25 Sept 2026, 18:40 UTC10 viewsread 25 September 2026 Forwarded from @ortodoksii_tawaahidooPhoto
Baga Ayyaana Fannoo Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos nagaadhaan geessan!
✓ Seenaa Fannoo Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos
✓ Gooftaan keenya Fannoo irratti maalif Fannifame?
✓ Barnoota Bu'uuraa waa'ee Fannoo
✓ Kabaja Fannoo Mana Kiristaanaa Itoophiyaatti
✓ Fakkeenyota fi raajiiwwan Kakuu Moofaa keessatti waa'ee Fannoof dubbataman maal maalidha?
Guutummaa isaa link armaan gadii tuquun dubbisaa!
https://qubeeonline…
Signed Dannew
25 Sept 2026, 09:12 UTC119 views2 reactionsread 25 September 2026 “Galata Fannoo” (Qulqulluu Efreem isa Sooriyaa)
Yaa obbolootakoo, garbichichi abootteedhaan Gooftaa isaa Isa garboota bilisa baase kabaleem. Safuu Abbaa araaraa , Isa garbichaasaa kan Isa miidheefillee dhiifama godhuuti. Gooftaan garbichicha abaaramaa sanaa ni gadde; garbichi kun Isa kabaluusaatiin bilisummaa dhabehoo. Silaa garbichi bilisa tauu barbaada, ofiif kabalamas. Asitti immoo Isa hundumaa bilisa baasetu ka…
❤2
Signed Misganu Y
25 Sept 2026, 05:24 UTC75 viewsread 25 September 2026 Forwarded from @ortodoksii_tawaahidooPhoto
Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 2ffaa
Qophii dursaa Sirna Qiddaasee hirmaachuuf deemuu keenyaan dura taasifnu;
✓ Qophii Sammuu ykn yaadaa taasisnu
✓ Qophii Qulqullina Qaama keenyaa eeggachuun taasisna
✓ Qophii Sirna Uffannaa Afuurawaa Eeguuf taasisnu fi k.k.f
Link kana tuquun dubbisaa!
👇👇👇
https://bit.ly/43LSOya
https://bit.ly/43LSOya
Signed Dannew
24 Sept 2026, 17:13 UTC92 viewsread 25 September 2026 Forwarded from @ortodoksii_tawaahidooPhoto
Qulqulluun Abbaan keenya Abuna Aragaawwiin eenyudha?
Baga guyyaa Yaadannoo abbaa keenya Abuna Aragaawwii nagaadhaan geessan!
• Seenaa fi Qabsuura Abuna Aragaawwii
• Qulqulloonni saglan eenyu fa'i?
• Qulqulloonni saglan biyyoota kam kam irraa dhufan?
• Abuna Aragaawwiin Mana Kiristaanaa keenyaaf bu'aa maal maalii buusan? Qulqulloonni saglan hoo?
Waa'ee Abbaa keenya Abuna Aragaawwii link kanaa gadi jiru tuquun dubbi…
Signed Dannew
24 Sept 2026, 04:18 UTC93 views1 reactionsread 25 September 2026 Forwarded from @ortodoksii_tawaahidooPhoto
Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 1ffaa
• Hiika Sirna Qiddaasee
• Qoqqoodama Sirna Qiddaasee
• Sirna Qiddaasee eenyutu jalqabe?
• Qurbaanaa fi Qiddaasee jalqabaa irratti warra hirmaatan
• Kaayyoo guddaa Sirna Qiddaasee
Link kana tuquun dubbisaa!
👇👇👇
https://bit.ly/4onNx8v
https://bit.ly/4onNx8v
❤1
Signed Dannew
22 Sept 2026, 17:39 UTC107 views1 reactionsread 25 September 2026 Forwarded from @ortodoksii_tawaahidooPhoto
𝐇𝐚𝐧𝐠𝐚𝐟𝐚 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥
Baga guyyaa Yaadannoo Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Mikaa'eel nagaadhaan geessan!
♦ 𝐇𝐚𝐧𝐠𝐚𝐟𝐧𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚? 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐧𝐢 𝐦𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨?
♦ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐮𝐮𝐝𝐚𝐦𝐞?
♦ 𝐌𝐚𝐪𝐚𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚? 𝐢𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢?
♦ 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐠𝐠𝐚
❤1
Signed Dannew
21 Sept 2026, 17:45 UTC126 viewsread 25 September 2026 Forwarded from @ortodoksii_tawaahidooPhoto
Qulqulluu Yaareed
♦ Qulqulluun Yaareed Eenyudha?
♦ Bu'aan Qulqulluun Yaareed Mana Kiristaanaa Itoophiyaatiif buuse maali?
♦ Qulqulluun Yaareed Abuna Aragaawwii waliin walitti dhufeenya akkamii qabu ture?
♦ Fannoon harkaa Qulqulluun Yaareed ittiin eebbisaa turan hatamee ture amma eessa jira?
Kanneenii fi kanneen biroo blog keenya irra galuun dubbisaa! Link kanatti aanee jiru tuqaa!
👇👇👇
https://bit.ly/43zrL9w
https…
Signed Dannew
20 Sept 2026, 16:07 UTC126 viewsread 25 September 2026 Forwarded from @Orthodox_promotion1
Ayyaana Masqalaa Ilaalchisee Kan Armaan Gadii Qophii Ayyaana Masqalaati
👉Egaa Filannoon Keessani👇
👉Walaloo Ayyaana Masqalaa 👉pdf fi barreeffama Teelegraamii keessaan.
👉Barumsa Masqalaa (Ayyaana Fannoo)
👉Faaruwwan Masqalaa (Ayyaana Fannoo)
🌍Hunsa Bakka Tokkotti👇
Signed F/taa Qananiisaa
20 Sept 2026, 12:56 UTC134 viewsread 25 September 2026 Forwarded from @Orthodox_promotion1
Ijoolleen Ortodoksii Hundi Chaanaalii Kanaa Gadii Join Gochuun Tajaajila Barbaaddan Hunda Argadhaa. Wanta Dhabdan Nu Gaafadhaa👇
Walaloo:- PDF dhaan, Barreeffama Chaanaalii Keessaan, Ajajaaan.
Diraamaa:- " "
Barumsa:- Sagaleedhaan, Barreeffamaan, Pdf dhaan......
Fi kkf hundumaa as keessatti argattu. Kuni Gowwomsaa miti ilaaluun amanaa
👇
Hunduma isaa bakka tokkotti
Signed F/taa Qananiisaa
20 Sept 2026, 09:55 UTC115 viewsread 25 September 2026 Forwarded from @Orthodox_promotion1
Araarsummaa Fi Ayyaanni Haadha Keenyaa Isinirras Nurras Haa Bulu Jechaa Kan Kanaa Gaditti Argamu Miidiyaawwan Tajaajila Afuuraa Sirnaaf Seera Isaa Eeganii Dabarsanidha.
Ammuma Join Gochuun Seenaa Baradhaa. Baraiisota Keenya Halkanii Fi Guyyaa Itti Dadhabanii Barreessaniifis Jajjabina Ta'aa.
Hunadhaa👉 Barachuu Baattanis Join Gochuun Isin Hin Miidhu Ammuma Link Kanaa Gadii Tuqaa 👇
Tajaajila Afuuraa Ortodoksii Tewaahi…
Signed F/taa Qananiisaa
20 Sept 2026, 05:53 UTC96 viewsread 25 September 2026 Forwarded from @Orthodox_promotion1
Faaruwwan, Barumsa Ayyaanaa, Walaloo, Diraamaa, Lallaba Guyyaa Ayyaanaa Hundi Qophaa'ee Isiniif Dhufeera Maarree Koottaa Baradhaan Ammoo Waamicha Keenyadha.
Hunda Isaa Argachuuf👉 see more
Signed F/taa Qananiisaa
17 Sept 2026, 18:46 UTC572 views3 reactionsread 25 September 2026 Photo
#Kitaaba
Barattoonni Yuunivarsiitii fi Kolleejjii heddu kitaaba, "Maaliif Dhiphatta?" jedhu, argachuu akka barbaadanii fi argachuun immoo akka itti ulfaate yaanni na gahaa ture.
Ammaaf wanti yaanne, barattoonni Finfinnee keessa dabartanii deemtan, kitaabicha #SuuqiiWDB tii argachuu akka dandeessan, barattoonni Finfinnee hindhufne immoo haala ittiin isin qaqqabsiisuu dandeenyu keessaan (message) akka nuuf gootan is…
❤3
Signed Misganu Y
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @misgeYa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.