27 Jan 2026, 23:04 UTC≈2,150 views19 reactionsread 7 August 2026 "Yeroon Aangoorra turetti waanin hojjedhe keessaa Mahammed Gaadaafii ajjeesuu kootti nan gaabbe"Barack Husen Obama.
--
➞Wantotni Mootota irraa Gaadaafii adda taasisu waa 3:-
👉Mootii gulantaa Marshaalii qabu,
👉Mootii shugguxxiin isaa warqii irraa hojjetamee fi
👉Mootii ejjennoodhaan imaamata warra Lixaa mormu ture...
--
➞Jechoota ajaa'ibsiisoo Gaadaafiin dubbatee fi biyyoota Lixaa mufachiise keessaa,...
==
➤"Dimokiraa…
❤18👎1
27 Jan 2026, 23:00 UTC≈1,700 viewsread 7 August 2026 👉Namoota YEROON fuula itti naanneffatte waliin utuu jirtuu,waa'ee qabeenyaa hin haasa'iin.Sanaanis hin booniin.Keessattuu namoota daa'ima/dhala godhachuu hin dandeenye gidduu teessee waa'ee daa'imaa/dhalaa haasa'uu irraa cimsii of qusadhu.
(Kanin dubbiserraa akkan hiiketti)
(Quotes-Nelson Mandella)
(Source-Mindset for success
27 Jan 2026, 23:00 UTC≈1,740 views8 reactionsread 7 August 2026 👉"Namni tokko akka si dhaga'aa jiru utuu beektuu,yeroo lamaa ol hin waamiin.Yoo deebii siif kennuu baate tarii waan hojjechaa jiru akka qabu yokiin yeroo mataa isaatiitti deebii siif kennuu akka barbaade siif haa galu
👉Qarshii liqeeffattee,liqeessaan utuu si hin gaafatiin dura deebisi.Ammam jecha keef amanamaafi nama waadaa eegu akka taate kan si qulqulleessu isadha.Dibaabee ergifattees haa ta'u kobbee,utuu hin gaaf…
❤8
27 Dec 2025, 21:05 UTC≈1,480 views6 reactionsread 7 August 2026 Yeroo tokko tokko sansalatni bilisa akka hin taane kan nu dhorku qaama caalaa sammuudha
👍6
27 Dec 2025, 21:05 UTC≈1,540 views9 reactionsread 7 August 2026 Osoo waadaa eegun akka waadaa seenuu salphaa ta'ee; Onneen namoota hedduu hin cabu ture! 😓
❤9
26 Dec 2025, 22:58 UTC≈1,430 views10 reactionsread 7 August 2026 💓Jaalalleewwan Afuur kan qabu abbaa qabeenyaa(sooressa) beekama tokkotu ture. Jaalallee ishee arfaffaa hunda caalaa garmalee jaalata ture. Waan ishee jaalatuuf waan hundaa isheef gochuun sirritti akka gammaddu taasisa ture.
💓Jaalallee ishee sadaffaa ammoo jaalachuu qofa osoo hin taanee ittiinis ni boona; ittiin oftuula; akkasumas bakkee(addababayi)tti itti mul'achuu barbaada. Haa ta'u malee gattee akka hin deemneef …
❤10
26 Dec 2025, 22:58 UTC≈1,320 viewsread 7 August 2026 Namni dubbisu hin badu! Baga dubbiste!
Yoo sitti tole share godhii darbi
➪𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 🫶 ☞︎︎︎ 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 & 𝐣𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️🩹🔋☟︎』
☛ @Hariiroo_jalaala ☜︎
☛ @Hariiroo_jalaala ☜︎
26 Dec 2025, 22:58 UTC≈1,500 views5 reactionsread 7 August 2026 Namnii maaliif argaa kee jibba beektaa ?
====<<<<<>>>>>>>>><<<<<>>=======
Namoonnii Yeroo Si Jibban
Waantota Kanatu Duuba Jira! Beeki.!!!
•💦Akka kee ta'uu barbaadanii yoo dadhaban.
•💦isaan caalaa waan kabajamteef.
•💦Si waliin dorgomanii mo'amuu isaanii yoo mirkaneeffatan...........
•💦Dhageettii isaan yeroo hunda argachuu barbaadan, ati argattee isaan yoo dhaban......
•💦Jireenya kee fi kan isaanii wal cinaa qabanii, …
❤5
19 Nov 2025, 21:56 UTC≈1,520 views7 reactionsread 7 August 2026 Amaloota Yeroo Durbi Tokko Dhiira Jaallattu Agarsiiftu:👉
===========================
1. Yeroo Haasoftu, Kolfitu, Taphattuu Fi Teessu Ija Hattee Hattee Si Ilaalti Taanaan
2. Si Fuulduratti Dhiiraa Wajjin Taphachuu Fi Hasa'uu Baayyifti Taanaan
3. Yeroo Hiriyoota Ishee Waliin Teessu Waa'ee Kee Hammaa Hamma Haasofti Taanaan
4. Lafa Ati Jirtutti Dhiyoo Taahuu Jaallatti Taanaan.
5. Gaafa Sitti Haasoftu Harkishee Fi Qaamni…
👍7
19 Nov 2025, 21:14 UTC≈1,420 views4 reactionsread 7 August 2026 Shammaran #keenyaa waliin haa duubbisnu!!
Jarsi kee akka sirraatti hin fuune fi akka inni dhugaan si jalatuu yoo barbaade gorsa kanatti fayaadami!.👇😕
1, Qulqullinna kee sirritti egaadhu.
2, kan isaas akka inni eegatuu gorsii.
3, jalaala isaaf qabduu yeroo hunda itti himi.
4, nyaata mi'aawa nyachisii.
5, yeero dubbatuu sagalee kee gadii qabii haalan dubbadhu.
6, yeroo kamuu huccuu bareeda qulqulluu ta'ee uffaadhu y…
❤4
19 Nov 2025, 21:05 UTC≈1,200 views7 reactionsread 7 August 2026 #Mugaabeen dhiironni hedduun bakka tokkotti dhaabbatu, dubartoonni hedduunis sababoota 15 kanaaf waardiyyaa dhaabbatu jedha.
1. Yoo bareedduu taate➡️yaadni ishee zeeroo ta'a!
2. Yoo beektuu taate ➡️ gabroomfataa taati!
3. Yoo dureeyyii taate ➡️si hin kabajju!
4. Hojjettuu cimtuu yoo taate ➡️ yeroo siif hin qabdu!
5. Yoo abbaa irree taate ➡️ulaagaan ishee ol'aanaa ta'a.
6. Yoo lallaaftuu taate ➡️ onneen ishee dhiiran…
❤6👍1
19 Nov 2025, 21:03 UTC≈1,130 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @hariiroo_jalaala. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.