28 Aug 2026, 18:07 UTC186 views2 reactionsread 29 August 2026 Photo
Qorannoon tokko akka addeessutti, dhuufuu ofii fuunfachuun ykn ulachuun fayyaa sammuutif gaaridha. Keessattuu, gaasiin hydrogen sulfide jedhamu seelii sammuu miidhaa irraa ittisuun dandeetti yaaduu dabaluu fi dhukkuboota akka Alzaayimarsii (irraanfannoo) ittisuu danda'a. Gaasiin kun hamma xiqqaadhaan akka farra-summitti (antioxidant) tajaajiluun miidhaa seelii irra gahu ittisa. Kunis qoriicha baasii malee karaa uumam…
👍1👏1
27 Aug 2026, 17:33 UTC398 views6 reactionsread 29 August 2026 Dinqiiwwaan wal qunnamtii saalaa kanneen beektuu laata?
○•••••••••••••••••••○••••••••••••••••••○
1) Dhiirri tokkittiin spermii dubartii addunyaa kanarra jiran ulfeessuu danda'u torban tokko keessatti oomishuu ni danda'a.
2) Dubartoonni persentii 65 ol erga waggaa 80 darbaniiyyuu wal qunnamtii saalaa ni raawwatu jedha qorannoon tokko.
3) Dubartiin biyya raashiyaa tokko jaarraa 18ffaa keessa daa'imman 67 deessee tur…
❤4👍2
27 Aug 2026, 17:32 UTC357 viewsread 29 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
25 Aug 2026, 18:16 UTC550 views2 reactionsread 29 August 2026 DURBUMMAA( VIRGINITY)
==========
*Durbummaan waan baay’ee haphii ‘ hymen or thin film of membrane’jedhamu,ulaa afaan qaama saalaa durbaa haguugee kan argamudha. ‘Hymen’ kun haphii waan ta’eef yeroo baay’ee qunnamtii saalaa jalqabaa irratti tarsa’a.
'Hymen’ kun gosa adda addaa qaba, isaan keessaa:
1.haphiifi qaawwa xiqqoo kan qabu (septate): kun gosa dubartootni hedduun qaban ta’ee qunnamtii saalaa jalabaa irratti ni …
❤2
25 Aug 2026, 18:16 UTC467 views1 reactionsread 29 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤1
25 Aug 2026, 12:30 UTC530 views1 reactionsread 29 August 2026 Faayida walqunnqmtii saalaa raawwachuun dhiirotaaf qabu.
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
Walqunnamtii saalaa raawwachuun yeroo baay'ee akka waan fedha ofii ofirraa baasuu akka ta'eetti ilaalama, garuu faayidaalee hedduu qaba faayidaa inni dhiirotaaf qabu keessaa muraasni kanneen gadiiti
1. Faayidaa fayyaa qaamaa:
🍎Fayyaa onnee fi ujummoolee dhiigaa: Sochiin saalqunnamtii raawwachuun fayyaa onnee…
❤1
25 Aug 2026, 12:30 UTC453 viewsread 29 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
25 Aug 2026, 04:00 UTC521 views3 reactionsread 29 August 2026 Mallattoo bishaan qaama keessaa hir’achuu bal’inaan:
1. Hafuura badaa yeroo hafuura baaftu akka hafuura badaa dhagahamu
2. Dadhabbii fi humna qaamaa hir’achuu
3. Ulfaatina qaamaa gadi bu’uuf ka’umsa ta’uu
4. Dhiita’uu yookaan miilla, harka fi fuula ni dhaabbachuu
5. Gogaa goguu fi jilba gogaa diimaa ta’uu
6. Sammuu keessa yaada walitti fiduu dadhabuu
7. Qufaa gogaa
8. Dhukkubbii lafee fi morma
9. Mataa dhukk…
❤3
25 Aug 2026, 04:00 UTC375 viewsread 29 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
24 Aug 2026, 19:34 UTC455 views2 reactionsread 29 August 2026 Photo
#XAUUSD (#GOLD) ANALYSIS 📊
$GOLD remains bullish after holding the 4630–4620 buy zone. A sustained move above 4640 can open the upside toward 4660 (TP1) and 4680 (TP2).
🔹 Buy Zone: 4630–4620
🎯 TP1: 4660
🎯 TP2: 4680
⚠️ Resistance: 4675–4680
Bullish momentum remains strong, but watch the 4680 area for rejection.
#GoldSignals
❤2
24 Aug 2026, 19:31 UTC418 viewsread 29 August 2026 Photo
#XAUUSD (#GOLD) ANALYSIS 📊
$GOLD remains bullish after holding the 4630–4620 buy zone. A sustained move above 4640 can open the upside toward 4660 (TP1) and 4680 (TP2).
🔹 Buy Zone: 4630–4620
🎯 TP1: 4660
🎯 TP2: 4680
⚠️ Resistance: 4675–4680
Bullish momentum remains strong, but watch the 4680 area for rejection.
#GoldSignals
24 Aug 2026, 12:26 UTC507 views1 reactionsread 29 August 2026 Photo
#Buna_aannanii
Buna aannaniin dhuguun faayidaalee dabalataa tokko tokko qaba. Keessattuu, namoonni gubaa laphee qaban aannaniin dhuguun gaariidha. Akkasumas, bunni aannanii hamma keemikaala kaafiinii buna keessa jiruu waan hir'isuuf carraan inni hirriba dhoowwu gadi bu'a waan ta'eef galgala galgala aannaniin dhuguun gaariidha. Dabalataan, buna aannanii irraa faayidaalee biroo aannan fi Buna irraa argannu tokko tokko …
❤1
Showing the 12 most recent of 72 posts we hold for @waf37fspainbv. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.