12 Apr 2026, 06:02 UTC416 views3 reactionsread 6 August 2026 Photo
Iyyasuus du'aa ka'eera
Fayyinni namaa ta'eera
Dhaalli cubbuu diigameera
Haadni lubbuu hiikameera
Nu taasiseera dhala fayyaa
Haleelu-yyaa!
..
Namni ganamaa ni kufe; ka'umsa hiraaraa
Isa kufe kaasuu,
gatii badii baasuu,
namni lammataa ni dhufe; hoolaan araaraa!
Sigigaannaa Addaam,
dhiiga Yesuustu qulleesse
Samiif dacheerratti,
bu'uura jaalalaa hundeesse
❤️🔥🥰👇👇👇👇👇👇👇👇👇🫰
https://youtu.be/YEokGgRP2kQ?is=ckR4Z57M80pj_m6Q
❤2🥰1
18 Feb 2026, 13:41 UTC555 views2 reactionsread 6 August 2026 Photo
Jaalalaf jireenya sirrii jiraachuuf Murannoo qabaachuu qabna Qalbii guutuu itti keennuu qabna Yeroo, fayyaa fi humna keenyatti guutummaatti fayyadamuun hojjechuu qabna. Gammachuu yeroo gabaabaa irratti hin xiyyeeffannu. Dadhabina fi sodaa of irraa buqqifnee tarkaanfii fudhachuu qabna👇👇👇👇👇👇👇🥰
https://jabduu.com/2026/02/17/everyone-aspires-to-something-in-life/
🥰2
17 Feb 2026, 16:14 UTC421 views1 reactionsread 6 August 2026 Photo
Namni kamiyyuu jireenya keessatti waan tokkotti hawwa. Namni tokko badhaadhina biizinaasii hawwa, kaan gammachuu barbaada, kaan milkaa’ina, kaan immoo jaalala, nagaa ykn faayidaa biroo barbaada. Waan barbaaddu sana akka oksijiiniin si barbaachisutti hin barbaaddu taanaan hin argattu Garuu, wanti hundumtuu salphaatti nama bira hin gahu. Waan barbaannu tokko argachuuf, hawwii qofa utuu hin taane, gochaan isaa, fedhii c…
🥰1
17 Feb 2026, 09:09 UTC382 viewsread 6 August 2026 Photo
Umurii dargaggummaakeetti wanta gochuu qabdu godhi. Yoo kana hin taane wanta qeerrummaakeetti gochuu qabdu sana, erga dulloomtee booda kajeelta. Kajeeluu qofa miti akka keessaa hin baanetti dhaqxee itti lixxa. Waan qeerrummaatti gochuu qabdu sana dulluma keessa yeroo gootu ni salphatta. Ilmikee sitti qaana`a. Haati manaakee sitti yellaati. Kabanyikee sirraa mulqama🫰👇👇👇👇👇👇👇
https://jabduu.com/2026/02/17/do-what-you-ne…
6 Feb 2026, 17:56 UTC500 views1 reactionsread 6 August 2026 Photo
Namoota tokko tokkoof ati sababa malee jaalatamuuf kabajamu itti fufta, namoota tokkon tokkoof ati jibbisiisaa fi gatii dhabeessadha. Namoota muraasaaf ati gaarii bara baraati, si dhabuu sodatu; namoota kaaniif immoo ati homayyuu miti👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇😌
https://jabduu.com/2026/02/06/to-some-youre-the-person-they-love/
🥰1
5 Feb 2026, 15:48 UTC459 viewsread 6 August 2026 Photo
Jaalalli iddoo kolfi kee itti laafu utuu hin taane; iddoo humni gammachuu kee itti dabalamuudha! Jaalalli dirree lolaa miti, humna kophaatti boo’uuf si dirqus miti. Jaalalli waa’ee kophaatti madaa’u utuu hin taane; waa’ee yeroo inni gara miidhaatti jijjiiramu hubatte gadi dhiisuu beekuti.🥰🫰👇👇👇👇👇👇👇👇👇☝️
https://jabduu.com/2026/02/05/signs-of-a-woman-who-doesnt-love-you-2/
4 Feb 2026, 18:52 UTC445 views1 reactionsread 6 August 2026 Photo
Yeroo jaalalli gammachuu dhabuu keetiif sababa ta’u, sana booda hariiroo addan kutuun gamnummaadha. Jaalalli waa’ee safuu dhabuu fi waa’ee waan argame hundatti ijaa jabaachuu fi waan jaallatte sana irratti cichuu utuu hin taane; waa’ee seera namoomaa, waa’ee kabaja lubbuu ofii, waa’ee safuu fi daangaa jireenyaa eeguuti👇👇👇👇👇🫰🥰
https://jabduu.com/2026/02/04/love-is-not-a-battlefield/
🥰1
1 Feb 2026, 17:33 UTC513 views1 reactionsread 6 August 2026 Photo
Of kabajuun arraba kee irraa eegala bakka bu'aa siif hin buufneeti kabajaa ofi hin dhabsiisiin. Muuxannoon filatanii daggeeffachuufi hordofuu tarii beekumsaafi hubannoo gadi fagoo nu gaafachuu mala. Ta’us ammoo bara addunyaan dijitaalofte kana keessatti wanti akka koorsiitti barachuu ykn ammoo shaakaluu qabnu inni guddaan isa kana.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://jabduu.com/2026/02/01/youtube-facebook-tiktok-irraa-maal-dhaggeeffa
🥰1
29 Jan 2026, 15:57 UTC500 viewsread 6 August 2026 Photo
Haati warraa Dr Hayilee Fidaa aadde Beernaadiit du’aan
Haati warraa Dr Hayilee Fidaa aadde Beernaadiit du’aan addunyaa kana irraa boqochuu sababa godhachuun sagantaa Yaadannoofi Dungoo ibsuu taasifame🥹🙆♀️👇👇👇👇👇👇👇👇👇💔
https://jabduu.com/2026/01/29/haati-warraa-dr-hayilee-fidaa-aadde-beernaadiit-duaan/
25 Jan 2026, 13:12 UTC505 viewsread 6 August 2026 Photo
Dhaloonni ‛YouTuber’oota akka taabotatti simatu kun warra kana hagam beeka laata? Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaa bara 1950’tti Oromiyaa, Ganda Baadiyyaa Magaalaa Olonkomiitti dhiyaattee argamtutti dhalate. Ijoollummaa isaatti, maatiisaa waliin mana baadiyyaa kan dhoqqee fi citaa irraa ijaarame keessatti guddate👇👇👇👇👇👇👇👇👇🤌🙏🏽
https://jabduu.com/2026/01/25/an-educated-citizen-demands-his-rights/
25 Jan 2026, 06:46 UTC443 viewsread 6 August 2026 Photo
Of Eeggannoo cimaa godhaa!!
Biyya Alaa yeroo deemtan namoonni biyya keessa jiran fira kiyyaaf meeshaa Xiqqoo naaf geessi jedhanii yeroo meeshaa isinitti kennanu callistanii Ergaa nama irraa fuuchuu hin qabdanu! Sababni isaa Wanti namni sun isinitti kennu gara du'aatti isin geessuu danda'a!🥹🤦♀️👇👇👇👇
https://jabduu.com/2026/01/25/use-security-cameras/
24 Jan 2026, 06:41 UTC445 viewsread 6 August 2026 Photo
Hiriyaakee dhiiraa (Jaalalleekee), nama borummoo “Abbaa manaa naaf ta’a” jettee wajjin jirtu sana, hammam amanta? Simalee durba biraa waan hin haasofsiifne, waan sirratti hin deemmanne wayii sitti fakkaataa? Mee qorii ilaali. Qorumsi shakkii miti; caalatti wal amanuuf gargaara. Dhiira, “Yoo nan amantu ta’e badi! Na shakkitaayii? Waan na shakkituuf kana goota!” siin jedhu wajjin yerookee hingubiin. Kanaafuu, hamma boo…
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @wabiikoof. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.