24 Jun 2025, 14:10 UTC156 views2 reactionsread 7 August 2026 Ni rakkatta, guyyoonni tokko tokko hedduu sitti hadhaa'u. Xumura waan qaban sitti hin fakkaatan. Michichila abdii kee hurrii dhiphuutiin haguuganii abdii si dhorkatu. Yeroo gidiraan bifa jijjiirratee sitti deddeebi'u waanuma si fuudhee badu sitti fakkaata. Hiree kee jibbaa guyyaa dhalootaa fi gadameessa si baate abaarta. Sitti cima; ni baqatta garuu jijjiiramni hin jiru. Keessattuu sagalee jabaadhu siin jedhu gaafa…
❤2
10 Jun 2025, 18:36 UTC178 views2 reactionsread 7 August 2026 #Yaa_Ilma_Namaa!!
<><>=====<><>===<><>======<><>
Ati jireenya qormaata hin qabne, jireenya beela hin qabne, jireenya dheebuu hin qabne, jireenya daaruu fi gufuu hin qabne maaf hawwita? Warqeen osoo abiddaan hin qoramiin gatii qaalii baasee beekaa? Qamadii fi Garbuun osoo hin tortoriin biqilee, daraaree, firii kennee beekaa? Qormaanni ifatti nama baasa. Nama injifachiisa. Kabaja nama gonfachiisa. 'Dirqama qorami!' jec…
👍2
31 May 2025, 11:50 UTC226 views2 reactionsread 7 August 2026 Namoonni hedduun guyyaa 3 qofa si yaadatu; maqaa si dhahusi.
1. Guyyaa deeggarsa sirraa barbaadan.
2. Guyyaa ati dogoggora wayii dalagde.
3. Guyyaa ati Addunyaa kanarraa godaante. ✍🏻
By Leel
👍2
30 May 2025, 07:53 UTC188 views1 reactionsread 7 August 2026 Fakkeesitoota irraa fagaadhu.
Ofii keetti firoomi jiraadhu
👍1
29 May 2025, 11:20 UTC204 views4 reactionsread 7 August 2026 Yaadota Baay'ee Barsiisoo kana dubbisii namoota biroof illee qoodi
1.Nama namoonni akka fedha isaaniitti kaartaa jireenya isaaniitiin jiraachiisan hin ta'in. Kaartaa jireenya kee bocadhu! Kaartaa kee irratti of ijaari!
2. Argii jalqabi malee arguu qofaaf hin jalqabin! Dhaga'ii ba'i malee dhaga'uu qofaaf hin ba'in!
3. Ofii kee wajjin yeroo bal'aa fi sirrii ta'e qabaadhu!
4. Kan nama kuffisu baay'ina rakkinaa osoo hi…
❤3👍1
27 May 2025, 05:44 UTC164 views2 reactionsread 7 August 2026 File
Share
💔2
10 May 2025, 17:43 UTC273 viewsread 7 August 2026 AMALOOTA NAMOOTA
SHIRA XAXANII
1. Ofii mul'achuuf si dhoksu.
2. Ofii mi'aahuuf si hadheessu.
3. Amanamoo of fakkeessuuf amanamummaa kee mormu.
4. Cimina kee dhoksanii dadhabina kee qofa odeessu.
5. Yeroo si bira jiran si jajanii, duuba kee immoo si hamatu.
6. Sababa tokko malee si jibbu.
7. Hammeenya kee qofa ol kaasani odeessu.
8. Akka nama waan hunda beekuutti of tilmaamuun, ana malee jedhu.
9. Wanta gaar…
5 May 2025, 15:08 UTC217 views1 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @JechotaGaggaariiPhoto
"Ani biyya kootiif maalin godhe jedha malee, biyyi koo maal naaf goote hin jedhu. Ummanni koo garuu ilma isaatiif waan godhu beeka" Kadir Martuu.
Kadir Martuu nama saba isaatiif aarsaa qaalii kafale Rabbi fayyaa isaa guutuu haa deebisuuf.
- Jechoota Gaggaarii.
👍1
28 Apr 2025, 11:14 UTC≈2,820 viewsread 7 August 2026 File
Share
27 Apr 2025, 15:32 UTC220 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
2 Apr 2025, 08:35 UTC261 views2 reactionsread 7 August 2026 "KASONGO" MAALIIF Jedhame?
Maqaan isaa dhugaan Kasongo wa Kanema jedhama, waggaa 2 dura du'ee bakka awwaalchaa Lang'ataatti awwaalame. “Kasongo” trending ta’ee ture garuu seenaa sirba kana duuba jiru kan beekan muraasa. "Kasongo" kan hojjete baandii Super Mazembe jedhamu yoo ta'u, baandii kongo bara 1974 gara Keeniyaatti kan ce'e yoo ta'u, miseensonni baandichaa hiriyyaa isaanii Kasongo kan Eastleigh, Nairobi jiru da…
🔥2
30 Mar 2025, 20:50 UTC193 viewsread 7 August 2026 DIINNI KEE ARIITIITTI HIN JIRU!
*
Barreessituu beekamtuun addunyaa keenya har'aa keessatti Seenaa hojjechaa jirtu, Jooyis Meeyir (Joyce Meyer) kan jedhamtu tokko akkas jette: ''Your enemy is in no hurry! He doesn't need to win now! He just wants to win in the end!''........''Diinni kee ariitiitti hin jiru. Inni amma mo'uu hin fedhu! Dhuma irratti mo'uu barbaada!''
Jechi kun jireenya koo irratti d…
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Gudunfaa_Leel. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.