1 Jul 2026, 10:50 UTC304 views9 reactionsread 7 August 2026 Photo
Yaadachiisa Guyyaa Ayyaana Maatii fi Barattootaa Bara 2018
2018 JUCS Students' & Parents' Day Reminder!!
=====//===
Ayyaana Maatii Barattootaa Waxabajjii 28, 2018 A.L.I.
📍 Bakka: Mana Barumsaa Kominittii Yunivarsiitii Jimmaa (JUCS) Sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa
🕒 Sa'aatii: Ganama 2:30 – 6:30
========//=======
የተማሪዎች እና የወላጆች ቀን ሰኔ 28 ቀን 2018 ዓ.ም.
📍 ቦታ፦ የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ አንደኛ እና ሁለተኛ ደረጃ ት/ቤት
🕒 ሰዓት፦ ጠዋት 2:30 – 6:30
=====…
❤4👍2👎2😍1
Signed Habtamu Adugna
29 Jun 2026, 07:52 UTC374 views8 reactionsread 7 August 2026 Photo
📢 BEEKSISA
#Guyyaan Ayyana Maatii fi Barattootaa Mana Barumsaa Koominittii Yuunivarsiitii Jimmaa sad1ffaa fi sad.2ffaa Waxabajjii 28, 2018 sadarkaa Manneen Barnootaatti kabajama.
#Kanaafuu, maatiin barattootaa, barattoonni, barsiisonni, hojjettoonni fi keessummoonni kabajamoon sagantaa kana irratti argamuun gammachuu fi milkaa'ina ijoollee keenya waliin akka qooddattan kabajaan isin affeerra.
📍 Bakki: Mooraa Mana B…
❤5👍2😡1
Signed Habtamu Adugna
9 Jun 2026, 11:34 UTC458 views1 reactionsread 7 August 2026 File
June month Student fee Bill
❤1
Signed Habtamu Adugna
9 Jun 2026, 11:34 UTC581 views1 reactionsread 7 August 2026 Photo
Beeksisa
Waxabajjii 02/2018
Kabajamtoota Maatii barattootaatiif
➽Kaffaltii Barnootaa fi Geejjibaa barattootaa ji'a Waxabajjii Kanneen hin kaffalle atattamaan akka kaffaltan jechaa barataan/ttuun hin kaffalle Qorumsa Xummura See.2ffaa kan hin qoramne ta'uu isaa cimsinee isin hubachiifna.
Nagaa Wajjiin!
Bulchiinsa M/B KYJ(JUCS)irraa
========//========
ማስታወቂያ
ሰኔ 02/2018 ዓ.ም
ለተከበራችሁ የተማሪዎች ወላጆች/አሳዳጊዎች
➽ የሰኔ ወር …
❤1
Signed Habtamu Adugna
9 Jun 2026, 11:34 UTC655 views2 reactionsread 7 August 2026 NOTICE
June 02, 2018 E.C.
To Respected Parents/Guardians,
➽ This is to kindly remind all parents/guardians who have not yet paid the June 2018 E.C. school and transportation fees to make the payment as soon as possible.
➽ We would also like to strongly inform you that students whose school and transportation fees remain unpaid will not be allowed to sit for the Second Semester Final Examination.
Thank you for your co…
❤2
Signed Habtamu Adugna
8 Jun 2026, 18:44 UTC441 views4 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @jucs3Photo
➽Sagantaa Qormaataa
Kutaa 7ffaa fi 9-11ffaa
➽Grade 7 & 9-11 Final Exam Schedule
❤3🥰1
Signed Habtamu Adugna
7 Jun 2026, 05:24 UTC564 viewsread 7 August 2026 File
File, posted without a caption
Signed Bihon Assafa
7 Jun 2026, 05:17 UTC598 viewsread 7 August 2026 File
File, posted without a caption
Signed Bihon Assafa
6 Jun 2026, 09:00 UTC≈2,400 views3 reactionsread 7 August 2026 Photo
Sagantaa Qormaata Xumuraa Seemisteera 2ffaa
የ2ኛ ሴሚስተር የማጠቃሊያ ፈተና ፕሮግራም
2nd Semester Final Exam Program
(2018 E.C)
ማሳሰቢያ:- ከዚህ የቀረ የትምህርት ዓይነት ቀደም ብላችሁ ዓርብ ስለሚትፈተኑ ተዘጋጁ
❤2👍1
Signed Girma Tadesse
6 Jun 2026, 06:31 UTC506 views4 reactionsread 7 August 2026 📢 Sagantaa Qormaata Xummura Seemisteera 2ffaa Bara Barnootaa 2018 A.L.Htti.
Guyyaa: 26/09/2018
#Kabajamtoota Maatii Barattootaa fi Barattoota Keenya Hundaaf,
#Sagantaan qormaata xummura seemisteera 2ffaa akka armaan gadiitti ni raawwatama:
🔹 Daa'imman Bu’uura Boruu (KG):
📅 Waxabajjii 8–10/2018
🔹 Kutaa 1ffaa – 5ffaa:
📅 Waxabajjii 8–12/2018
🔹 Kutaa 7ffaa fi Kutaa 9ffaa – 11ffaa:
📅 Waxabajjii 8–16/2018
🔹 Qormaata Soroor…
👍2❤1👏1
Signed Abdela Aman
2 Jun 2026, 17:44 UTC≈1,000 views12 reactionsread 7 August 2026 Guyyaa 25/09/2018
Maatii Barattootaa Kutaa 7ffaa Hundaaf
Qormaanni Moodeelaa kutaa 8ffaa guyyaa 26-27/09/2018 kennama waan ta'eef barattoota kutaa 7ffaa qofaaf guyyaa kana lamaan manni barumsaa cufaa dha. Gaafa guyyaa 28/09/2018 barnoonni itti fufa waan ta'eef harcaatii tokko malee yeroo barnootaa kabajanii akka argaman isin beeksifna.
Kutaa 9-12 barnoonni itti fufa.
=================
ለሁሉም የ7ኛ ክፍል ተማሪዎች ወላጆች
የ8ኛ ክፍል…
❤7👍5
Signed Girma Tadesse
25 May 2026, 12:53 UTC929 views6 reactionsread 7 August 2026 File
File, posted without a caption
❤3🙏3
Signed Michael Mamo
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @jucs6. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.