12 Oct 2026, 18:27 UTC355 views3 reactionsread 12 October 2026 Caaseffamni Kaabinee Haaraan Bulchiinsa Gaarii kan Mirkaneessuu fi Guddina Hunda Galeessaa kan Dhugoomsuu dha— Hayyoota
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2019 — Caaseffamni Kaabinee haaraa fi muudamni ministirootaa bulchiinsa gaarii diriirsuu fi guddina hunda galeessaa mirkaneessuuf kan dandeessisuu dha jedhan hayyoonni saayinsii siyaasaa.
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa 7ffaan caasaa ministeerotaa Mootummaa Ida’amuu h…
❤3
12 Oct 2026, 18:26 UTC312 viewsread 12 October 2026 Photo
Photo, posted without a caption
12 Oct 2026, 17:24 UTC522 views5 reactionsread 12 October 2026 Xiinxalaa siyaasaa obbo Jawar Mohammed weerara daangaa darbuun #Eertiraan biyya keenya irratti goote ilaalchisuun
"...adeemsiifi goolabbiin lola kanaa, fuulduree ummataafi biyya keenyaaf, akkasumas naannawa Gaanfa Afrikaatiif hedduu murteessaadha. Kanaafuu moggaa taa'anii laaluun filannoo miti." jechuun uummanni biyya keenyaa hundi tokkummaan diina biyya weerarte ofirraa qolachuuf akka ka'u dhaameera. Jawaar dhim…
❤5
12 Oct 2026, 17:24 UTC462 viewsread 12 October 2026 Photo
Photo, posted without a caption
12 Oct 2026, 14:54 UTC694 views2 reactionsread 12 October 2026 Alaabaa fi Atileetota: Mallattoo Injifannoo fi Tokkummaa
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2019 - Alaabaan eenyummaa, kabajaa fi tokkummaa biyyaa kan ibsuudha.
Atileetotaaf ammoo mallattoo qofa osoo hin taane, itti gaafatamummaa biyya bakka bu’uu, abdii ummataa fi gammachuu injifannoo kan calaqqisiisuudha.
Atileetonni miira dadhabbii akka dandamatan, qormaata keessatti akka cichan fi bu’aa fooyya’aa galmeessuuf akka tat…
❤1👍1
12 Oct 2026, 14:53 UTC527 viewsread 12 October 2026 Photo
Photo, posted without a caption
12 Oct 2026, 14:52 UTC545 views2 reactionsread 12 October 2026 Itiyoophiyaafi Baankiin Addunyaa tumsa qaban cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2019 – Jilli Itiyoophiyaa Bulchaa Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyiin durfamu Baankii Addunyaatti Pirezidaantii Ittaanaa Naannawaa Baha Afrikaa Niidiyaamee Diyoopi waliin mari’ateera.
Jilichi walga’ii waggaa Dhaabbata Maallaqaa Idil-addunyaafi Baankii Addunyaa Taayilaand Baankookitti gaggeeffamaa jirurratti hirm…
❤2
12 Oct 2026, 14:51 UTC468 viewsread 12 October 2026 Photo
Photo, posted without a caption
11 Oct 2026, 19:13 UTC905 views5 reactionsread 12 October 2026 Dhaabbilee fi sirni tolfamaa jiru karaa duudhaa ganamaa bu’uura godhateeni - Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2019 – Dhaabbilee hunda ogummaa fi beekumsaan ijaaramaa jiru jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.
Hojiin hundi beekumsaa fi ogummaan akka hogganaman taasifamaa jiraachuu kaasan.
Riifoormiin naannoorratti gaggeeffame humna namaa sirnaan akka fayyadamn…
❤5
11 Oct 2026, 19:13 UTC349 viewsread 12 October 2026 Photo
Photo, posted without a caption
11 Oct 2026, 18:22 UTC503 views1 reactionsread 12 October 2026 Maanchistar Siitiin Liverpuuliin injifachuun sadarkaa 1ffaa cimsate
Liverpuul dirree isaarratti Maanchistar Siitiidhaan galchii 3 fi 0'n injifatameera.
Galchiiwwan injifannoo Siitiin argate Haalaandi,Dookuufi Cheerkiin lakkoofsisaniiru.
Miidhama taphattootaan rakkoo keessa kan jiru Liverpuul tapha bareedaa taphachaa turus boqonnaan booda haalli itti jijjiirameera.
Taphataan Liverpuul Giraavenbeerich kaardii diima…
❤1
11 Oct 2026, 18:21 UTC477 viewsread 12 October 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Showing the 12 most recent of 411 posts we hold for @Abcoromoo. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.