4 Apr 2025, 14:45 UTC289 views3 reactionsread 8 August 2026 Gaa'ilatti fiigame hin galamu
Jalaalli na qabe jedhame gara gaa'ila hin fiigamu. Gaa'illi jaalalaan alatti qophaa'insa umrii, bilchaachuu miira fi humna maallaqa barbaada. Miiraan bilchaata yoo taatan; wantoota kamiin cal'isaan dabarsu akka qabdan, wantoota kamiin haasa'uu akka qabdan, wantoota kamtuu sarara diimaa akka ta'aniif wantoota akkamiitu isin muudachuu akka danda'an beektu! Galii gahaa yoo qabaatte immoo m…
❤3
17 Mar 2025, 04:39 UTC109 views0 reactionsread 8 August 2026 Photo
#Gadda_Hamtuu🥹
Haati warraa Artist Andualem Gosaa #Keneni_Adugna lubbuudhaan, boqottee jirti.
Lubbuu ishee haa maaru. Maatii, Firaa fi hiriyoota ishee maraaf jajjabina haa kennu.
Duuti kichuu akkanaa nama rifachiisa, abdii nama kitachiisallee!
Nagaan boqodhu, boollakee daadhiin haa guutu haadhookoo 😭
Gadda kessan ibsachuf
👇👇👇👇👇👇👇👇
11 Mar 2025, 11:54 UTC123 viewsread 8 August 2026 Photo
#Gadda_Hamtuu🥹
Haati warraa Artist Andualem Gosaa #Keneni_Adugna lubbuudhaan, boqottee jirti.
Lubbuu ishee haa maaru. Maatii, Firaa fi hiriyoota ishee maraaf jajjabina haa kennu.
Duuti kichuu akkanaa nama rifachiisa, abdii nama kitachiisallee!
Nagaan boqodhu, boollakee daadhiin haa guutu haadhookoo 😭
Gadda kessan ibsachuf
👇👇👇👇👇👇👇👇
5 Mar 2025, 06:56 UTC202 viewsread 8 August 2026 Photo
Wave🗣️ @yomiyu_king
Channel kanaan,
👉Wallalo jaalala
👉 Wallalo jibba
👉Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech)
👉Gorsa(advice)
ni argattu
👉Karaalee milkaa'inaa(ways of success)
Ammuma jon godhadhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
4 Mar 2025, 18:56 UTC907 viewsread 8 August 2026 Photo
Mee karaa ittiin of dandeessee xiqqollee taatu Hojjachuu dandeessu sitti himuu!!!
Nama kamiyyuu komachuu dhiisi!!!
Maatii,hiriyaa,sirna barnootaa,barsiisaa,biyya,siyaasa,kee komachuu dhiisi kana jechuun sababni an Maallaqa dhabeef waan maatiin kiyya dureessa hin tahiniifi hin jedhin sababni isaa anuma mataa kiyya jedhi.... daafaa kana hunda kan keessa of naqe ana osoon hojii tuffachuu baadhee ganama rafuu baadhee s…
3 Mar 2025, 18:37 UTC250 viewsread 8 August 2026 Photo
Jaalalli yoo qabaasaa hin beekne nama miidha 🥺
Yoo sirnaan itti fayyadamte garuu madda gammachuuti🤗😘
Nagaan bulaa😎
28 Feb 2025, 16:58 UTC183 views1 reactionsread 8 August 2026 Photo
🔷 TELEGRAAMII SENTAANNII
📲Ergaa qofaaf YKN 📩💌Message Erguu qofaaf Fayyaadaamtu TANAAN Dogogortaaniittu ❌
🔷Nuutis Dogogoraa kessaan Guutuuf Jechaa CHaanalotaa Babarredoo Qaabaanne dhufnee. Jirraa
🔔 CHAANALOTA KANAA
#JOIN
#JOIN godha 🔔faayyadama. Irraa baraadhaa
🙏Hubaadhuu Hunduuma fayyaada
🗣️Abban chaanaali
200 500
1k 2k.
3k. 4k Isaa oll qabdaan
…
❤1
27 Feb 2025, 18:06 UTC162 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @yomiyu_ArtPhoto
Gati madalawa te'en namni bitu barbadan na qunamu dandesu
➡️ @yomi_king5 ⬅️
➡️ @yomiyu_king ⬅️
26 Feb 2025, 19:51 UTC161 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @yomiyu_Art
📣
Namonni Channel Kessaan WAVE Galfachuun Yeroo Muraasa kessatti Guddifachuu Warreen Barbaddaanif
✅ @yomiyu_king Na Dubbisaa
✅Kanneen Subscribers
📈📈📈
➡️Above✅ 200+ subscribers
➡️Above✅ 500+ subscribers
➡️Above✅ 1k+ subscriber
➡️Above✅ 10k+ subscriber
⚠️Hub.Channel views in qabne In fidinaa❌
🗣️Na Dubbisuf ➡️📥 @yomiyu_king
🗣️Na Dubbisuf ➡️📥 @yomiyu_king
26 Feb 2025, 09:14 UTC242 viewsread 8 August 2026 Photo
Wave ➡️ @yomi_king5 ⬅️
Utuu Guyyaa haara enyun argu barbaada sin jedhani enyu ittin Jetta ⁉️⁉️⁉️⁉️⁉️
26 Feb 2025, 04:59 UTC165 viewsread 8 August 2026 Photo
Wave➡️ @yomiyu_king ⬅️
Malif akkani akkas jedhe baru barbanan 👇👇👇👇👇👇👇
25 Feb 2025, 19:08 UTC241 viewsread 8 August 2026 Photo
Wave➡️ @yomiyu_king
Hiriyyan ke in dhuga enyu akka te'e baru ni barbada
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @JechootaJaalalaa111. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.