28 Jul 2026, 13:12 UTC217 views14 reactionsread 7 August 2026 HARIIROO ( RELATIONSHIP).
Hariiroo jechuun iddoo itti mucaan durbaa ykn mucaan dhiiraa tokko of qopheessuudha.
Jaalalli haala irratti hn hundaa'u.
Maal ilaaltanii akka jaallattan beekaa.
Isheen durbaa Harra qabeenya guddaa qabaachuu isaa ilaaltee hn jaallatin.
Qabeenyi sirra hin caaluu. Qabeenyaaf dabarsitee ofiikee hn kennin. gatii guddaa qabda ati, qabeenya sana irra in caalta ati.
Akkasumas namni ati jaallattu suβ¦
β€11π3
Signed Sabontu Alemu
25 Jul 2026, 04:49 UTC334 views4 reactionsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
π4
Signed Sabontu Alemu
23 Jul 2026, 07:25 UTC340 views5 reactionsread 7 August 2026 π "Furdina Beekumsaa" (Knowledge Obesity)
Dhaloota keenya kan miidhe dubbisuu miti; waan beekan hojiitti hiikuu dhabuu dha!
"Yaada kee jijjiiri, jireenyi kees ni jijjiirama!"
Yeroo ammaa odeeffannoo argachuun baay'ee salphateera. Bilbila kee yeroo bantu, PDF, viidiyoo YouTube, haasawoota kaka'umsaa fi barsiisa milkaa'inaa bakka hundatti argita. Ati ni dubbista, ni dhaggeeffatta, viidiyoo ni ilaalta.
Garuu dhugaa β¦
π4β€1
Signed Sabontu Alemu
9 Jul 2026, 09:22 UTC534 views13 reactionsread 7 August 2026 Photo
Tisiisa tokkotu bokkan itti roobee dhaamonnaan gaafa Sangaa guddaa tokkorra teessee yeroo dheeraaf aduu hoo'ifataa turte. Dhaamonnaan erga ishee gadhiisee booda gara gurra sangichaatti siqxee, "Nan gadda, amma si dhiisee deemuu kiyya" ittiin jette. Sangichis," Yeroo qubattu natti hin dhagahamne, yoo kaatee deemtus waan natti dhagahamu natti hin fakkaatu" jedhee deebiseef. Jireenya nama maraa keessa waantonni jiraachuβ¦
β€11π2
Signed Sabontu Alemu
6 Jul 2026, 15:39 UTC504 views6 reactionsread 7 August 2026 Abdii kuttee? Of ajjeesuu barbaaddee? Garuu Siβooliin sodaattee? Of marartee? Akkas godhigaa;akka of ajjeesuuf murteessite nama tokkottiyyuu hin himin namni miqqanyaadha waan taβeef. Kan yeroo biraa bakka jirtu sin beekne hundatu gufuu sitti taβa beeki. Bosona ykn lagas hin deemin tarii namni yoo si oolchemmoo bori muka mammaaksaa si godhatu.
β
βAkkanuma jettees post hin godhin namni ekeraakee follow gootee notificatβ¦
β€6
Signed Sabontu Alemu
6 Jul 2026, 11:29 UTC439 views2 reactionsread 7 August 2026 βYaa bareedduu obboleettii koo, yeroo tokko tokko nama si gargaaru fakkaatee isa si'i ishee jabduu keessaa si baasuuf dhufu hin amanin. Dhugaa hadhooftuu tokko ammoo sitti himuu? Jaalala keessatti takkaa cabdeetta taanaan, jarjartee hariiroo biraatti seenuuf hin murteessin. ππΏ Kan ati fayyitu hariiroo biraa yoo ijaarratte miti. Fayyinni dhugaa ofii keen of fayyisuudhaan argama. Kophaa kee cabde; kophaa kee fayyita. Mβ¦
β€2
Signed Sabontu Alemu
5 Jul 2026, 11:14 UTC374 views10 reactionsread 7 August 2026 ΰΌΊΰΌ»ΰΌΊΰΌ»
πππ πππππππππ!
ΰΌΰΌΰΌΰΌΰΌΰΌΰΌΰΌ
Yaa obboleettii koo mee asuma siqi waan tokkon siin jedhaa. Barreffama dheeraa dubbisuu akka hin jaallanne nan beeka, garuu dubbii keetu dheeraadha utuuma hin jaallatin liqimsi. Guyyaa ati jaalalaan miidhamtee kophummaan dararamaa jirtutti, dhiira siif yaadu fakkaatee dadhabina kee da'oo godhachuun gara kee kan dhufurraa of eegi..." ππΏ dhiiroche dhiifamaβ¦
Eeyyee suma ishee barruu kana duβ¦
β€10
Signed Sabontu Alemu
3 Jul 2026, 19:33 UTC407 views5 reactionsread 7 August 2026 File
File, posted without a caption
β€5
Signed Sabontu Alemu
28 Jun 2026, 14:10 UTC633 views8 reactionsread 7 August 2026 ABJUU OFIIF JIRAACHUU β¨
Namoonni abjuu ofiif jiraatan,
namoota gurraa qaban taβanii,
garuu waan dhagaβan hunda osoo hin taane,
waan abjuu isaanii deeggaru qofa dhagaβu.
Ati immooβ¦
π abjuu keetiif jiraachaa jirtaa?
Mee amaloota namoota abjuu ofiif jiraatan kana ilaali π
Amaloota Namoota Abjuu Ofiif Jiraatan π₯
1οΈβ£ Kaayyoo ifaa qabaatu
2οΈβ£ Yaada namootaa hunda hin hordofan
3οΈβ£ Ofitti amanuu cimaa qaba
4οΈβ£ Yeroo rakkinaβ¦
β€8
Signed Sabontu Alemu
26 Jun 2026, 12:42 UTC598 views8 reactionsread 7 August 2026 Sticker
Sticker, posted without a caption
β€8
Signed Sabontu Alemu
23 Jun 2026, 07:34 UTC741 views16 reactionsread 7 August 2026 π ππ£π£ππππππ πππ£ ππ€π€ππ'ππ’ππ£
ππππ π‘πππππ‘π’ πππππππππ ππ ππ πππ π ππππππ‘π‘π ππππππ‘π’ π¦ππππ. π€ππππππ πππππ¦ππ ππππ π‘πππππ π‘ππβππ‘ππππ πππππ, ππππππ π€ππ¦π πππππππ. πππππππ π ππ βππππ‘ππ ππππππππ ππ¨ππππ£ππͺπ‘π‘πππ©ππ π‘π'π. ππ βπππ ππππππππ ππππ¦'ππ ππππ‘ππ πππππ‘π‘π ππππππ‘π. ππππ ππππ¦'ππ ππππ’π πππ πππ ππππππ ππππππ‘π? πππβπππ. ππ βπππ ππ’ππ ππππππ π‘π'π’π’ ππ πππ‘ππ πππ‘π‘ππ. π πππ πππππ ππ ππ ππ‘π‘π βππ ππ’ππππ‘ππ ππ βπππππ’πππππ‘ππ ππ π ππ’πβππ‘ππ ππβπ. ππππ ππ βπβ¦
β€10π6
Signed Sabontu Alemu
22 Jun 2026, 20:50 UTC571 views0 reactionsread 7 August 2026 File
File, posted without a caption
Signed Sabontu Alemu
Showing the 12 most recent of 17 posts we hold for @qaroowaamaraa_134k_subscribers. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked β was rounded by Telegram before we ever saw it β t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so β1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.