Milluun tee anaaf qoricha, argaan tee anaaf daawwitiidha. Gaafa ati ija keeysa naa ilaala hamdi tiyyaa naan jettu akka nama bishaan hudhee taheetiin dubbachuu dadhabe suuta je ija keessa si ilaauuf yaaluus ija guute si ilaalu hin danda’u, si millaadheetuman oyyyee hub kiyyaa sin jechaa,ija lafa qabee onnee kee irratti achii je miira koo of dhageeyfacha dhahannaa onnee keetii suuta jedhe dhageeyfadha...🥰 Join Us// @T…

Channel
ORO-QUOTES
@Oro_Quotes1
On this record: Growth · Engagement · Reactions · Posts · Citations · Cite this entry
206subscribers
+2 since we began measuring on 7 August 2026
Risers and fallers across the register · movement among entries of Under 1,000.
Register entry
| Telegram ID | -1002220728125 |
|---|---|
| Type | Channel |
| Username | @Oro_Quotes1 |
| Created | Between 1 June 2024 and 30 September 2024— estimated from Telegram’s id allocation, not measured. How this range is calculated. |
| First recorded | 8 August 2026 |
| Last confirmed live | 15 August 2026 |
| Measurements held | 4 |
| Confirmed unchanged | 1 time, most recently 15 August 2026 |
| On Telegram | t.me/Oro_Quotes1 |
Growth
| Measured (UTC) | Subscribers | Change |
|---|---|---|
| 15 Aug 2026, 03:12 | 206 | +1 |
| 8 Aug 2026, 11:17 | 205 | no change |
| 8 Aug 2026, 03:16 | 205 | +1 |
| 7 Aug 2026, 13:44 | 204 | first reading |
Engagement
20 posts held, back to 30 July 2025 — the reader has not yet reached the start of this channel’s public history, so older posts may sit further back, unread. Read across 1 pageof Telegram’s post history, 20 posts per page.
Nothing published in the last 30 days. ERR and ER are rolling 30-day measures, so there is nothing to compute — we hold 20 posts for this entry, the most recent from 2 November 2025. An engagement rate over an empty window would be a number about nothing.
Reaction mix
3 reactions across 3 posts, in 1 kind.
| Reaction | Count | Share | Share, drawn |
|---|---|---|---|
| ❤ | 3 | 100.0% |
No sentiment is inferred, and none should be read in. This table is ordered by count and by nothing else. Emoji do not carry stable meaning across languages or communities — 🙏 is thanks in one channel and mourning in another — so we publish which ones were pressed and how often, and pass no judgement on what an audience meant by them.
Precision. Telegram publishes reaction counts per emoji and short-forms each one — 4.34K, 1.2M — so any single kind at or above 1,000 reaches us at three significant figures, and only counts below 1,000 are exact. The shares above are ratios of those figures and carry the same error. This is also why the total here can differ slightly from a reaction total printed elsewhere on the page: both are sums of the same rounded parts, taken over samples with different edges.
Coverage. Reactions were read on 3 of the 20 sampled posts in this sample. Summed by Telegram’s own count on each post — not by adding up the per-emoji breakdown above — those same posts carry 3reactions in total: the kind of figure the paragraph above means by “a reaction total printed elsewhere on the page”.
Measured over the 20 most recent posts we hold, published 30 July 2025 to 2 November 2025, using the newest reading held for each. Telegram Stars are excluded: they are a payment, not a reaction, and they have their own section.
Recent posts
Narraa yoo fagaattees, ani sin yaada; maqaan kee yeroo hunda afaan koorraa hin badu. Ati dhimmoota koo warra hangafaa keessaa isa tokkodha. Karoorri koo inni dilbiin sun si waliin galmaa gahaa. Inumaayyuu isaan kaleysa si jaaladhe irra, isa har'aatu caala. Inni boriimmoo kan kana hunda caaluudha.❤️😘🙏🏽 Join Us// @TextJaalala @TextJaalala
❤1
Koo🥰 Gad fageenyi jaalala ani siif qabu ibsamuu hin danda'u. yeroo tokko tokko anumtuu amanuuf nan rakkadha. Jaalallikee wiirtuu jireenyaa koo hunda keeysa seenee, lubbuu koofi kee akka hin cabnetti kan walitti hidhedha. Dha'annaan onnee koo hundi maqaa kee sirba, yaadoonni sammuu koo hoogganan martis waayee keeti.♥️ Hiika jaalalaa isa dhugaa, jechuunis jaalala keessatti obsa, gara laafessummaafi jaalala ofittummaa h…
Yeroon tasgabbii dhabee guyyoonnikoo badu keeysatti; yeroo ifni aduu warqii natti ta'ee natti qaala'u keeysatti; ijjikee akka urjii samii halkan koo ibsee dukkana naannoo kiyyaa balleessa. Yeroo miirri kophummaa natti dhaga'amu" an kan keeti hunda keeysatti sii waliniin jira naan "jettee sagalee kee lallaafaaf mi'aawaan miira kophummaa naannoo kiyyaa Godaansitee addunyaa kana guutuu koluu koo jala galchita. Ati na…
Dhiirota qofaaf. Dubartii Jaalala Qabsiisuu yoo hin beekne ta'e ... iccitii kana fayyadami caldhisteetuma dhalaa jala fiigaa hin oolin.❤😁 ◉ Dubartii wayii erga jaalatteen booda akka ishiin si jaalattu osoo 'sin jaaladha' ishiin hin jedhin adda baafachu dandeessa. Kan jaalate yoo si ta'eyyuu osoo ofirratti hin beeksisin akka ishiin deebitee si jaalattu gochuu qabda. Akka ishiin si jaalatte mallattoolee adda addaa ila…
Jaalalleen kee waan ishee mudate hundumaa sitti himti taanaan, miira ishee hundumaa ifaaf bilisa taatee sitti himti taanaan, Gammadi! • ✍️Isheen kun baay'ee si jaallatti. Kana jechuun ati nama sanaaf iddoo boqonnaafi lafa itti fala argattudha... kanaaf faara itti hin badiin. Tasuma mira ishee dhaggeeffachuu hin nuffin. Akkuma waan yeroo bokkaan roobu namni figee mana wayi jalatti baqatu sana isheenis si jalatti mii…
👉Durbi durii jaalala filattee jibba ganti, durbi ammaa dhiira jala deemtee luka banti😁 👉Durbi durii jaalalaan qalbii nama fuuti, durbi ammaa birriif qabeenyaa irratti duuti😁 👉Durbi durii hojjettee of jijjiirti, durbi ammaa ija dhiiraa dura boroo micciirti😁 👉Durbi durii sirnaan gaa'ila dhaabdi, durbi ammaa bakkeetti luka dhaabdi😁 👉Ittoo durbi durii hojjettu miyaan laphee si buta, Ittoo durbi ammaa hojjettu albaati…
"Jaalala" Ati anaaf badhaasaa abaaboo jannataa kanaaf Onneen kiyyaa ka'ee siif dhaabbataa gaafan si jaalladhen hunda si caalchisee kanaaf jaalalli kee Onnee na tarsaasee ifti kee addeessaa mul'atni kee aduu oolmaan kee nakeessaa yoomiyyuu hin baduu an siifan uumamee kan biraan barbaaduu = ,= tiruuns foon mitii dhiigatu ititee kee jaalala mitii hiddatu nacitee ati uumamaanuu nama keessaa addaa Onnee koo keessaayyuu id…
Hiriyaan tee ykn jalaalleen tee waan mudate hundumaa sitti himti taanaan, miira isii hundaa ifaaf bilisa taatee sitti himti taanaan, Gammadi! • ✍️Isiin baay'ee si jaallatti. Kana jechuun ati isidhaaf iddoo boqonnaafi lafa itti fala argattudha... kanaaf faara itti hin tahiin,wan hunda anumatti himtii jettees hin ajaa'ibiin. Tasuma miira ishee dhaggeeffachuu hin dadhabiin si biratti boqonnaa argatti waan taheef boqo…
❤1
Nama akkana ni qabda? Nama gaafa ati gadditu si faana jiraatu Nama gaafa ati rakkattu si faana jiraate abshir sin jedhu Nama gaafa ati gammaddu gammachuu tee si waliin qoddattuu Nama yaada garaa keeti yoo itti himatttee sif hubatuu Nama osoo ati itti hin himnee ija kee irra beeke wan keeysa kee jiruu hubate fala sif maluu. Nama yaaddoof cinqaamni kee isa yaachisu. Nama amma amma waa'ee kee qoraatu maal irra j…
Yeroo nama jaalattan gonkumaa nama isiin duraa jaalalaan miidhamee hin jalaatina! Ofi si dura jaalate miidhame jira waan taheef, Deebise si miidha. Ittii yaade osoo hin taane jaalala keeysa si waliin eega galee akka kana dura miidhame sanitti deebihee miidhamu hin qabu je'ee sirra of qabuuf yaala. Osuma si jaalatu sitti of hin kennuu, akka ati barbaaddee sif hin tahuu, inni si duraa miidhame wan taheef yeroo hunda …
#Dubartii Jabduun bu'aa! ba'ii jireenyaatiif osoo harka hin laanne! Kaayyoo dhiiraa Galmaan geessi✍️ #Dhiira Jabduu Duuba, #Haadha_Manaa Cimtuun jiraachuu hin dagatin ✍️ #Kadiijaan /H/Mu'uumintootaa Qabeenyaafi Humnaaniis #Nabi_Mohammed??#SAW☘️ Cinaa dhaabbachaa turte, Ergamaa Keenya hin yaadda'in, Hin sodaatin Rabbiin hamtuudhaan sin tuqu jechaa Jajjabeessaa turte, Rabbiin Dubartii akkasi san nu haa taasisu 🤲 Join …
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Oro_Quotes1. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.
Forward network
Republishes
Channels on the register whose posts this channel has forwarded.
Built only from forwarded posts we have actually read, on both sides. Coverage is early and deliberately incomplete: a missing link means we have not read the post that would prove it, never that the relationship does not exist. Counts are distinct forwarded posts observed, so they only ever go up as we read more.
Mentions
Names
Channels on the register whose handles appear in this channel's posts.
A mention is a weaker signal than a forward and is counted separately for that reason — naming a channel is not republishing it, and a handle in a post body is easy to place deliberately. The post counts beside each row below are distinct posts in which the handle appeared, from posts we have read on both sides — the “Named by N registered channels” figure above is a different count, of distinct NAMING CHANNELS rather than posts, and is not the sum of the rows under it.
Cite this entry
A live page changes as we take new readings, so a citation should name the measurement it is based on, not just the URL. The line below cites the subscriber count as measured 15 August 2026 — this entry's latest reading, not the date you are reading this.
“ORO-QUOTES” (@Oro_Quotes1), 206 subscribers as measured 15 August 2026. Telegram Register, tgregister.com/channel/Oro_Quotes1.
Full measurement history, CC BY 4.0. Every reading this register holds for this entry, not just the latest one, as a dated, downloadable record: CSV · JSON. Free to use with attribution to tgregister.com. Each file carries its own generation timestamp, which is the figure to cite for exactly when the data was retrieved.