8 Mar 2025, 14:58 UTC≈1,550 views19 reactionsread 4 September 2026 #Mikuraab(Bakka_Walitti_Qabamaa_Ayihudoota
(Torbee 3ffaa sooma Guddaa) Bagaa Gessaan!
****
Mikuraab:-jechuun mana kadhannaa(bakka kadhannaa) jechuu dha .Iyyesusis guyyaa sanbata gara mikuraabi ayihuudota(mana kadhannaa walitti qabamaa)ayihuudootatti yeroo galeetti mana kadhannaa sana bakkee bittaaf gurgurtaa godhanii yeroo wal irraa bitanii gurguuran isaan argee . kana yeroo godhaan yeroo argetti "Manni koo mana kadh…
❤7👍7👏5
12 Jan 2025, 06:05 UTC962 views5 reactionsread 4 September 2026 File
Wangeelatti kan amantanii (2)
Baga ifa cuuphamuu Gooftaa Nagaan geessani (2) Eeyyee
ሆረ ኢየሱስ /2/
እም ገሊላ /3/ ሀበ ዮሐንስ
Deeme Iyyesuusi(4)
Galiilarra gara(2) Yohaannisi
እግዚኦ መርሐ ዮርዳኖስ አጽብሐ
ወበ እየ ዮሐንስ ወበ እየ ፍፁመ ተፈስሐ
ጌታውን መራና ዮርዳኖስ አደረሰው
በዚህም ዮሐንስ በዚህም ፈፅሞ ደስ አለው
Gooftaasaa duursee
Yordanoosiin kan geesse (2)
Guyyaa sanas Yohaannisi (2)
Ni gammade baay'isee
ኀዲጎ ተስዓ ወተስዓተ ነገደ (2)፤
ማዕከለ ባህር (4) ቆመ ማዕከለ ባህር
Gurguddoota d…
👍4🤔1
28 Dec 2024, 18:34 UTC≈1,200 viewsread 4 September 2026 "#WAAQNI ITTI #AMANNU BOBA'AA IBIDDAA KEESSAA NU OOLCHUU NI DANDA'A!"
#DAAN. 3:17.
#BAGA AYYANAA WAGGAA HANGAFAA ERGAMOOTAN QULQUULU GABRI'EEL ISIIN GAHEE!!!.
#Mudde 19.
#Guyyaa Q/Gabri'eeliin itti yaadatamuudha. Guyyaa hangafni ergamootaa Q/Gabri'eeliin itti yaadatamuudha. Ergamaan kun yeroo Diyaabiloos "Anatu isin uume!" jedhee goolii kaasee yeroo ergamoonni jeeqaman "Bakka jirrutti jabaannee haa dhaabannu!" jedhee…
18 Dec 2024, 19:35 UTC836 views3 reactionsread 4 September 2026 Photo
Hireen isin hin hiraarsin
Namni hunduu mul'ata qaba . Alii kufaa , alii ammoo ka'aa galma isaaf guguufa. Obboleessi keenya Gammadaa Baayisaa Yuunivarsitii Dirree Dhawaatti barataa "Industrial Engineering" waggaa 5ffaati. Nama naamusa qabeessaa fi naatoo qabuudha. Hireen hiraarsitee , dargaggeessa rakkoon harka hin kennachiifne , dhukkubni harka kennachiftee , amma itti cimee yaalaaf ciisee jira. Yaa ta'u malee maa…
🔥2😭1
23 Nov 2024, 17:33 UTC≈1,190 views10 reactionsread 4 September 2026 🙏🏻SOOMA RAAJOTAA 🙏🏻
🎚️Sadaasni kudha shan (15) guyyaa itti Soomni Raajotaa eegaluudha. Soomni raajota yeroo mara sadaasa 15 kan eegalu yoo ta'uu bara Yohaannis (muddee 28) irraa kan hafee hanga muddee 29ti ykn jala bultii dhalachuu gooftaa keenyaatti kan lagatamuudha. Soomni kun soomiiwwaan gurguddoo mana kiristaanaa keenyaa torba (7) keessa isa tokkodha.
🎚️Soomni kunis maqaawwan adda addaan ni waamama/beekama. Is…
❤5🥰3👏2
31 Oct 2024, 06:24 UTC≈1,050 viewsread 4 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
27 Oct 2024, 06:13 UTC≈1,100 views7 reactionsread 4 September 2026 🌺 🌿 🌺 🌿 🌺 🌿
👑 " Isxifaanos " jechuun Qooqa giriikin Gonfoo jechuu dha!
🌿Kan dhalatee isra'elitti yoo ta'uu Bakka #Haanos jedhamtuttii dha ! Abba isa simi'on, Haadha isa Hanna irraa amajjii guyyaa 1, dhalatee 🙏👑🙏
👑Diyaaqonota 7 n kessaa tokkoo yoo ta'uu Dursa/hoggaana daqonotaa turee 🙏
🌿Miila yohanis cuupha jalaa ta'ee wangeela waaqayyoo kan baratee! Duuka bu'ootas kan tajajilee dha🙏
👑 Gooftaa …
🥰4❤2👏1
30 Sept 2024, 04:31 UTC953 views5 reactionsread 4 September 2026 Photo
"Fannoo isaatiin nageenya buuse" Qol. 1:20
Maqaa Abbaa kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqa tokkoon Ameen.
✍️ Jaallatamtoota maatii Waaqayyoo, hordoftootni channel kanaa fi kanneen barreeffama kana dubbiftan hundi keessan Baga Kabaja Yaadannoo Ayyaana Fannoo Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos kan bara 2016 ykn marsaa 1,689ffaa nagaan isin ga'e nu ga'e!
✍️ Maarree erga Waaqayyo umurii nuuf kennee guyyattii kanaan nu ga…
🥰4🕊1
28 Sept 2024, 02:41 UTC≈2,180 views6 reactionsread 4 September 2026 Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Afuura Qulqulluu
Waaqa Tokkootti ni Amanna Ameen.
Baga Geessan⚫️✝️🔴✝️⚪️✝️
...Mootittii Illeen...
Ashamaa akkam jirtu hundii keessani
Garaanaf garasii gidduus kan teessani
Damaraa fannoo kabajuuf kan dhuftanii
Baga geessani hunduntii keessani×2
Mootittiin illeen damaraa dhaabbattee
Raajii dalaguuf waaqayyoon kadhatte
Muka walitti qabdee Abiddaan gubdee
Aarri isaas deemee garaa tulluu guddaa
…
🥰2❤1👍1👏1🔥1
26 Sept 2024, 04:46 UTC910 views9 reactionsread 4 September 2026 Photo
𝙱𝙰𝙶𝙰 𝙶𝙴𝙴𝚂𝚂𝙰𝙰𝙽
Xiyyee jalaa akka bahaniif warra si sodaataniif mallattookee kenniteef! Faar. 59:4-5 #Fannoo Kakuu Haaraatti
Kakuu Haaraa keessatti fannoon mallattoo abaarsaa ta’uun isaa hafee kan raajiin dubbatamaa ture itti raawwatee fi fayyina dhala namaatiif mallattoo ta’uun isaa (xiyyee diina jalaa ittiin miliqan) kan itti mirkanaa’edha. Ayyaana Masqalaa (Fannoos) akka kabajnu kan …
🥰6❤3
22 Sept 2024, 06:55 UTC731 views1 reactionsread 4 September 2026 Photo
𝐁𝐀𝐆𝐀 𝐒𝐀𝐌𝐁𝐀𝐓𝐀 𝐐𝐔𝐋𝐐𝐔𝐋𝐋𝐄𝐓𝐓𝐈𝐈
𝐆𝐄𝐄𝐒𝐒𝐀𝐍 𝐒𝐀𝐌𝐁𝐀𝐓𝐀
𝐆𝐀𝐀𝐑𝐈𝐈 𝐐𝐀𝐁𝐀𝐃𝐇𝐀𝐀
https://t.me/SAGALEE_FAYYINAA
❤1
Channel photo updated
Showing the 12 most recent of 14 posts we hold for @SAGALEE_FAYYINAA. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.