20 Jun 2026, 16:42 UTC207 views2 reactionsread 12 August 2026 Forwarded from @kaayyookoo
Join GoCash, a site that lets you earn money by testing apps, watching videos, and inviting friends. 💰I have already earned Br20,000 and you can too. Sign up today: https://gocash.ph76.top/87113582476201/?v=2026062100
Yaala mee waan kana hin beekani
❤2
Signed Tolina
28 Feb 2026, 08:17 UTC483 viewsread 12 August 2026 Forwarded from @jireenya_boruuf
Maalif dorgomaa jirta?
Kutaa 3ffaa
Bara jireenya keenyaa keessatti iji hojii hafuuraa nurraa argamuu qaba. Namni gooftaa Yesuus kiristoos fayissaa lubbuu isaa godhatee fudhatte kam iyyuu Hafuura qulqulluu of keessaa qaba. Kanaaf hafuurrii kun immoo mataan isaa iyyuu waaqayyodha. Kanaaf namni kam iyyuu fedha isaa akka hojjettu barbaada.
Biyya lafaa kana irratti wanti Hojjetamu baay'eedha. Isaan keessaa nam…
Signed Dawit
21 Feb 2026, 16:54 UTC385 viewsread 12 August 2026 Forwarded from @jireenya_boruuf
Maaliif Dorgomaa Jirtaa?
Kutaa 2ffaa
Osoo dinqiin kam ta'eee iyyu namni hojii waaqayyoo fi dubbii waaqayyoo irraa ija isaa deeffatee jira. Ani qoricha seexanni ija amantoota keenyaa itti goote kana hin beeku malee mee koottaa isa badhaasa qabutti ija keenya haa deeffannu.
Badhaasa sana harka namaa miti kan namaaf kennu hoolicha waaqayyotti malee. Isa bira immo wal caalchissuun hin jiru tarii lafa kana irr…
Signed Dawit
20 Feb 2026, 04:02 UTC305 viewsread 12 August 2026 Forwarded from @jireenya_boruuf
Maaliif Dorgomaa Jirtaa?
Kutaa 1ffaa
Barri nuti keessa jirru kun bara dorgommii ta'ee jira. Dhalli namaa hundi iyyuu guyyaa guyyaan fiigicha badhaasa qabu gaggeessaa jira. Dorgommiin kam iyyuu yoo itti jabaatan mo'icha qaba. Inni mo'e immoo badhaasa qaba.
Namni ilmaa Waaqayyoo Yesuus kiristoos itti amane hundi iyyuu jireenya qaba. Garuu iddoo jireenyaa sun keessatti kan wal nama caalchissu jira innis ija gat…
Signed Dawit
19 Feb 2026, 20:09 UTC291 viewsread 12 August 2026 Forwarded from @jireenya_boruuf
Guyyichi osoo hin dhufiin qofa.
Guyyan hundi iyyuu Ilmaan namootaf qixa kenname garuu namni hundi qixa itti hin fayyadamu. Guyyaan dhalootaa akkuma jiru guyyaan du'as akka jiru itti yaadnee waan guyyichi osoo hin dhufiin hojjechuu qabnu otoo hojjennee gaariidha. Ammas guyyichi osoo hin dhufiin foon, lubbuu fi hafuurri keenya wal keessa otoo jiruu wantootni nuti gochuu qabnu danuttu jira.
Dhalli namaa lafa ka…
Signed Dawit
20 Jan 2026, 10:21 UTC456 views2 reactionsread 12 August 2026 Forwarded from @kaayyookooPhoto
#Ethiocoder-initiative Gatii madaalawaa ta'een ni hojjenna kanaaf warri fedhii qabdan keessan na dubbisa.
@Tola_lemi
❤2
Signed Kaayyoo koo
31 Oct 2025, 10:27 UTC759 views5 reactionsread 12 August 2026 Akkan taanes; akka taanus taaneerra! akki ta'uu qabnu si'achi. Akka ta'uu qabdu ta'uuf akka taatu ta'i. Kana ta'uufis Qaroo Waamaraa qabaadhu. Galmi keenya boruu guddaa-dha. Masaraa jabaas ijaaraa jirra. As-goraa! QAROO WAAMARAA join gochuudhaan mil'uu tokkoon ta'iiwwan Fi odeeffannoowwan golee lafaa arfanii Iddoo tokkotti argattu. Waan nu filattaniif dursinee isin galateeffachaa, imalli gara fuulduraatti.
https://t.…
❤5
Signed Dawit
29 Oct 2025, 08:36 UTC504 views4 reactionsread 12 August 2026 Forwarded from @jireenya_boruuf
Humna humna kee dadhabsiisu keessaa, Waaqayyo humna fuudheera
Mo'ichaan ba'i mo'ichaan gali!
👍4
Signed Dawit
25 Oct 2025, 15:28 UTC547 views2 reactionsread 12 August 2026 Forwarded from @kaayyookoo
Midia keenya hordofuudhaan odeeffannoo wayitaawaa nu biraa argattu.
https://t.me/qaroowaamaraa_134k_subscribers
Subscribe gochuun nu hordofaa!
❤2
Signed Kaayyoo koo
25 Oct 2025, 13:26 UTC540 views0 reactionsread 12 August 2026 Forwarded from @kaayyookoo
Mul'atni fincila dammaqsa
"Namoonni baa'een ceephoo yookaan mufannaa namoota biroo sodaachuurraan kan ka'e, Yaada isaanii tole jedhanii waan fudhataniif , jireenya mataasanii jiraachuu hin danda'an; Dubartoinniifi dhiironni hedduun mufannaa firootasanii sodaachuurraan kan ka'e Yaada jireenya sanii balleessu fedhatu."
-Jechi armaan olii Kun jecha humna jabaa qabuudha.
-Waanti baay'ee nama gaddisiisu, yeroo tokko to…
Signed Kaayyoo koo
19 Oct 2025, 03:19 UTC423 viewsread 12 August 2026 Forwarded from @jireenya_boruufFile
Kitaaba Haaraa
Faarfannaa fi Faarfattoota bara kanaa.
Hanga:- 356.2 KB
Fuula:- 14
Barreessaan:- Dawit GN
Bara:- 8/2/2018
Kristaannummaan Jireenya. Miidiyaa guddaatu nuuf mala Obboloota keessaniif share godhaa biyya hundaan gahaa itti eebbifamaa
SHARE AND JOIN
✍ t.me/jireenyaboruuf
✍ t.me/jireenyaboruuf
YAADA FI GAAFFIIF
@Dawitpost_bot
Signed Dawit
10 Oct 2025, 17:09 UTC479 views1 reactionsread 12 August 2026 Forwarded from @kaayyookoo
Prank Haadha mana
Namichi haadha manaa isaa deessee ji’a 2 hin guunne #Prank taasise namoota Miiliyoonaa 2 oliin daawwatameera. "Erga deessee ji’a 2 guuteettaa hojii eegaluu qabda jechuun eegale, dubartoonni habashaa rakkoo isaan qaban hin beeku, faranjoonni torban tokkotti hojii eegalu jedha,
Isheenis "jaaladheeniiiree😭? " jetti. Haala nyaata ishee waliin haasa’a. "Daabboo lama maaf fayyadamta tokko sin ga’uu? Aann…
❤1
Signed Kaayyoo koo
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @Labsii_waangeela. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.