3 Sept 2024, 13:00 UTC≈1,250 views11 reactionsread 8 August 2026 ۞" Isaan gaabii aadaa,duudhaa fii barteewwanii abboonni fidan kan shari'aa faalleeysu ofirraa baasanii,waan namni jedhuu fii dubbii isaaniitirraa gurra isaanii cufatan kanneen hojii isaanii ifaa qur'aanaa fii hadiisaatiin madaalan sun isaantu birmadoota bilisummaa guutuu qabaniidha. Isaan waan qur'aanaa fii hadiisa faalleeyse achi darbaniiti hallayyaa buusu. Kanarraan kan hafe gaafa taaboota aadaa,duudhaa fii bartee …
❤8👍3
2 Sept 2024, 21:09 UTC≈1,140 views3 reactionsread 8 August 2026 صبراً جميل
"" Obsa jechuun Imimmaan utuu ijarraa SI yaa'uu Rabbii Keen alatti eenyullee utuu Sin argin gaafa haxaa'attee Alhamdu Lillah jettuudha ""
Forwaard gochuun hiriyoota keetif dabarsi
Chaanaali kanas join gochuun akka irraa fayyadaman affeerii baarakallahu fik
Join 👇👇👇👇👇
https://t.me/gorfami999
https://t.me/gorfami999
https://t.me/gorfami999
✥┈┈┈┈┈••◉ ❖ ◉●••┈┈┈┈┈✥
❤3
2 Sept 2024, 19:58 UTC712 viewsread 8 August 2026 Nu warra adduunyaa kaaniifuu fala ta'etu of dagatee, of wallaalee cabee wal cabsaa jira
~~~
Kaayyoon nuti gara dachee kanaatti dhufneef Rabbiin gabbaruudhaafi. Qajeelfama kanaan imala taasisnuun beekumsaafi qaroominaan bullukkoo jaahi-lummaa tarsaasnee dachee ibsine, adduunyaa ilmi namaa sanyiifi aangoon, qabeenyaafi firaan wal miidhaa ture kana keessatti walqixxummaa ilmaan namaa labsine, namooma kabachiisne, hongoo…
2 Sept 2024, 19:41 UTC495 views1 reactionsread 8 August 2026 Guyyaa tokko osoo imaamu maalik Taa'anii darasaa qaraasisaa jiranii,Arbi bakka sanaan dabruu dhufnaan,darasoonni ol ka'ani arba ilaaluudhaaf,gurbaa tokko malee,innis yahyaa anneysaaburiyyiiti,hogguma sana imaamu maalik,ati maaliif kaatee arba hin ilaalle jedhee gaafate?,gurbaanis akkas jechuun deebiseef,Ani bar kanin dhufeef akkan si ilaalee ilmii, qajeeluma sirraa baradhuufi jedheen,Imaamu maalik gurbaa ajaahibee,in…
👍1
2 Sept 2024, 10:15 UTC457 viewsread 8 August 2026 Gaazaa keessatti hanga hardhaa…..👇🏻
October7 irraa kaasee hanga hardhaatti…:
Namoonni 40786 shahiidaniiru…kan miidhaan itti qaqqabe immoo 94224….
Kan biyyaa baqatee fi kan bineensaan nyaatame…kan beelaan dhume hoo meeqa laata?!
Allaah….Birmannaa kee🤲🏿
Aljeziraa irraa
https://t.me/gorfami999
2 Sept 2024, 10:06 UTC413 viewsread 8 August 2026 ღ" Qalbiileen hedduu garagaggaltee jijijjiiramti. Rabbiin ﷻ qalbiilee teeysan akka haqarratti gad dhaabu sabaata kadhadhaa!. Tolinaa fii istiqaamaa isii kan yeroo muraasaa kanaan hin dagaminaa. Irra hedduun duaaii Rasuulaa ﷺ " Yaa isa qalbiilee garagaggalchitu qalbii tiyya diin keetirra naaf gad dhaabi || "يا مقلب القلوب ثبت قلبي على دينك ""* jechuu turte.
۞ Nagaya bahuu fii Sabaata Rabbi ﷻ kadhadhaa! "يا مقلب الق…
2 Sept 2024, 09:25 UTC363 viewsread 8 August 2026 ღ" Dhimmoota 5 kan Qalbii ofii tolchuu irratti nama gargaartu "*ღ
1. Hariiroo garbicha rabbii ﷻ isaatii wajjiin qabu tolchuu. Khajeellaa rabbii isaatirraa qabuu fii isatti of amanachuu jabeeysuu,isarratti irkichuu fii isarratti irkifachuu. isa kadhachuu hedduumeeysuu fii itti deddeebisuu baay'isuu,addatti akka rabbiin qalbii isaa tolchee lubbuu isaa tana qulqulleeysee sharrii lubbuu isaatirraa isa tiksu rabbitti way…
2 Sept 2024, 09:24 UTC327 views2 reactionsread 8 August 2026 ✍️ Qabeenya, haala jiruuf jireenyaaa fi fayyaa keessatti nama sii gadi jiru ilaali…!
Diinii, beekkumsa, haalaa fi amala keessatti nama sii ol jiru ilaali….
✍️ Nama sirraa uf dhiibutti dhihaachuuf hin kajeelin…salphinnaa fi xiqqeenyaan biraa deebita waan taheef…!!
Nama si barbaadurraahis uf hin dhiibin…gosoota dhala namaa miidhan keessa ooltaa…Nama sitti kalaahurraa fagaachuun gaarummaa dhabuu kee muldhisa…!!
✍️ Iccit…
👍2
1 Sept 2024, 19:03 UTC308 views1 reactionsread 8 August 2026 Bu'uurraa hin jijjiiramne || قاعدة مطردة
ღ" Namni tokko hanguma qaanfiin lubbuu isaatirraa buqqaatee khaatuun; kheeyrii hedduu khasaaraa deema"*. ღ🦋
#احذروا_وقاحتكم
🥀9⃣9⃣9⃣🥀
Linkiiin Telegraamaa kuni,👇
https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha!
Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram channel:
Namummaa Qofaan
👍1
1 Sept 2024, 19:03 UTC294 viewsread 8 August 2026 Hayyuu hadiisaa fi Fiqhii Islaamaa
Oromiyaarraa hanga guutuu Adduniyaatti kanneen gumaata hin dagatamne islaamummaaf taasisan keessaa tokko Sheek Muhammad Amiin Al-Hararii hayyuu hadiisaa fi Fiqhii Islaamaati.
=====================================
Sheek Muhaammad Amiin bin Abdullaah Abu Yaassin Al-Hararii hayyuu hadiisa, ogeessa seera islaamaa fi beekaa afaanii lammii Itoophiyaati. Bara 1929 magaalaa Hararitti dhal…
1 Sept 2024, 18:52 UTC251 views1 reactionsread 8 August 2026 *" ilmii shari'aa barbaadanii barachuun jabduudh. Isa caalaa ilmii tana haffazanii eeguutu jabduudha. Isa haffazanii tiksuu caalaa itti dalaguutu jabduudha. "*ღ🦋
𝑦𝑎𝑎 𝑚𝑜𝑤𝑙𝑎𝑎𝑦𝑎! 𝑖𝑙𝑚𝑖𝑖 𝑛𝑢𝑢𝑓 𝑘𝑒𝑛𝑛𝑖,𝑘𝑎𝑛 𝑛𝑢𝑢𝑓 𝑘𝑒𝑛𝑛𝑖𝑡𝑒𝑒s 𝑛𝑎𝑚𝑎 ℎ𝑎𝑓𝑓𝑎𝑧𝑒𝑒 𝑡𝑖𝑘𝑠𝑢 𝑛𝑢 𝑡𝑎𝑎𝑠𝑖𝑠𝑖. 𝑤𝑎𝑎𝑛 𝑏𝑎𝑟𝑎𝑛𝑛𝑒𝑒 ℎ𝑎𝑓𝑓𝑎𝑧𝑛𝑒𝑒𝑠 𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑛𝑢 ℎ𝑜𝑗𝑗𝑒𝑐ℎ𝑖𝑖𝑠𝑢. ღ🦋
🥀9⃣9⃣9⃣🥀
Linkiiin Telegraamaa kuni,👇
https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf
👍1
1 Sept 2024, 18:45 UTC689 views3 reactionsread 8 August 2026 ✍️ Post kankee; suuraadhan kankee; text fi xalayaadhan kankee; haasaa fi barreeffama kankee…akkasuma sagalee yaamicha bilbila kee irra deddeebi’ii toohdhu mee….!?
Wanti hunduu si ilaallata…wanti hunduu jireenya kankee kan boruun wal qabata….!!
Ergasii jecha hayyuu keenyaa Imam Ashaxibii xiinxlli…;
« Nama erga inni du’ee badiin isaa isuma wajjiin duuteef jannatatu jira…Azaabni dheeraan nama erga inni du’ee, badiin is…
👍2❤1
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @gorfami999. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.