10 Oct 2025, 16:19 UTC82 views3 reactionsread 9 August 2026 Photo
Waan gootu hundumaa keessatti eenyuunuu ijaa hin ba’in. Waaqayyo ijaa baasuun kan kooti jedheera. Warri karaa addaa addaa guddina keetti gufuu ta’uuf yaalan sababa akeeka mataa isaaniin hin danqamu. Ati hin jeeqamin. Lola Waaqayyo siif lolutti hin seenin. Waanti siif male hundumtuu gara kee hin dhufa. Yaada Waaqayyoo kan hambisu tokkollee waan hin jirreef amantii qabaadhu!
በምታደርገው ነገር ሁሉ ማንንም አትበቀል:: እግዚአብሔር በቀል የኔ …
❤3
11 Sept 2025, 03:45 UTC91 viewsread 9 August 2026 Waaqayyoo Amma Yoowwanatti nu gargareera, Boriifis Abdiin Jira 😊
BAGA GEESSAN.
መልካም አዲስ አመት.
HAPPY NEW YEAR.
@barumsasanbataa
9 Sept 2025, 02:55 UTC91 views1 reactionsread 9 August 2026 File
Share 'Qaammee 4.doc'
🥰1
7 Sept 2025, 02:50 UTC99 views2 reactionsread 9 August 2026 QAAMMEE 2
Inni marga lalisaa keessa akkan boqodhu in godha! Gara laga itti haara galfatanittis na geessa! Far.23:2
Jalqaba, tikseen hoolota isaa marga lalisaa keessa boqochiisa,Hoolaa horsiisee boolan tokko akkas jedha hoolotni boqochuuf wantoota godhamuufi qabu
1. Sodaa irraa bilisa Gochuu
Akkamitti kun eegumsa waaqayyoo wajjin wal fudhata?
haara-galfii guddaan m/qulqulluu keessaa tokko waaqayyo sodaa keessaa nu ba…
❤2
6 Sept 2025, 03:27 UTC73 views2 reactionsread 9 August 2026 QAAMMEE 1 Faar. 23:1 waaqayyo tiksee kooti!
Daawit hariiroo tiksee fi Hoolota gidduu jiru muuxannoo isaa'rraa beeka. Kanaaf "Waaqayyo tiksee kooti an homaa hin dhabu!" Jedhee faarfata.
Hoolotni baay'ee sodaatoodha. Eegumsa tiksee barbaadu. Baha G/galeessaa keessatti yeroo sana, eegumsi tikseen hoolota isaaf taasisu kan addaan hin citnedha. Tikseen halkaniif guyyaa walitti fufiinsaan hoolota isaa to'achuu qaba, bineen…
🥰2
4 Sept 2025, 03:00 UTC75 viewsread 9 August 2026 SEERA EEGUUF MATAA CABAA JIRTAA?😔
Amma har'aatti seera eeguuf yaalii
gootee itti in milkoofne ta'a , akkuma Saba darbanii Fuula Gooftichaa duratti, tuta keessattis ta'e dhoksaatti si meeqa waadaa galteetta ta'a. S/Ba'u. 24:3 / S/Ba'u 24:7
dhuguma yaaliif dandeettii namaan bakka hin ga'u, sababiinsaa Akkuma qajeelummaa fi fayyinni kennaa isaa ta'e, Abboomamuun kennaa Waaqayyoo waan ta'eef. Maal gochuu naaf wayyare…
22 Aug 2025, 18:27 UTC97 views2 reactionsread 9 August 2026 Waaqayyo mana hundumaa keessa jiraata; jecha dubbatamu hunda ni dhaga'a, kadhannaa kadhatamu hunda ni dhaggeeffata, gaddaa fi abdii kutannaa lubbuu hundumaa ni sakatta'a, wal'aansa abbaaf, haadhaaf, obboleettiif, obboleessaaf, ollaadhaaf godhamus ni caqasa. Waan nu barbaachisuuf nuuf yaada, waan nu barbaachisu nuuf guutuudhaaf jaalallii, araarrii fi ho'i Isaa yeroo hunda burqa. LGEI 103.1
@barreeffameejira
❤2
13 Aug 2025, 19:33 UTC124 views2 reactionsread 9 August 2026 Seexanni Haala mijataa fakkaatu kamuu yoo qopheesse tasa nuuf yaadee miti; Hewaaniin yeroo goyyoomse ija kee siif banama jedhe(akka waan waaqayyoon caalaa yaadeefiitti); waan waaqayyo hin godhin jedhe gochuun rakkoo hin qabu, faayidaa malee jechuusaati...xumurri isaa garuu waaqayyottii adda ba'uu fide, Du'a🥲, rakkina, boo'icha....
Seexanni gara keenya kan dhufu maalif akka ta'e yesuus yeroo dubbate akkas jedhe
“Hatt…
⚡1👍1
13 Aug 2025, 08:05 UTC96 views2 reactionsread 9 August 2026 WAAQAYYO CUBBUU IN JIBBA CUBBAMAA IN JAALLATA!!🤔
Dheekkamsi Waaqayyo akka seexanni itti sammu namaa keessa ka'ee, Waaqayyoon jibbaafi gara jabeessa gochuu yaadu sana miti:
Maalidharee dheekkamsi Waaqayyoo?
Cubbuu jibbuusaati.
Waaqayyo maalif cubbuu jibba?
Sababnisaa waan nu jaallatuuf
Waaqayyo yeroo tokkotti nuus ta'e cubbu Jaallachuu hin danda'u. Maaliif akka ta'e beektaa?
Sababiinsaa Cubbuun ajjeesaadha.
1Qor 15:…
❤2
11 Aug 2025, 19:17 UTC98 views2 reactionsread 9 August 2026 Yeroo itti gargaarsa hin qabnetti, yeroo of oolchuu hin dandeenyetti,
Yeroo Gantoota taanetti, Diinota taanee utuma jirruu, akkasumas cubbamoota taanee utuu jirruu...
Waaqayyo du'a ilma isaa yesuus kristoosiin ofitti nu araarse!
@barreeffameejira
❤2
11 Aug 2025, 04:59 UTC111 views3 reactionsread 9 August 2026 Rakkoo cubbuu namaatiif furmaati, YESUUS Qofa.❤
@barreeffameejira
❤3
24 Jul 2025, 04:36 UTC144 views3 reactionsread 9 August 2026 Ibroota 2:9 kun kan keedha:- Yesus dhukkubbii fudhateera akka ati kophaa hin baanneef. Yeroo akka dadhaba taatu sitti dhaga'amulleee, inni ayyanni koo duwwaan si ga'a jedha.😊
@barreeffameejira
❤3
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @barreeffameejira. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.