8 Aug 2026, 04:40 UTC31 views5 reactionsread 8 August 2026 🌳🖊Dubartii gosa 9 qabduu hin fudhiin
•••••••••••••••••••••••••۞﷽۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊1. Dubartii boyfriendii qabdu ykn jaalallee dhooysaa qabdu
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊2. Dubartii sahiba dhiiraa heddummattu sahiba dhalatirra akka afaan zamanatti bestfriendi bayyinaan qabdu.
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊3. Dubartii shubbisa jaalattu ykn dansii taphattuu bif…
❤5
6 Aug 2026, 19:33 UTC55 views2 reactionsread 8 August 2026 اليل ليلة الجمعة صل على حبيب
🥰2
6 Aug 2026, 13:17 UTC70 viewsread 8 August 2026 الجميع ينتظر منك الخطأ ، إلا الله ينتظر منك التوبة أكثرو من الإستغفار.
Hundi namaatuu dogongora kee qofa eega .. rabbiin malee .
Inni (tawbaa dhaan )
gama isaa akka deebituuf si eega.
Atimmoo maal eegda ?.....
6 Aug 2026, 08:10 UTC117 views3 reactionsread 8 August 2026 As wr wb
Guyyaa jimmataa galgala muhaadaraa Sh Amin Ibroo kharaa haaraya (Kooriidara) gubbarratti waan godhuuf hundi kheessanuu miseensoonni dhiiraa afeeramtanii jirtan.
Waliifiis dabarsaa nama biraatiis afeera
👉_Eddon Biiroo Barnoota Bira
🥰3
6 Aug 2026, 03:14 UTC82 views1 reactionsread 8 August 2026 ✰✰﷽✰✰
💫اللهم صل على صاحب التاج والمعراج،صاحب الوجه الأنور،والجبين الأظهر،سيد ولدآدم رسول رب العالمين عليه أفضل الصلاة وأتم التسليم
Beqa.....?!😢
🪴Gaafa ati duute sanis...isaan jireenya isaanii ittuma fufanii gaggeeffatu....
👆akkuma har'a ati abbaa, Haadha, obboleessa,obboleettii,Haadha manaa, ilmaan......mana dukkana afaa biyyee Fi boraatii/tiraasii biyyee, mana gubbaan biyyee jalaan biyyee keessa gadi keettee jir…
🥰1
5 Aug 2026, 03:55 UTC132 views7 reactionsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
😭6👍1
5 Aug 2026, 03:54 UTC132 views5 reactionsread 8 August 2026 إنا لله وإنا إليه راجعون🥲🥲
TORBEE QUR'AANA KEESSA OSOO JIRRUU
Dubbii akka malee hamilee nama Cabsu dhageenye
#Mucaa xiqqaa qaxalee biqila Islaamaa
Ilmoo Qur'aanaa Dhabne 🥲🥲💔
Rabbiin Rahamata haa godhuuf 🥲
#Hamzaa_Muhammad_Ahmad, Rahmata bal'aan, Jannata Firdawsii ol'aanaa isa haa qubsiisu.
waa'ee isaa post barsiisaan isaa barreesse dubbifnee ;akka malee garaa bade.
Mucaa yeroo gabaabaa keessatti Qur'aana guutuu haf…
😭5
4 Aug 2026, 19:30 UTC82 views2 reactionsread 8 August 2026 Posted without readable text
❤2
4 Aug 2026, 05:00 UTC87 views2 reactionsread 8 August 2026 ✅️ 𝙃𝙐𝙉𝘿𝘼 𝘾𝘼𝘼𝙇𝘼𝘼 𝙍𝘼𝘽𝘽𝙄 𝙀𝙀𝙂𝙂𝘼𝘿𝙃𝙐 ✍️🌿
Namni Rabbii beeke, addunyaa hin sodaatu; Aakhiratu isaaf caala. 🌙✨
Qalbii kee Qur'aanaan jiraachisi; afaan kee zikriin miidhagsi; qaama kees hojii gaariin kabajsi. 🤍📖
Har'a waan gaarii facaasi; boru bu'aa isaa haammatta. 🌱🌼
Rakkoon kamiyyuu yeroo murtaa'aa qaba; araarri Rabbii garuu daangaa hin qabu. 🌧️☀️
Yoo namoonni si dhiisan, Rabbiin siif ga'aadha. 🤲
Namni Rabbii irratti …
👍1🥰1
3 Aug 2026, 14:26 UTC81 views3 reactionsread 8 August 2026 بسم الله الرحمن الرحيم
كِتَابُ التَّوْحِيدِ
وقول الله تعالى: ﴿وَمَا خَلَقْتُ الْجِنَّ وَالْإِنسَ إِلَّا لِيَعْبُدُونِ﴾ [الذاريات: ٥٦].
وقوله: ﴿وَلَقَدْ بَعَثْنَا فِي كُلِّ أُمَّةٍ رَسُولًا أَنِ اعْبُدُوا اللَّهَ وَاجْتَنِبُوا الطَّاغُوتَ﴾ [النحل: ٣٦].
وقوله: ﴿وَقَضَى رَبُّكَ أَلَّا تَعْبُدُوا إِلَّا إِيَّاهُ وَبِالْوَالِدَيْنِ إِحْسَانًا﴾ [الإسراء: ٢٣].
وقوله: ﴿وَاعْبُدُوا اللَّهَ وَلَا تُشْرِ…
❤3
3 Aug 2026, 04:51 UTC96 views5 reactionsread 8 August 2026 Posted without readable text
🥰5
1 Aug 2026, 10:18 UTC114 views9 reactionsread 8 August 2026 Iccitii namuu hin beeyne jidduu keetiifi Jidduu Rabbii keetiitti qabaadhu.
Ibaadaa namni sirraa hin beeyne amala godhadhu.
Rabbiin keenna (sw) Hadiisal qudsi keessatti akkana jedha:-
«ما تقرب عبدي إليَّ بأحبَّ إليَّ مما افترضتُ عليه»
Gabrichi kiyya waan ani isa irratti dirqama godhe caalaa waan ani jaaladhu tokkoon natti hin dhihaatu.
Halkan walakkaa yeroo namni si hin arginetti salaati, Sooma heddummeessii soo…
🏆9
Showing the 12 most recent of 19 posts we hold for @afis05A. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.