1 Feb 2025, 10:10 UTC≈1,000 views11 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @JechootaJaalalaa111Photo
Du'e jedhanii erga gadda taa'anii booda deebi'ee gale!
Naannoo Kibba Itoophiyaa godina Gaamoo keessatti miseensa Raayyaa Ittisa Biyyaa kan tureefi dhaabbatichi wareegamuu isaa maatitti kan beeksisee ture yoo ta'u, yeroon booda maatiin erga boo'anii gaddarraa ka'anii lubbuun deebi'ee gale. Haati garuu amanuu hin dandeenye!
Miira wal makaa gadda keessummeessitee kaatee gammachuutti machoofte
Harmee🖤 inni siin gammachi…
❤11
1 Feb 2025, 08:25 UTC852 viewsread 8 August 2026 Photo
Before and after
#color_editing
Warri barbaaddan Namoota Group kanatti add gochu duwwa dhan edit isinif hojjeenna
Yaada itti laadha
31 Jan 2025, 21:31 UTC833 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @JechootaJaalalaa111Video
😭😭😭😭
31 Jan 2025, 21:20 UTC755 views7 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @JechootaJaalalaa111
#Amaloota Dubartoonni agarsiisan keessaa muraasa#
👉Dubartiin takka osoo si wajjiin deemtuu guggufachuu ykn kukkufuu yoo bayyiste harka ishii akka qabattu waan barbaaddeef harka ishii qabadhu!
👉Dubartiin akka ishii hammattu yoo barbaadde bakkuma jirtu san dhaabbattii itti siqii hammadhu!
👉Dubartiin yeroo nagaa gaafatte xiqqo callistee
"ee nagaya" yoo siin jette , ishiin akka nagaa hin ta'in beeki!
👉Dubartiin waan …
❤4👍3
31 Jan 2025, 20:58 UTC733 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @QXQhr2TxNQ2ODPhoto
Guyyaa 2 qofatu hafe
Durov Caps
Day 4
✅ Koodii👉: 4775
✔️Xumuramuuf guyyaa lama qofaatu hafe family sirriitti hojjedhaa
Namoonni hin jalqabin yoo jiraattan linkii armaan gadiitiin jalqabaa
⬇️⬇️⬇️👇👇👇👇
https://t.me/DurovCapsBot/caps?startapp=7726441709
31 Jan 2025, 16:00 UTC700 views2 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @QXQhr2TxNQ2ODPhoto
Biyya kana keessatti mirgi dhala namaa kabajamuu erga dhiisee bubbuleera.
Lubbuun nama bilaasha taateetti, mararteen dhabamee, namni gochaa hin taane walirratti raawwataa Jira😥
Keessumattuu immoo yakki akkaan jibbisiisaa ta'e, shamarranii Fi daa'imman irratti raawwachuun hammaatee jira.
Mirgi dubartoota Fi daa'immanii kabajamaa hin jiru.
Kana duras yakki gudeeddii daa'imman umuriidhan xixiqqoo ta'an irratti raawwat…
👍2
27 Jan 2025, 15:26 UTC676 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @JechootaJaalalaa111Photo
Photo, posted without a caption
27 Jan 2025, 13:54 UTC659 views1 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @JechootaJaalalaa111Photo
Photo, posted without a caption
❤1
27 Jan 2025, 13:11 UTC666 views1 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @JechootaJaalalaa111Photo
Jaalala keen qaba
kan onneerraa maddee
Si yaadaan jira lubbuu
maaf na jalaa baddee?
Jaalalakoo hubadhuu
isan dhoksee si yaaduu
Dhibee biraa hinqabu
siif kanan ciisee aaduu!
Jaalala keef maraadha
galgalaaf ganama
Gaafan ijaan si arguu
onnee kootu banama!
❤1
27 Jan 2025, 13:07 UTC624 views3 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @JechootaJaalalaa111
1 Gaafa utaalloon si qabu Waan ho'aa nyaatta. Innimmoo garaacha si dhukkubsa.
2 Garaachakee fayyisuuf immoo Waan qabbanaayaa nyaatta innimmoo Taayifooyidii si qabsiisa .
3 Taayifooyidiirraa fayyuuf Waan gubaa nyaatta innimmoo Ammas garaacha si dhukkubsa.
4 Amma immoo nyaatuma lagatta
Hin huuqqatta lafarraa badda.☠️
5 milishaan karaarratti sitti dhufa .eessa haadhakeetti huuqqatte caakkaa turtee jedhee SI tuma si cacc…
😁3
19 Jan 2025, 12:40 UTC835 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @QXQhr2TxNQ2ODPhoto
Lucky game
Ammallee kaffalaa jira 🥰
💯dhugaadha yeroo hedduu irraa withdraw godheera an hojjedhaa
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://t.me/lucky_gems_official_bot/app?startapp=27WFwytz6csBtDgN2gTNQ1eA1YqZcTiyE9vBfbBrHLFUt4b
Welcome
22 Sept 2024, 16:01 UTC≈3,760 views7 reactionsread 8 August 2026 #Amaloota Dubartoonni agarsiisan keessaa muraasa#
👉Dubartiin takka osoo si wajjiin deemtuu guggufachuu ykn kukkufuu yoo bayyiste harka ishii akka qabattu waan barbaaddeef harka ishii qabadhu!
👉Dubartiin akka ishii hammattu yoo barbaadde bakkuma jirtu san dhaabbattii itti siqii hammadhu!
👉Dubartiin yeroo nagaa gaafatte xiqqo callistee
"ee nagaya" yoo siin jette , ishiin akka nagaa hin ta'in beeki!
👉Dubartiin waan …
❤6👍1
Showing the 12 most recent of 16 posts we hold for @JechootaJaalalaa12. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.