30 Jun 2026, 05:54 UTC129 viewsread 7 August 2026 #Jiruu_Dachee
Tokkoof mijattee fiigichaaf tolti
Tokko xalaftee dhoftee lafaan marti
Tokkof gammachuu gumachitee
Tokkotti uffata gadda uffisti
Isa tokkof ormatu fira
Isa tokkof firatu diina
Tokkof yeroo calalu
Kaaniif immoo booruu
Gumaachi dacheerra
Hundi wal hin madaalu
Abdii isa waaqarrati
Inni hundarra caalu
#Join
👇👇👇👇👇👇👇👇
@WAADAA_KAAYYOO
@WAADAA_KAAYYOO
@WAADAA_KAAYYOO
👉Toorarraa Baduu Keenyaaf Dhiifama 🙏
Signed Firii Kaayyoo
16 Apr 2025, 11:57 UTC970 views0 reactionsread 7 August 2026 Tokkicha Ilmasaa
Dabarsee nuuf kenne
Ilmis nu jaallatee
Lubbuusaa nuuf kenne
Jireenya biyya lafaa
Gidiraan kan guute
Fannoo Irratti ba'ee
Hidhaa nurraa kute
Gatii tokko malee
Tola nu jaallate
Jaalala barsisuuf
Dabarsitee of laatte
Dhiiga Isaa Lolaasee
Daandii jireenyaa saaqe
Madaa Barruu isaatiin
Arfiin du'aa baqe
Galanni Kan Keeti
Galatomi #Yesuus
👇👇👇👇👇👇👇
@WAADAA_KAAYYOO
@WAADAA_KAAYYOO
@WAADAA_KAAYYOO
@WAADAA_
Signed Firii Kaayyoo
24 Jan 2025, 18:08 UTC≈1,090 views6 reactionsread 7 August 2026 Keessa of barbaadaa!
Gartuu dhiigaa fi amala namaa!
*******
Qorannoon baayyee cimaa fi gad-fagoo tahe jiraachuu baatus gartuun dhiigaa fi amalli namaa hariiroo akka qabu ni dubbatama!
********
1.Gartuu dhiiga A
****
Namoonni kun cimoo , hojjii kan jaallatanii fi nagaa barbaadu. Kana malee hojjii tartiiban hojjachuu , qulqullinaa fi yeroo tokkotti hojii tokko duwwaa hojjachuu filatu
Namoonni kun amanamoo fi waan sirri…
❤4👍1🥰1
Signed Firii Kaayyoo
16 Dec 2024, 18:19 UTC≈1,070 views7 reactionsread 7 August 2026 1. Mobaayilii qabdaa?
2. Facebook qabdaa?
4. Kana dubbisuun yeroo kee gubaa jirtaa?
5. Lakkoofsi 3 akka hin jirre hin hubannee🫵🏽
7. Deebitee check goote/ilaalte.😀
8. Ammas Gowwomteetta Lakk 6 hin jiruu.🙈
9. Ofitti kofaltee🤦🏾♂️😆😁
10. Lakk 1 akka hin jirre in yaadannee🙄
11. Dhugaa sitti fakkaatee ilaalte. 😂
12. Ammas Gowwomteetta ati nagaa miti jechuudha. Jireenyi akkasitti waan nutti taphachaa jiru natti fakkaata.🤦🏾…
❤7
Signed Firii Kaayyoo
28 Nov 2024, 10:42 UTC≈1,120 views0 reactionsread 7 August 2026 Photo
Onnee si jaallatee
Waa'ee keef wargamu
Maaliif madeessitee
Goote akka dararamuu
Kennaa gatii Qaalii
Onnee isa qulqulluu
Maaliif hin hubanne
Waliif Akka bulluu
Jaalalli jaalala
Kennaa gatii qaalii
Isa har'aa dhiisii
Isa borii ilaalii
💘💘💘💘💘💘
👇👇👇👇👇👇
@WAADAA_KAAYYOO
@WAADAA_KAAYYOO
@WAADAA_KAAYYOO
@WAADAA_KAAYYOO
Signed Firii Kaayyoo
22 Nov 2024, 05:49 UTC≈3,370 views4 reactionsread 7 August 2026 JIREENYA GAMMACHUU QABU JIRAACHUUF:-
- Nama ta'uu kee yeroo hunda yaadadhu.
- Namoota Kamiinu qixa akka taate of amansiisi (namni eenyummaa isaan wal qixa; doktorii, pirofeserii, barsiisaa... waan fedhe haa ta'u kunneen eenyummaa isaa osoo hin taane maalummaa isaati. Namni kan madaalamu ammoo maalummaa isaan osoo hin taane eenyummaa isaani kanaafu ati Nama dha Amani).
- Akka duutus hin dagatiin.
- Namaaf ilaalcha…
👍3❤1
Signed Firii Kaayyoo
14 Nov 2024, 06:03 UTC888 views4 reactionsread 7 August 2026 👉Do these 5 things to achieve your goals!
1. Put people's words "What did they say to me" under your feet, not above your mind.
2. Remember your yesterday and Hope for your future.
3. Show your skills and strengths by doing them, not by telling them.
4. You have a purpose, but don't tell anyone what your purpose is. Why, if you say so? Because if you tell someone your goals, they will pave the way for you t…
❤2👍2
Signed Firii Kaayyoo
14 Nov 2024, 06:00 UTC819 views1 reactionsread 7 August 2026 👉Kaayyoo kee galmaan gahuuf wantoota 5 kana godhi!
1. Jechoota namaa "Maal naan jedhan" sammuu kee ol otuu hin ta'in miila kee jala kaa'i.
2. Rakkina amma keessa jirtuu fi cinqii sitti jirtu kana kaleessa ke yaadachuun, Fuul-dura kee Abdachuun bira kuti.
3. Ogummaa keetii fi cimina kee namatti himuu osoo hin ta'in hojjachuun agarsiisi.
4. Kaayyoo qabaachuu kee malee kaayyoo kee maal akka ta'e namatti hin odeessin…
❤1
Signed Firii Kaayyoo
7 Nov 2024, 18:20 UTC864 views3 reactionsread 7 August 2026 Of Jijjiiruuf Kallattilee Bu'uuraa 10
➛ Ati nama guddachuuf of qopheessuu jaalatuu dhaa? Karaa kamiiniyyuu of jijjiiruuf kallattii barbaadaa jirtaa?
➛ Yeroo kamiyyuu kallattiin ittiin jireenya keenya jijjiiruu dandeenyu malli ni jira.
➛ Dandeettiin nama keessa jiru daangeffamaa miti. Kanaafuu dhuma milkaa'insaa irra gaheera kan jedhu hin jiru. Tuqaan milkaa'insa isa dhumaas hin jiru.
Yommuu of xinxallu nuti nama g…
👍2❤1
Signed Firii Kaayyoo
18 Oct 2024, 08:03 UTC841 viewsread 7 August 2026 https://dollartub.com/8tphu
Signed Firii Kaayyoo
10 Oct 2024, 17:23 UTC882 viewsread 7 August 2026 🇺🇸🇺🇸🇺🇸DV-2026 Guuttattanii jirtuu??
🛑HUBACHIISA
GUYYAN MURASSA QOFATU HAFEE GUYYAAN QOFA KAN HAFEE GUYYAN HAFEE KAN ITTI FAYYADAMI
Yoo kan hin guunne ta,e iddoodhuma jirtanitti isiniif guunnee "confirmation number" keessan pdf tin goonee isinii erguuf qophii xumurre jira !!!
Odeeffannoo guutuu DV-2026
DV'n Maali?
➥ DV(Diversity Visa) jechuun carraa Visa Ameerikaa kaffaltii tokko malee ittiin argannudha. Carraan…
Signed Firii Kaayyoo
8 Oct 2024, 17:51 UTC775 views2 reactionsread 7 August 2026 Qabxiin seensa sagantaa fooyyessa dandeettii barattoota bara barnootaa 2016 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatanii ifoomeera.
Haaluma kanaan:-
1.Barattoota dhiiraa Saayinsii Uumamaa fi Haawaasummaan qormaata 600 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 204,
2.Barattoota Shamarranii Saayinsii Uumamaa fi Hawaasummaan qormaata 600 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 192,
3.Barattoota dhiiraa naannolee guddattootaa…
👍2
Signed Firii Kaayyoo
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @WAADAA_KAAYYOO. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.