Dhumarratti yeroo hunda waan sirrii ta'e hojjechuu qabda, yoo ulfaataa ta'ellee, hamma jaalalaa safaruuf madaalliin dhugaa jaalaladha. At the End of time! Na madeessitee hin deemiin!
👍4

Channel
@Burqaa_beekkumsaa
On this record: Growth · Engagement · Reactions · Posts · Citations · Cite this entry
2,570subscribers
-4 since we began measuring on 6 August 2026
Risers and fallers across the register · movement among entries of 1,000–3,162.
| Telegram ID | -1001474991732 |
|---|---|
| Type | Channel |
| Username | @Burqaa_beekkumsaa |
| Created | Between 1 April 2019 and 30 September 2021— estimated from Telegram’s id allocation, not measured. How this range is calculated. |
| First recorded | 6 August 2026 |
| Last confirmed live | 16 August 2026 |
| Measurements held | 5 |
| Confirmed unchanged | 1 time, most recently 16 August 2026 |
| On Telegram | t.me/Burqaa_beekkumsaa |
| Measured (UTC) | Subscribers | Change |
|---|---|---|
| 16 Aug 2026, 18:19 | 2,570 | -10 |
| 13 Aug 2026, 12:05 | 2,580 | +5 |
| 7 Aug 2026, 15:21 | 2,575 | +1 |
| 6 Aug 2026, 21:30 | 2,574 | no change |
| 6 Aug 2026, 21:19 | 2,574 | first reading |
19 posts held, back to 26 May 2025 — the reader has not yet reached the start of this channel’s public history, so older posts may sit further back, unread. Read across 2 pagesof Telegram’s post history, 20 posts per page.
Nothing published in the last 30 days. ERR and ER are rolling 30-day measures, so there is nothing to compute — we hold 19 posts for this entry, the most recent from 1 June 2026. An engagement rate over an empty window would be a number about nothing.
78 reactions across 14 posts, in 5 distinct kinds. The most used accounts for 62.8% of them.
| Reaction | Count | Share | Share, drawn |
|---|---|---|---|
| ❤ | 49 | 62.8% | |
| 👍 | 15 | 19.2% | |
| 👏 | 7 | 8.97% | |
| 🥰 | 6 | 7.69% | |
| 😁 | 1 | 1.28% |
No sentiment is inferred, and none should be read in. This table is ordered by count and by nothing else. Emoji do not carry stable meaning across languages or communities — 🙏 is thanks in one channel and mourning in another — so we publish which ones were pressed and how often, and pass no judgement on what an audience meant by them.
Precision. Telegram publishes reaction counts per emoji and short-forms each one — 4.34K, 1.2M — so any single kind at or above 1,000 reaches us at three significant figures, and only counts below 1,000 are exact. The shares above are ratios of those figures and carry the same error. This is also why the total here can differ slightly from a reaction total printed elsewhere on the page: both are sums of the same rounded parts, taken over samples with different edges.
Coverage. Reactions were read on 14 of the 19 sampled posts in this sample. Summed by Telegram’s own count on each post — not by adding up the per-emoji breakdown above — those same posts carry 78reactions in total: the kind of figure the paragraph above means by “a reaction total printed elsewhere on the page”.
Measured over the 19 most recent posts we hold, published 26 May 2025 to 1 June 2026, using the newest reading held for each. Telegram Stars are excluded: they are a payment, not a reaction, and they have their own section.
Dhumarratti yeroo hunda waan sirrii ta'e hojjechuu qabda, yoo ulfaataa ta'ellee, hamma jaalalaa safaruuf madaalliin dhugaa jaalaladha. At the End of time! Na madeessitee hin deemiin!
👍4
Dhugaa sitti hadhooftus liqimsuu qabdu tokkon sitti hima. Gaafa waa qabdu inni si jaalatus, inni sin jaalannes si jaalata. Gaafa harka duuwwaa taate kan sin jaalanne duras sanuma. Garuu kan si jaalatu hidhii sitti xuuxa. Atumtiyyuu of jibbita. Hiyyeessi gurra hin argatu. Hiyyeessi akka garaasaatti hin dubbatu. Hiyyeessi waan barbaade hin nyaatu. Kanaafuu fiigi. Gurra argachuuf, akka feete dubbachuuf, wanta feete laac…
❤3👍1
Sareen ati guddifte sitti dutuu jalqabnaan🐕, Namni si caalaa nyaata kennuuf akka jiru shakki. Jecha dubbii qabu.!
❤5
“Namootni gurguddoo fakkaatanii sitti mul'atan teessee waan isaan ilaaltuuf guddaa sitti fakkaatu; kanaafuu, ka'i ilaai” isaan hubatta.
❤1
SANBATNI GOOFTAA... ✍️ Guyyaa Boqonnaati: Hojii idilee fi dadhabbiitti irraa boqochuudhaaf guyyaa adda bahee dha. ✍️ Guyyaa Yaadannootti: Guyyaa uumama addunyaa fi uumaa itti yaadatanidha. ✍️ Guyyaa Waaqeffannaati: Guyyaa qulqullummaan itti walitti qabamanii kadhannaa fi galataa Waaqayyoo itti dhiyeessanidha. ✍️ Guyyaa Gammachuuti: Guyyaa itti maatii fi hawaasa waliin nagaa fi gammachuun itti dabarsanidha. ✍️ Gu…
❤5
Yeroo wanti hojjachaa jirtu (itti gaafatamummaan kee) salphaa tahe gahumsi kee hin guddatu, daangeeffamee dhaabbachuun boodarra hir'achaa gara du'uutti deema, yeroo wanta ati (itti gaafatamummaan kee) guddaa fi qormaanni kan itti baay'atu tahe gahumsi kee guddachaa dagaagaa dhufa. Qormaanni hojii (itti gaafatamummaa) kee keessatti heddummaachuun guddaa tahaa dhufuun, coba gaarii unkurri gahumsa keetii ittiin lalisuu…
❤6
Siif HAA bari'u humna dhiiga hoolichaan!
👍4❤3😁1
Kan Si Jalqabsiise Waaqayyo taanaan Waa'ee Xumura isaafis hin Yaadda'iin inni si wajjin Jira.
👏7❤3👍2
Sareen ati guddifte sitti dutuu jalqabnaan🐕, Namni si caalaa nyaata kennuuf akka jiru shakki. Jecha dubbii qabu.!
🥰6❤4
Hin Yaadda'iin; hin sodaatiin; hin shakkiin dhimmicha Waaqayyo Gooftaa Maccaatu siif Xummura.! Sumaaf✍️ Guyyaa Gaarii Qabaadhaa.!
Photo, posted without a caption
Kaayyoo Galma hin qabne Mana utubaa hin qabne Utubaa Mana hin qabne Hangafa barcuma hin qabne Sabni Tokkummaa hin qabne: Yeroo hunda ni raafama!! Dhugaan galgalaan galti
Showing the 12 most recent of 19 posts we hold for @Burqaa_beekkumsaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.
Names
Channels on the register whose handles appear in this channel's posts.
A mention is a weaker signal than a forward and is counted separately for that reason — naming a channel is not republishing it, and a handle in a post body is easy to place deliberately. The post counts beside each row below are distinct posts in which the handle appeared, from posts we have read on both sides — the “Named by N registered channels” figure above is a different count, of distinct NAMING CHANNELS rather than posts, and is not the sum of the rows under it.
A live page changes as we take new readings, so a citation should name the measurement it is based on, not just the URL. The line below cites the subscriber count as measured 16 August 2026 — this entry's latest reading, not the date you are reading this.
“Burqaa Beekkumsaa” (@Burqaa_beekkumsaa), 2,570 subscribers as measured 16 August 2026. Telegram Register, tgregister.com/channel/Burqaa_beekkumsaa.
Full measurement history, CC BY 4.0. Every reading this register holds for this entry, not just the latest one, as a dated, downloadable record: CSV · JSON. Free to use with attribution to tgregister.com. Each file carries its own generation timestamp, which is the figure to cite for exactly when the data was retrieved.