2 Sept 2024, 21:07 UTC538 views7 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @JechotaGaggaariiVideo
🚨🚨 Birgeedii Al-Qassaam:
Viidiyoo Birgeedii Al-Qassaam qoodame! Walii-galtee jijjiirraa hidhamtootaa... Bilisummaa fi jireenya, dhiibbaa waraanaa... du'aa fi kufaatii.
Booji'amtuun Israa'iil Aydaan ergaa ishee Netaaniyaahoo f ergite:-
"Gilaad Shaliti 'n hidhamtoota Falasxiin 1000n jijjiirtee jirta! Amma Hamaas kan inni si gaafate hidhamtoota Falasxiin 250 qofa dha...!!" jechuun walii-galtee jijjiirraa kana kan gaa…
👍4❤3
Signed اللهم إجعلني عصما من المعاص🤲
2 Sept 2024, 20:40 UTC504 viewsread 8 August 2026 Photo
🚨AMMEE :
Humnoonni hidhattoota Yaman Huutiin galaana Diimaa irratti Doonii tokko haleelan! Dubbi himaan Huutii Yahyaa Saaree ibsa daqiiqaa muraasa dura kenneen Galaana Diimaa irraan gara Israa'iil tti imalaa kan ture Dooniin 'BLUE LAGOON 1' oppireeshinii waraanaa addaa Huutiin Misaa'ilootaa fi Dirooniin dabaalee geggeesseen Dooniin kun kallattiin haleelamee jira jedha.
Oppireeshiniin waraanaa kun kan raawwateef Kub…
Signed اللهم إجعلني عصما من المعاص🤲
2 Sept 2024, 20:19 UTC325 viewsread 8 August 2026 🛑 Somaaliyaan akka qaama bulchiinsa isheetti kan lakkooftu Somaalilaand waraana ishee itti bobbaastee dhuunfachuuf kan humna itti dhabdee bara dheeraaf turtetu daangaa Xoophiyaa cabsee haleellaa raawwataa?
🛑 Somaaliyaa kan beekamtii addunyaa qabdu, kan miseensa liigii Arabaa taate, kan diippilomaasii ol'aanaa qabdu biyya beekamtii dhabde kan addunyaa biratti fudhatamummaa osoo hin argatiin bara hedduu lakkoofsiste S…
Signed اللهم إجعلني عصما من المعاص🤲
2 Sept 2024, 19:59 UTC278 viewsread 8 August 2026 🛑 Gaanfa Afriikaa hiriira waraanaa biraa mudachuu mala jedhamee hafarfamu kan ijoo dubbii ta'ee jiru Masriin waraana ishee Somaaliyaa fiduu dha!!
🛑 Tasumaa Somaaliyaan Masrii deeggartee lola waraanaa Xoophiyaa irratti hin bantu, Somaaliyaan deeggarsa waraanaa Masrii kanaan birmadummaa ishee tikfachuu ni dandeessi garuu daangaa cabsitee lola biraa Xoophiyaa irratti banuuf fedhii waan qabdu miti.
⭕️ Lolatu nutti bana…
Signed اللهم إجعلني عصما من المعاص🤲
2 Sept 2024, 19:48 UTC229 viewsread 8 August 2026 Video
Rooba guyyaa har'aa Kaaba Gazzaa 'tti roobeen gammachuun daa'immanii adda dha! Konyaan Gazzaa hanqina bishaaniin hubamaa jirti.
Signed اللهم إجعلني عصما من المعاص🤲
31 Aug 2024, 20:17 UTC231 viewsread 8 August 2026 Photo
🚨🚨 O D U U A M M E E :
Huutiin Yaman haleellaa doonii galaanaa gara Israa'iil tti imalu irratti fudhatan jabeessanii itti fufuu beeksisan! Guyyaa har'a Huutiin Galaana Eden irraan gara Israa'iil tti imalaa kan ture Doonii GROTON jedhamu irratti xiyyeeffachuun haleellaa raawwachuu beeksisanii jiru.
Hutiin haleellaa kana kan fudhate labsii dhorkaa galaana irra kaa'ee jiru cabsuun Doonilee gara Israa'iil tti imalan h…
Signed Abuu Zeydi
31 Aug 2024, 14:29 UTC190 viewsread 8 August 2026 Photo
🚨🇪🇦 Spain:
Ministeerri haajaa alaa Ispeen weerara haaraa Israa'iil Westbank irratti bante hordofuun yaada kennaniin "Haleellaan waraanaa Israa'iil kan Westbank 'tti babal'achaa jiru kun haalaan balaafamaa waan ta'eef hatattamaan dhaabbachuu qaba!" jedhee jira.
Jechoota Gaggaarii
Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram:- https://t.me/JechotaGaggaarii
Signed Abuu Zeydi
30 Aug 2024, 19:41 UTC126 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @gorfami999
☆☆﷽☆☆
#اذکار النوم😴
■Zikrii halkanii jechuudhaan hirriba keessan banadhaa... waan irratti raftan ... laalladhaa.. eeggadhaa.... irra hedduun keennaa waan hin taane osoo laalluu rafnee nutti bari'a kuni immoo... mallattoo goggogina qalbiitirraahi...
●kanaaf zikriiwwan hedduutu jira.. haga isaan jettee geessitutti hirribni kee ni dhufa... waan hin taane irratti raftee.. ni kaata moo achiin haftaa kee hin
beeytuu.. of…
Signed Abuu Zeydi
30 Aug 2024, 14:57 UTC121 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @gorfami999
#Seeqachuu
~ Seequun afaan lammiin kamuu hubatuu dha .
~ Seequun hanga ifaa ibsuuf rakkatan nama hin rakkiftu, garuu ifaa caala ifti !
~ Seeqadhu . ilkaan awraa عورة mitii !
~ Seeqadhu. Ibiddi jiruu si qofa hin gubnee !
~ Dibata ( Qibaatii ) caala , seeqachutu fuula bareecha
~ Seequun falfala halaalaati !
~ Seequun ifaa dukkana jireenyaati !
~ Jiruun akka daawwitiiti, yoo ati itti seeqatte sitti seeqatti !
~ Addunya…
Signed Abuu Zeydi
30 Aug 2024, 14:57 UTC90 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @gorfami999
🌹🌷⚘ QANANII RABBII ⚘🌷🌹
Yaa nama sammuun fayyaa si qabu , yaa khan ijaan arkitu , yaa khan gurraan dhageeysu qananiin rabbiin rabbiin siif oole qananii gurguddoo akka tahe beekhi...
Mataan qananii hundaa Islaamummaa akka tahes hin dagatin !!!
Namni qananii addunyaa hunda qabaatee islaamummaa dhabe qananii 1llee hin arkanne khan qananii hunda dhabee islaamummaa arkate addunyaarraa qananiin isaaf hin hafne...
Yaa R…
Signed Abuu Zeydi
30 Aug 2024, 14:30 UTC130 viewsread 8 August 2026 Onnee keenyatu nu madaa'e, gadda hamaaf nu saaxilani, gubaa nuti gubanne kana maatiin kamuu akka gubatu hin feenu> maatii
Innaa lillaahi wa'innaa ilayhii raaji'uun
~~~
Gadda onnee maatii keenyaa Akka malee cabse, Guyyaa Adaadaa(haboo) keenya Qaalii itti dhabne.‼💔😭
Mootummaan Murtii jabaa Akka nuuf laatu isa gaafanna.
Guyyaan Isaa gaafa Sanbata Xiqqaa(ቅዳሜ) gaafa 18/12/16 Halkaan keessaa gara Naannoo sa'aa 1:30 irrat…
Signed Abuu Zeydi
30 Aug 2024, 14:29 UTC132 viewsread 8 August 2026 Photo
Onnee keenyatu nu madaa'e, gadda hamaaf nu saaxilani, gubaa nuti gubanne kana maatiin kamuu akka gubatu hin feenu> maatii
Innaa lillaahi wa'innaa ilayhii raaji'uun
👇👇👇
Signed Abuu Zeydi
Showing the 12 most recent of 14 posts we hold for @qoradhu. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.