2 Sept 2026, 08:01 UTC41 views1 reactionsread 2 September 2026 Forwarded from @faaruutewaahido
“Barri inni darbeyyuu isin ga’a!” — (1 Pheex. 4:3).
Barreeffamni kun hammam iyyuu isinitti haa fudhatu malee isin bira geenyaan waanuma hundumaa dhiisaatii yeroo keessan itti kennaa sammuu lapheedhaan qabaa sirriidhumatti xiyyeeffannoodhaan dubbisaa — gonkumaa utuu hin dubbisin bira hin darbinaa!
Join: 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Kitaabilee_Afuuraa
Telegram
@kitaabilee_Afuuraa
@Faana_Abbootaa
https://telegra.ph/Barr…
❤1
2 Sept 2026, 07:54 UTC492 views1 reactionsread 2 September 2026 Mooraa Qorumsaa Keessaa Gara Mo’ichaatti: Seenaa Manni Hidhaa Barumsa Qulqullootaa Ta’uu Isaa
Amantaa Ortodoksii Tewahedo keessatti qorumsi fi manni hidhaa abbootii fi qulqullootaaf bakka gaddi itti baay’atu qofa osoo hin taane, bakka kadhannaa fi surraa Waaqayyoo itti qoratan keessaa isa tokkodha.
Liqe Aa’ilaaf Luba Balaay Mokonnin waggota sadii oliif bakka sana turanii bahuun isaaniis hunduma keenyaaf gorsa fi ja…
❤1
2 Sept 2026, 07:53 UTC439 views1 reactionsread 2 September 2026 Photo
LIQE AA'ILAAF LUBA BALAAY MOKONNIN
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Kitaabilee_Afuuraa
Telegram
@kitaabilee_Afuuraa
@Faana_Abbootaa
❤1
31 Aug 2026, 04:18 UTC121 views1 reactionsread 2 September 2026 File
🕊 BARA HAARAA AKKAMITTI HAA EEGALLU? 🕊
"Bara haaraa jechuun lakkoofsa jijjiiruu qofa miti; jireenyaa fi yaada haaraatiin seenuudha."
— Abbaa Shinoodaa 3ffaa
Ji'a ykn waggaa haaraa yeroo eegallu sammuun keenya yaada haaraatiin, qilleensa haaraatiin fi eebba haaraatiin guutamuu qaba.
Kitaabni addaa kan Abbaa Shinoodaa 3ffaatiin barreeffame kun, bara haaraa akkamitti sagantaa hafuuraa fi sammuu qulqulluun akka eegallu…
❤1
30 Aug 2026, 10:07 UTC30 viewsread 2 September 2026 Forwarded from @Orthodox_promotion1
Ijoollee Ortodoksii Hundaaf Nageenyi Waaqayyoo Isiniif Haa Ta'u Jechaa. Filannoo Armaan Gadii Fayyadamuun Baradhaa.
[Koorsii Afuuraa
Barumsa Lubummaa
Hiika Macaafa Qulqulluu
Seenaa Qulqullootaa
Seerota Kadhannaa
Seenaa Ergamootaa
Barumsa Mana Kiristiyaanaa Hunda
Hunduma Argachuuf Gadi tuquun seenaa👇
30 Aug 2026, 06:06 UTC46 viewsread 2 September 2026 Forwarded from @Orthodox_promotion1
Nu bira hunduu jira koottaa as goraa filannoon keessan maali tajaajiltoonni keenya tajaajilamtoota barbaadaa jiru waan ta'eef seenaa baradhaa kan kanaa gadii chaanaaliiwwan barumsa Ortodoksii seeraaf danbii Doogmaa Qannoonaa isaa eeggate dabarsaa waan jiraniif seenaa baradhaa.
Galatoomaa
30 Aug 2026, 03:38 UTC139 viewsread 2 September 2026 ✍Hagaya 24
Guyyaa boqonnaa Abune Taklahaaymaanotii(Abbaa Taklee)
ክቡር ሞቱ ለጻድቅ በቅድመ እግዚአብሔር ።መዝ 116:15
Boqonnaan qulqullootaa fuldura waaqayyootti kabajamaadha.Far 116:15
➥Qulqulluun Abbaa Taklee kan dhalatan Shawaa Tsilaalish, iddoo Ittisaa Mikaa’el jedhamtutti.
➥Abbaanisaanii,Tsaggaaza’aab,
haati isaanii ammoo, Egzihaariyaa jedhamu.
➥Guyyaan itti dhalatanis Muddee, 24 bara 1197DH.K.B.
➥Abbaa fi haati isaanii dhal…
29 Aug 2026, 14:24 UTC168 views5 reactionsread 2 September 2026 Gaaffii shakkitootaaf deebii:
Maqaa abba kan ilma afuura qulqullu sadan waaqaa tokko ameen
Angooftaa Ergamoota Kan Jedhama Torba Jiruu
Isans 1Qulqulluu Mika'el
2Qulqulluu Gabri'el
3 Qulqullu Uraa'eel
4 qulqullu Raguu'eel
5 qulqullu Rufa'el
6 Qulqullu fanuu'el
7 Qulqullu Saaqu'el
Angafotaa Daqonnota Kan Jedhaman Torbatu Jiruu
Isanis 1…
❤5
28 Aug 2026, 15:36 UTC46 viewsread 2 September 2026 Forwarded from @Orthodox_promotion1
Waa'ee Haadha Keenyaa, Qulqullootaa, Eegamootaa, Wareegamtootaa, Bal'inaan Barachuuf As Goraa👇
Beekkumsa Walii Galaa Orrodoksii Tewaahidoof👆👇
28 Aug 2026, 14:34 UTC48 viewsread 2 September 2026 Forwarded from @Orthodox_promotion1
Ijoollee Ortodoksii Hundaaf Nageenyi Waaqayyoo Isiniif Haa Ta'u Jechaa. Filannoo Armaan Gadii Fayyadamuun Baradhaa.
[Koorsii Afuuraa
Barumsa Lubummaa
Hiika Macaafa Qulqulluu
Seenaa Qulqullootaa
Seerota Kadhannaa
Seenaa Ergamootaa
Barumsa Mana Kiristiyaanaa Hunda
Hunduma Argachuuf Gadi tuquun seenaa👇
28 Aug 2026, 11:33 UTC51 viewsread 2 September 2026 Forwarded from @Orthodox_promotion1
Ijoolleen Ortodoksii Hundi Chaanaalii Kanaa Gadii Join Gochuun Tajaajila Barbaaddan Hunda Argadhaa. Wanta Dhabdan Nu Gaafadhaa👇
Walaloo:- PDF dhaan, Barreeffama Chaanaalii Keessaan, Ajajaaan.
Diraamaa:- " "
Barumsa:- Sagaleedhaan, Barreeffamaan, Pdf dhaan......
Fi kkf hundumaa as keessatti argattu. Kuni Gowwomsaa miti ilaaluun amanaa
👇
Hunduma isaa bakka tokkotti
28 Aug 2026, 07:31 UTC46 viewsread 2 September 2026 Forwarded from @Orthodox_promotion1
Araarsummaa Fi Ayyaanni Haadha Keenyaa Isinirras Nurras Haa Bulu Jechaa Kan Kanaa Gaditti Argamu Miidiyaawwan Tajaajila Afuuraa Sirnaaf Seera Isaa Eeganii Dabarsanidha.
Ammuma Join Gochuun Seenaa Baradhaa. Baraiisota Keenya Halkanii Fi Guyyaa Itti Dadhabanii Barreessaniifis Jajjabina Ta'aa.
Hunadhaa👉 Barachuu Baattanis Join Gochuun Isin Hin Miidhu Ammuma Link Kanaa Gadii Tuqaa 👇
Tajaajila Afuuraa Ortodoksii Tewaahi…
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Kitaabilee_Afuuraa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.