28 Aug 2026, 18:09 UTC251 views3 reactionsread 29 August 2026 "Dubri yeroo jalqabaatif meeshaa dhiiraa hoggaa agarte miira akkamtu itti dhagayama?"
************
Bara ammaa kana dubartoonni baay'een ijalleen arguu baatan suuraafii viidiyoo meeshaa dhiiraa barbaadanii laalu. Garuu dubbiin akka suuraarratti arganiifii namarraa waa'ee isaa dhagayan sanii miti. Dubri takka yeroo jalqabaaf qaama saalaa dhiiraa arguun, miira walmakaa adda addaa itti uuma. Kunis akkaata itti guddatan, …
❤3
28 Aug 2026, 18:08 UTC235 viewsread 29 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
28 Aug 2026, 10:00 UTC388 views1 reactionsread 29 August 2026 maaltu dhukkubbii dugdaa nutti fida??
👉taatewwan nuyi guyyaa gyyyaatti goonu kanneen akka;
-yeroo dheeraaf taa'aa turuu ykn dhaabachaa turuu
-meeshaa ulfaata tahe baachuun, Akkasumas yeroo baayyee kallattii tokko qofaan meeshaa garaagaraa baachuu.
-morma keenya gara fuulduraatti dheeressuun kompiyutera fayyadamuu, dubbisuu ykn konkolaataa oofuun.
-firaashii ciisichaa dugda keenyaaf hin mallerra rafuun.
👉micciiramuu y…
❤1
28 Aug 2026, 09:59 UTC342 viewsread 29 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
27 Aug 2026, 17:30 UTC471 views1 reactionsread 29 August 2026 Photo
Walqunnamtii Saa,laa Mi'awaa Raawwachuuf
➊ Jalqaba irratti wal qunnamtii saalaa ga'aa raawwachuuf ilma namaatif ispoortii bashannanuufi kkf murteessa dha.
➋ Ija keessaa wal ilaaluun fedhii walii beekuu.
➌ Uffata halkanii uffachuu dhiisuu fi ibsaa dhaamsu dhiisuun wal qunnamtii saalaa mi'eessa.
➍ Ija keessa wal ilaalaa harkaan rifeensa walii qaqqabuu fi wal dhungachuu.
➎ Qulqulleessituu ykn gogsituu of bira kaa'u…
👍1
25 Aug 2026, 18:21 UTC629 views5 reactionsread 29 August 2026 AMALOOTA ONNEE KEENYA MIIDHU!
Onneen qaama keenya keessatti hojii guddaa fi ulfaataa hojjatuudha. Garuu yeroo baay’ee, amala keenya badii qabaachuun onnee keenya miidhuu danda’a. Kanaaf, amaloota gosa kanaa beekuun of eeggannoo gochuu keenya ni gargaara.
1. Ilkaan keenya qulqulleeffachuu dhiisuu
Ilkaan qulqulleeffachuu dhiisuu dhibeewwan garaa garaa qaama keenya keessatti babal’isuun danda’ama. Bakka ilkaan bal’aa…
❤5
25 Aug 2026, 18:21 UTC474 viewsread 29 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
25 Aug 2026, 18:20 UTC551 views0 reactionsread 29 August 2026 DHUKKUBA TIRUU (Hepatitis) – “Dhukkuba Simbiraa”
Dhukkuba Tiruu jechuun dhukkuba Tiruu (liver) miidhu fi hojii ishee dadhabsiisu dha. Akkuma maqaa isaa, dhukkubni kun yeroo hedduu mallattoon isaa gara dhumaatti mul’ata. Sababaalee dhukkubichaaf nama saaxilan keessaa kanneen gurguddoo armaan gadii tuqna:
Sababoota Dhukkuba Tiruu
Vaayirasii Hepatitis (Hepatitis A, B, C, D fi E)
Alkoolii baay’inaan dhuguu – Tiruu miidhe…
25 Aug 2026, 18:20 UTC469 viewsread 29 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
24 Aug 2026, 12:21 UTC714 views6 reactionsread 29 August 2026 Altiraasaawundii (Maashinii) karaa qaama saalaan godhamu (Transvaginal Ultrasound).
《《《《《《《《《《《》》》》》》》》》》》
Altiraasaawundiin meeshaa ogeessi fayyaa fayyummaa fi rakkoolee keessoo qaamaa bifa viidiyoon kallattiidhaan iskiriinii irratti ykn bifa fakkiitiin ilaaluuf dhimma itti bahuudha. Meeshaan kunis faayidaa kana kan kennu dambalii sagalee fayyadameeti. Altiraasaawundiin haala itti fayyadamaa irratti hundaa'uudhaan g…
❤6
24 Aug 2026, 12:21 UTC686 viewsread 29 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
23 Aug 2026, 17:43 UTC889 views4 reactionsread 29 August 2026 FAAYDAA DAMMAA(HONEY)
1. Madaa qoorsuuf.
2. Carraa maseenummaa ni hir'isa , Qullubbii adii waliin makuun ganama garaa duwwaatti fallaana tokko nyaadha.
3. Umrii ni dheeressa, jechuun fayyaleesuumma qamaan tuuru dandeessu, ganama ganama garaa duwwaatti fallaana 1 hamma 3 fayyadama. .
4. Hirriba gahaa rafuuf, halkaan halkaan nyatuun raafuu..
5. Utaalloo irraa dafnee fooyya'uuf, garaa duwwaatti fallaana 2 >3 ol fayyaa…
❤4
Showing the 12 most recent of 66 posts we hold for @drhoneliat12em. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.