5 Mar 2026, 10:51 UTC≈1,020 views15 reactionsread 6 August 2026 ⚠️ SEENAA DHUGAA.💔😓
"Waggaa lama dura ergan barumsa xumuree hojii eegalee booda, guyyaa tokko hojii irraa yoon deebi'u dargaggeessa tokkoon karaa irratti wal agarre. Inni baay’ee dhabata qaba, akkaataa dubbii isaa immoo #onnee❤️ namaa kan booji’udha. Guyyaa sanaa eegalee dubbii eegalle...
Jaalalli keenya saffisaan guddate. Inni garuu waan hunda naaf godha, fuuldura keenya #bareedduu taasisa jedheen abdiidhaan eegaa …
❤9😢6
12 Jan 2026, 02:12 UTC≈1,370 views10 reactionsread 6 August 2026 Photo
💬#𝙏𝙀𝙓𝙏_𝙅𝘼𝘼𝙇𝘼𝙇𝘼™❣️
♡ ㅤ ❍ㅤ ⎙ㅤ ⌲
ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ
𝖧𝗂𝗋𝗂𝗒𝖺𝖺 𝖪𝖾𝖾𝗌𝗌𝖺𝗇 𝗁𝗎𝗇𝖽𝖺𝖺𝖿 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘 𝗀𝗈𝖽𝗁𝖺𝖺 𝗝𝗢𝗜𝗡 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️🩹🔋
Show us your love by react.🔺
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡ @textjaalala
❤10
12 Jan 2026, 01:08 UTC≈1,160 views6 reactionsread 6 August 2026 Photo
Mee qubee namaa jaalataan tokko comment godhaa
❤6
12 Jan 2026, 00:31 UTC≈1,100 views8 reactionsread 6 August 2026 Photo
💬#𝙏𝙀𝙓𝙏_𝙅𝘼𝘼𝙇𝘼𝙇𝘼™❣️
♡ ㅤ ❍ㅤ ⎙ㅤ ⌲
ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ
𝖧𝗂𝗋𝗂𝗒𝖺𝖺 𝖪𝖾𝖾𝗌𝗌𝖺𝗇 𝗁𝗎𝗇𝖽𝖺𝖺𝖿 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘 𝗀𝗈𝖽𝗁𝖺𝖺 𝗝𝗢𝗜𝗡 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️🩹🔋
Show us your love by react.🔺
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡ @textjaalala
❤5👍3
12 Jan 2026, 00:31 UTC≈1,020 views2 reactionsread 6 August 2026 Photo
💬#𝙏𝙀𝙓𝙏_𝙅𝘼𝘼𝙇𝘼𝙇𝘼™❣️
♡ ㅤ ❍ㅤ ⎙ㅤ ⌲
ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ
𝖧𝗂𝗋𝗂𝗒𝖺𝖺 𝖪𝖾𝖾𝗌𝗌𝖺𝗇 𝗁𝗎𝗇𝖽𝖺𝖺𝖿 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘 𝗀𝗈𝖽𝗁𝖺𝖺 𝗝𝗢𝗜𝗡 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️🩹🔋
Show us your love by react.🔺
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡ @textjaalala
❤2
12 Jan 2026, 00:30 UTC963 views2 reactionsread 6 August 2026 Photo
💬#𝙏𝙀𝙓𝙏_𝙅𝘼𝘼𝙇𝘼𝙇𝘼™❣️
♡ ㅤ ❍ㅤ ⎙ㅤ ⌲
ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ
𝖧𝗂𝗋𝗂𝗒𝖺𝖺 𝖪𝖾𝖾𝗌𝗌𝖺𝗇 𝗁𝗎𝗇𝖽𝖺𝖺𝖿 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘 𝗀𝗈𝖽𝗁𝖺𝖺 𝗝𝗢𝗜𝗡 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️🩹🔋
Show us your love by react.🔺
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡ @textjaalala
❤2
27 Dec 2025, 21:05 UTC≈1,210 views6 reactionsread 6 August 2026 Yeroo tokko tokko sansalatni bilisa akka hin taane kan nu dhorku qaama caalaa sammuudha
❤6
27 Dec 2025, 20:43 UTC≈1,170 views2 reactionsread 6 August 2026 Osoo waadaa eegun akka waadaa seenuu salphaa ta'ee; Onneen namoota hedduu hin cabu ture! 😓
Join Us// @TextJaalala
@TextJaalala
❤2
25 Dec 2025, 21:44 UTC≈1,560 views5 reactionsread 6 August 2026 SIRRITTI NAAF HUBAADHU !!!
👉-kan yeroo hundaa kolfu beekumsa of dhoorka.
👉-kan yeroo hundaa kadhatu kennaa of dhoorka.
👉-kan yeroo hundaa kakatu amantii of dhoorka.
👉-kan yeroo hundaa jarjaru hiree of dhoorka.
👉-Dubbachuun immoo gootummaa miti!
👉-Callisuun sodaaf miti !
👉-Kaayyoo kee hin dagatin!
👉-DHaageesseef hin dubbatin!
👉-Argaateedhaaf hin nyaatin!
👉-Waan xiqqoof hin gowwoomin!
👉-Icciitii kee hin himatin!
👉-Ra…
❤3👍1🔥1
24 Dec 2025, 22:17 UTC≈1,200 views2 reactionsread 6 August 2026 Photo
Murtii jaalalaa miira nageenya ati addunyaa kam keysa jiraachu kiyyaf na barbaachifta yeroo golli onnee tiyyaa kophaa fi dukkana if sehutti situ akka urjiilen samii bareechanitti
onnee tiyya keysaa ifee na bareecha, murtii
jaalalaa akka salphaan ibsuu hin yaadu.
Si hubachu,dhageeffachuu fi yeroo qabaachun
heddu na gammachisa. Wal jaalachuun filannoo
keenya ta'us, jaalala uumun fedha uumati nutis fedha isaatin tikfam…
❤2
14 Nov 2025, 22:00 UTC≈1,700 views9 reactionsread 6 August 2026 Sagalee kee kilolee saniin yeroo " hello " jettu onneen too bakka meeqa taati yaadi me🥹itti aansite hamdiyyee gaafa naan jettuu akka nama dubbii wallaalu tokkoottin hudhan hudhame Sagalee laaftu takkan "oyyee ''je'ee si jalaa owwaadha. Jechootaa dilaa tokko qopheeyfadheen,yaadaaf karoora dilaa tokko baafadhe yeroon Sagalee tee san dhagahee hunda nin dagadha!! tan ati jettu malee taniin yaade san nin irranfadha, maali…
👍6❤3
13 Nov 2025, 22:54 UTC≈1,670 views3 reactionsread 6 August 2026 Namni akka nama dhugaan si jaalatuu miira kee siif hubatu, rakkoo ati keessa jirtu hanga humna isaatti si waliin qooddatu hin jiru. Namni dhugaan si jaalatu yeroo jaalalaa qofa si waliin dabarsee deemuu oso hin taane, bara jireenya isaa guutuu si waliin jiraachuuf murteessa.
- Namni dhugaan si jaalatu si gorsa, siin lola, sitti aara, waa'een kee isa dhiphisa. Haasawa kamuu keessatti hamilee kee eega. Nama jaalannuun…
😈2❤1
Showing the 12 most recent of 16 posts we hold for @textjaalala. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.