11 Sept 2025, 03:31 UTC191 views3 reactionsread 8 August 2026 GARA WARRA EFESOON 2:8-10 MacQul
[8] Isin ayyaana Waaqayyootiin karaa amantii fayyifamtan; inni immoo kennaa Waaqayyoo ti malee, gochaa ofii keessanii miti*; [9] hojiidhaanis miti, namni tokko illee akka ittiin of hin janyetti*. [10] Nuyi hojii harka isaatii ti, hojii gaarii isa Waaqayyo duraan dursee qopheesse keessa akka deddeebinuuf karaa Kristos Yesus uumamne*.
https://bible.com/bible/3202/eph.2.8-10.MacQul
Fak…
❤3
11 Sept 2024, 07:14 UTC677 views5 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @weedduu
🎆🎊Baga Waggaa Haarawaa 2017 Nagaan Geessan!
Happy New Year!
📅 #2017EC
@weedduu
🔜 @weedduunation 🌐
❤4👍1
24 Aug 2024, 19:20 UTC767 views3 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @weedduuVideo
Https://weedduulyrics.wordpress.com
@weedduu
❤2👍1
10 Jul 2024, 18:51 UTC≈4,510 views4 reactionsread 8 August 2026 🔥😎 Top Contemporary Oromo Gospel Songs - Faarfannoota Hafuurawaa Haaraa Bebbeekamoo Afaan Oromoo
https://youtube.com/playlist?list=PLZBy8b-kp9gTkil0zUe9RF08ke7xZhEMb&si=NgVaEcdscIKMygHw
@weedduunation
👍2❤1🥰1
30 Jun 2024, 17:37 UTC≈4,230 views2 reactionsread 8 August 2026 Photo
🔥😍Top Afaan Oromoo Christian Wedding Songs - Faarfannaa Cidhaa
https://youtube.com/playlist?list=PLZBy8b-kp9gR05IZXHaImfwvaHG37NvQZ&si=nS4yhG4dC8laCXhh
@weedduunation
❤2
5 May 2024, 01:00 UTC838 views4 reactionsread 8 August 2026 Photo
🌄Baga Ayyaana Du'aa Ka'uu Gooftaa Keenya Yesuus Kiristoos nagaan geessan!
'Waaqayyoo fi abbaa gooftaa keenyaa Yesus Kristosiif galanni haa ta'u! Inni araara isaa isa guddaadhaan, Yesus Kristos warra du'an keessaa ka'uu isaatiin, abdii isa jiraataa kanatti qabamnee akka jiraannuuf haaraa godhee nu dhalachiiseera*. '
1 ERGAA PHETHROS 1:3
https://www.bible.com/bible/3202/1PE.1.3
Image by articular on Freepik
@shineg…
❤3👍1
11 Sept 2023, 21:19 UTC≈1,110 views10 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @weedduu
Yesus kun Masiihicha ta'uu isaa namni amanu hundinuu mucaa Waaqayyoo ti; isa dhalche sana namni jaallatu isa abbichattii dhalates immoo in jaallata*. Waaqayyoon yommuu jaallannu, abboommii isaas yommuu goonu, ijoollee Waaqayyoo jaallachuu keenya in hubanna. Waaqayyoon jaallachuu jechuunis abboommota isaa eeguu dha; abboommonni isaa immoo ba'aa ulfaatoo miti*. Sababii namni mucaa Waaqayyoo ta'e hundinuu biyya lafaa mo…
❤7👍2🤔1
15 Apr 2023, 23:51 UTC≈1,270 views1 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @weedduuPhoto
Guyyaa jalqaba torbaniitti [gaafa Sanbata guddaa] sana galgala, bartoonni Yihudoota waan sodaataniif, mana cufatanii taa'an; yommus Yesus dhufee isaan gidduu dhaabatee,?Nagaan isiniif haa ta'u!? isaaniin jedhe*. Kana erga jedhee booddee harka isaa lamaanii fi cinaacha isaa isaanitti argisiise; bartoonnis goofticha arganii gammadan*.
WANGEELA YOHANNIS 20:19 - 20 MACQUL
Baga Ayyaana Du'a Ka'uu Gooftaa Keenya Yesuus K…
👍1
14 Apr 2023, 13:26 UTC≈1,100 views6 reactionsread 8 August 2026 Raacitii moofaa isin keessa jiru baasaa gataa! Raacitii of keessaa hin qabdan erga ta'ee, isin bukoo haaraa in taatu; Kristos hoolaan faasiikaa keenya aarsaa nuuf ta'eera*. Kanaafis kottaa, buddeena raacitii hin qabneen, kana jechuunis jireenya qullaa'aadhaa fi dhugaadhaan ayyaanicha ayyaaneffanna malee, raacitii moofaa yookiis raacitii jal'inaa fi hamminaa of keessaa qabaachuudhaan hin ayyaaneffannu*.
1 GARA WARRA …
👍4❤2
2 Jan 2023, 17:00 UTC≈4,310 views10 reactionsread 8 August 2026 https://www.youtube.com/watch?v=f0N-b3-gie8
Make sure to #Share and #Subscribe our YouTube Channel
@weedduunation
❤5👍2👏2🥰1
Weedduu Nation pinned «Weedduu Nation #YerooDhiyootti #ComingSoon! Https://telegram.me/weedduunation»
24 Dec 2022, 20:57 UTC≈4,220 views1 reactionsread 8 August 2026 Yeroo dhiyootti! Coming Soon!
Follow us on Social Media
https://linktr.ee/weedduunation
@weedduunation
❤1
Showing the 12 most recent of 16 posts we hold for @weedduunation. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.