6 Aug 2026, 08:46 UTC23 views0 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @afis05A
As wr wb
Guyyaa jimmataa galgala muhaadaraa Sh Amin Ibroo kharaa haaraya (Kooriidara) gubbarratti waan godhuuf hundi kheessanuu miseensoonni dhiiraa afeeramtanii jirtan.
Waliifiis dabarsaa nama biraatiis afeera
👉_Eddon Biiroo Barnoota Bira
Signed الله المستعان
5 Aug 2026, 06:29 UTC35 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @afis05APhoto
Photo, posted without a caption
Signed الله المستعان
5 Aug 2026, 06:29 UTC35 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @afis05A
إنا لله وإنا إليه راجعون🥲🥲
TORBEE QUR'AANA KEESSA OSOO JIRRUU
Dubbii akka malee hamilee nama Cabsu dhageenye
#Mucaa xiqqaa qaxalee biqila Islaamaa
Ilmoo Qur'aanaa Dhabne 🥲🥲💔
Rabbiin Rahamata haa godhuuf 🥲
#Hamzaa_Muhammad_Ahmad, Rahmata bal'aan, Jannata Firdawsii ol'aanaa isa haa qubsiisu.
waa'ee isaa post barsiisaan isaa barreesse dubbifnee ;akka malee garaa bade.
Mucaa yeroo gabaabaa keessatti Qur'aana guutuu haf…
Signed الله المستعان
1 Aug 2026, 14:10 UTC81 viewsread 8 August 2026 Sababaa jalliinaa (dargaggootaaf).
Jallina jechuun karaa haqaa irraa dabuu,
Nama fakkeenya godhatuu qabnu dhiifnee,
Yahuuda fi nasaaraa Jala deemuudha.
Sababoolee jalliinaa kan tahan dargaggootaaf.
1,Quraana fi hadiisa irraa gara galuu, baratuu dhabuu fii
baratanii itti dalaguu dhabuudha.
قال تعالى: ﴿ وَمَنْ أَعْرَضَ عَنْ ذِكْرِي فَإِنَّ لَهُ مَعِيشَةً ضَنْكًا وَنَحْشُرُهُ يَوْمَ الْقِيَامَةِ أَعْمَى …
Signed الله المستعان
31 Jul 2026, 07:50 UTC38 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @afis05A
Iccitii tana meeqa keessantu beeka?
777777⁷77777777777777
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
~Baayyinni Samii torba
~Baayyinni dachii torba
~Torbaanitti guyyaan 7 tu jira
~Balbalti jahannam torba
~Naannawa kaabaa yeroo torba naannawama
~Safwaa walmarwaa jidduu torba fiigama
~Ijoolleen akka salaatatti ajajamtu amata torba tti jedhan #Rasuulli{ﷺ }
~Suuratul fatihaan aayata torba qaba
Addunyaa tanarra bahaara torbaatu jira
~Hajjiitti jamratul…
Signed الله المستعان
29 Jul 2026, 08:47 UTC41 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @afis05APhoto
"Nama Taa'iin Dadhabde Waan Teessisuutu Itti Dhufa".
"Namni Ulee Muusaa Dide Jirma Fir'oownaa Baadhata".
"Himan Didduun Du'a Hin Diddu".
"Abbaan Ofii Of Dhahe of hin dandamu".
"Ofii daddabanii Rabbi Hin sakkaban".
"Anumarraa Na Dadhaban" Jedhe Qaallichi.
Signed الله المستعان
28 Jul 2026, 19:32 UTC56 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @afis05APhoto
✨ KAWAKIB 2 — YEROO DHIHOOTTI! ✨
Dhaabbanni Kawakib Youth Organization Qophii Quraana Guddoo isiniif qabatee dhufaa jira!
🔹 Torbee Qur’aanaa
🔹 Dorgommii Qur’aanaa Guddoo Magaalaa Dirree Dhawaa (Marsaa 2ffaa)
🔹 Sagantaa Badhaasaa...fi k.k.f
Dhihotti Nu Eegaa.
Signed الله المستعان
27 Jul 2026, 16:23 UTC502 views1 reactionsread 8 August 2026 Video
Video, posted without a caption
❤1
27 Jul 2026, 05:51 UTC46 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @afis05A
📩 *#رسالتي_لك_اليوم*
ـ •┈┈┈••✿❂✿••┈┈┈
﴿واصبر على ما أصابك﴾ ما أصابك هو خيرٌ حتى وإن ظهر لك بغير ذلك ، فذلك من عند الكريم الرحيم ، فبعد العسر تيسير وكل أمر له وقت وتدبير ،
ـ •┈┈••✿❂✿••┈┈┈•
Signed الله المستعان
24 Jul 2026, 07:48 UTC355 views6 reactionsread 8 August 2026 Photo
Hiriyaan akka bishaan dhugaati.
Yoo qulqulluu hin taane hin barbaachisu!
©️MH ZAIN
❤4🔥2
24 Jul 2026, 07:39 UTC197 views3 reactionsread 8 August 2026 Photo
Namni tokko guyyaa guyyaan ofii isaatiif gaarummaa qabaachuu qaba. 🌞🍖
Addunyaan gara jabummaa gahaa qabdi! 🌍🔥
©️MH ZAIN
❤2🥰1
24 Jul 2026, 07:26 UTC80 views3 reactionsread 8 August 2026 Photo
Wantoonni gaariin bakka isaaniitti male guddatu
Wanti gaariin bakka fedhetti yoo dhaabame gonkumaa hin badu!
❤2🔥1
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @UsamaHassen. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.