Yaanni heddummaatee Garmalee dhiphattus Fayyaa gaarii dhabdee Yeroo dhaaf dhibamtus Utuu waan balleessin Firumaan jibbamtus Harki kee waa dhabee Hiyyummaan rakkattus Abdii hin muratin Kan si uume irraa Boossee itti himannaan Ni fuudha inni sirraa Kan Rakkina boodan Dhufu bal'oo tahuu Beekii obsi rakkoo Ammaaf sirra gahuu Share Godhaa Ajajaamiti Khabajaan ๐๐ https://t.me/hamzahassen1

Channel
๐ช๐ฎ๐น๐ฎ๐น๐ผ๐ผ ๐ ๐๐๐น๐ถ๐บ๐ฎ๐ฎ
@walaloomuslimaa
On this record: Growth ยท Engagement ยท Reactions ยท Posts ยท Citations ยท Cite this entry
416subscribers
+4 since we began measuring on 7 August 2026
Risers and fallers across the register ยท movement among entries of Under 1,000.
Register entry
| Telegram ID | -1002219563728 |
|---|---|
| Type | Channel |
| Username | @walaloomuslimaa |
| Created | Between 1 June 2024 and 30 September 2024 โ estimated from Telegramโs id allocation, not measured. How this range is calculated. |
| First recorded | 8 August 2026 |
| Last confirmed live | 5 September 2026 |
| Measurements held | 5 |
| Confirmed unchanged | 3 times, most recently 5 September 2026 |
| On Telegram | t.me/walaloomuslimaa |
Growth
| Measured (UTC) | Subscribers | Change |
|---|---|---|
| 22 Aug 2026, 03:48 | 416 | -2 |
| 14 Aug 2026, 12:36 | 418 | +5 |
| 8 Aug 2026, 05:34 | 413 | no change |
| 7 Aug 2026, 16:54 | 413 | +1 |
| 7 Aug 2026, 12:40 | 412 | first reading |
Engagement
20 posts held, back to 13 May 2026 โ the reader has not yet reached the start of this channelโs public history, so older posts may sit further back, unread. Read across 1 page of Telegramโs post history, 20 posts per page.
Nothing published in the last 30 days. ERR and ER are rolling 30-day measures, so there is nothing to compute โ we hold 20 posts for this entry, the most recent from 3 August 2026. An engagement rate over an empty window would be a number about nothing.
Reaction mix
20 reactions across 10 posts, in 3 distinct kinds. The most used accounts for 50.0% of them.
| Reaction | Count | Share | Share, drawn |
|---|---|---|---|
| โค | 10 | 50.0% | |
| ๐ฅฐ | 7 | 35.0% | |
| ๐ | 3 | 15.0% |
No sentiment is inferred, and none should be read in. This table is ordered by count and by nothing else. Emoji do not carry stable meaning across languages or communities โ ๐ is thanks in one channel and mourning in another โ so we publish which ones were pressed and how often, and pass no judgement on what an audience meant by them.
Precision. Telegram publishes reaction counts per emoji and short-forms each one โ 4.34K, 1.2M โ so any single kind at or above 1,000 reaches us at three significant figures, and only counts below 1,000 are exact. The shares above are ratios of those figures and carry the same error. This is also why the total here can differ slightly from a reaction total printed elsewhere on the page: both are sums of the same rounded parts, taken over samples with different edges.
Coverage. Reactions were read on 11 of the 20 sampled posts in this sample. Summed by Telegramโs own count on each post โ not by adding up the per-emoji breakdown above โ those same posts carry 20 reactions in total: the kind of figure the paragraph above means by โa reaction total printed elsewhere on the pageโ.
Measured over the 20 most recent posts we hold, published 13 May 2026 to 3 August 2026, using the newest reading held for each. Telegram Stars are excluded: they are a payment, not a reaction, and they have their own section.
Recent posts
Wahiin taajjabutti jira Waan taheefuu moojii, Ija fagootiin mil'adhee Hubachuun anaaf hoji, Akka qeerrensa baddaa Akka leenca gammoojjii, Riphee qaamaan sasee Qaroo ergee qalbii wajji, Xiyyeeffannoo kennee, Gaafaan sirritti ilaalu, Waan hedduun hubadha Qoricha jabaa na yaalu. Share Godhaa Ajajaamiti Khabajaan ๐๐ https://t.me/hamzahassen1
ABSHIR!! Rakkinni barbaree ta'ee Gaafa si haxxiffachiisu qufaa Harkakee olqabdee Rabbitti iyyuu qofaa Gaafa isatti iyyitu Si agarsiisa daandii Hojjechuu dandeessa Maal ati namaa gadii? Rabbiikeetti hirkattee Gaafa buutu karaa Siif salphachaa dhufa Inni akka gaaraa Jireenyi gaafa ulfaatu Keessa keetti akka arbaa Jabaattee hojjennaan Yoomillee ni darbaa Share Godhaa Ajajaamiti Khabajaan ๐๐ https://t.me/hamzahassen
โค1
Ibaadaakee jaallatee Milkii zalaalamaa Sihaamilkeessu rabbiin Sirraa qabee zaalima .....โโโโโโ
Dhiigaan si nyaachisaaโ๏ธ๐ ๐ชก๐ชก๐๐ชก๐ชก๐๐ชก๐ชก Yoo ciniinte nama๐งโโ๏ธ Sareen ๐ miila qabdee, Maaltu sirraa nama Yoo obsuu dadhabde ๐ค Namni qabu harkaa Uleen haa haleelu, ๐ซ Kuuniis laalee arkaa Boruuf sin kajeelu, Dhiitii gamas buusi Guyyuma si laalte, Harma haadhaa guusi Yoo tola wallaalte, Yoo maraatte sareen๐ Lubbuu teetiif sodaa, Hanga ifii bareen Siif saffara qodaa, Tuffattee yoo dhiifte Garee deemtu garaaf, Hurre sitti bโฆ
An harka kankeen eeggadha Hin eeggadhu kan namaa Kennaa harka namaarras Keetu naaf amanamaa Namni xiqqoo naa hiixatee Har'a yoo nabaases rakkoo Bor kokkee kiyya qabee Fiddamoon fiddu waankoo Jedhee nagaafachuun isaa Bulee nafu gaaftokkoo Kanaaf ati yaarabbiikoo Osoo jiruu balballikee Hulaa namaa nandhaabin Ballaadha rahmannikee Share Godhaa Ajajaamiti Khabajaan ๐๐ https://t.me/hamzahassen1
โค2๐ฅฐ1
Waan hedduutuu jira Nuti jechuu feenaan, Garaa duwwaa hafa Mara tufuuf ceenaan, Sanumaafuu arraata Qusachuun gaarii taha, Sardamaan futtaaftu Hamtuu sirraa bahaa, Dhandhachi tokkumaa Foon guutuu balleeysa, Kanaafuu jechootaas To'achuun barbaachisa. Share Godhaa Ajajaamiti Khabajaan ๐๐ https://t.me/hamzahassen1
Rabbi nuuf haa tolchu Dabduu nuuf sirreysee Nurraa haa qajeelchu Jiruu nuuf miidhaysee ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
๐ฅฐ1
๐ฅWalalooโ ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ Uffata gaarii dhabee Yeroon uffadhu moofaa Hiyyuumaa duruu beektu Oliif gad nama oofaa Ati gamootti galtaa Manni koo ta'us hulaa kankee kadhaa hin dhufuu Isuma keessan bulaa! Bifti koo daalachaa'us An garuu mitiim doofaa Mana kootii immoo hin qabuu # Firaashii gaariif #soofaa ! Waan namaas hin barbaaduu Natti fidiinaa dhiisaa An #keeshaa koo afadheen Gammadee kolfaa ciisaa Jiruun koos nattiโฆ
โค1
Lij Iyyaasuu โ: Mootii haqaa Hoogganaa sirrii Akka jara kaanii Kan hin yaanne sharrii Wal kan hin caalchifne Amantii fi saba Kan yoomuu haqa malee Hin dubbanne soba Abbaa ejjannoo dhugaa Abbaa onnee qulqulluu Yartuun waan feete jettus Dharri dhugaa hin awwaalu Warri sammuun zeeroo Warri seenaa hin qabne Warri hammeenya malee Waan gaarii hin yaanne Warra miidhaa raawwachuun Isaan gammachiisu Warra seenaa hin qabโฆ
Qabeenyi nagaan bitu โจ Qabaattee dhimmakeeti ๐ค Ispoonjii gaarii soofaa ๐ฅ An lafayyuu nan ciisa ๐๏ธ Uffadhee citaa moofaa ๐๏ธ Ati utuu Amsoolaa adii ๐ Jijjiirtee sagal haftuu ๐ Qabeenyakee herregda ๐๏ธ Sekoondii takkan raftuu โฑ๏ธ Ati qabeenya tuuluuf ๐คฒ Of dhiphifta gar-malee ๐ช Ani kolfaan deema ๐ถ Yoon ooles nyaata malee ๐ Suufii fooqii dhiisanii ๐ Yoo du'an biyyoo lixuu ๐ "Fataa" jedhii jiraadhu ๐ฃ๏ธ Qabeenyi nagaan bitโฆ
ูุง ู ูุญูู ููุฏ ุฅููู ูููุงูู ุฅุจูู ูููุงูู ููุตูููู ุนูููู .๏ทบ
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @walaloomuslimaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked โ was rounded by Telegram before we ever saw it โ t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so โ1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.
Forward network
Republishes
Channels on the register whose posts this channel has forwarded.
Built only from forwarded posts we have actually read, on both sides. Coverage is early and deliberately incomplete: a missing link means we have not read the post that would prove it, never that the relationship does not exist. Counts are distinct forwarded posts observed, so they only ever go up as we read more.
Mentions
Names
Channels on the register whose handles appear in this channel's posts.
A mention is a weaker signal than a forward and is counted separately for that reason โ naming a channel is not republishing it, and a handle in a post body is easy to place deliberately. The post counts beside each row below are distinct posts in which the handle appeared, from posts we have read on both sides โ the โNamed by N registered channelsโ figure above is a different count, of distinct NAMING CHANNELS rather than posts, and is not the sum of the rows under it.
Cite this entry
A live page changes as we take new readings, so a citation should name the measurement it is based on, not just the URL. The line below cites the subscriber count as measured 22 August 2026 โ this entry's latest reading, not the date you are reading this.
โ๐ช๐ฎ๐น๐ฎ๐น๐ผ๐ผ ๐ ๐๐๐น๐ถ๐บ๐ฎ๐ฎโ (@walaloomuslimaa), 416 subscribers as measured 22 August 2026. Telegram Register, tgregister.com/channel/walaloomuslimaa.
Full measurement history, CC BY 4.0. Every reading this register holds for this entry, not just the latest one, as a dated, downloadable record: CSV ยท JSON. Free to use with attribution to tgregister.com. Each file carries its own generation timestamp, which is the figure to cite for exactly when the data was retrieved.