed F/taa Qananiisaa
10 Aug 2026, 09:16 UTC423 views15 reactionsread 19 August 2026 Forwarded from @WalalooAO
Sooma Filsataa
Bartoonni gooftaadhaa soomanii soomichaa
Yaa haadha Waaqayyoo nuuf muul'adhu jechaa
Kanaaf nutis soomnaa subaa'ee qabannee
Sooma Filsataa kana bifa addaan kabajnee
Yoo boqotte sana haati Iyyesuusii
Arguu barbaadneetoo akka Yohaannisii
Muka jireenya Jala turullee foon kan kee
Atis du'aa kaatee akkuma ilma kee
Ji'a amajjii keessa ta'us boqonnaan kee
Ji'a hagayyaatti ni sooman sooma kee
Toofoniyaas lol…
❤8🔥7
Signed Abbaa Qabsoo
9 Aug 2026, 12:04 UTC273 views1 reactionsread 19 August 2026 Forwarded from @Orthodox_promotion1
Waa'ee Haadha Keenyaa, Qulqullootaa, Eegamootaa, Wareegamtootaa, Bal'inaan Barachuuf As Goraa👇
Beekkumsa Walii Galaa Orrodoksii Tewaahidoof👆👇
❤1
Signed F/taa Qananiisaa
9 Aug 2026, 09:52 UTC261 viewsread 19 August 2026 Forwarded from @Orthodox_promotion1
Warreen Barumsa Koorsii Gaafachaa Turtaniif, Gaaffilee Shakkitootaaf Deebii Ga'aa Dabalatee Isiniif Fidneerra Kunoo 👇
Signed F/taa Qananiisaa
9 Aug 2026, 03:05 UTC259 views1 reactionsread 19 August 2026 Forwarded from @Orthodox_promotion1
Araarsummaa Fi Ayyaanni Haadha Keenyaa Isinirras Nurras Haa Bulu Jechaa Kan Kanaa Gaditti Argamu Miidiyaawwan Tajaajila Afuuraa Sirnaaf Seera Isaa Eeganii Dabarsanidha.
Ammuma Join Gochuun Seenaa Baradhaa. Baraiisota Keenya Halkanii Fi Guyyaa Itti Dadhabanii Barreessaniifis Jajjabina Ta'aa.
Hunadhaa👉 Barachuu Baattanis Join Gochuun Isin Hin Miidhu Ammuma Link Kanaa Gadii Tuqaa 👇
Tajaajila Afuuraa Ortodoksii Tewaahi…
❤1
Signed F/taa Qananiisaa
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @yaaqulqulleettiinuufkadhadhu. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.