23 Jul 2025, 19:24 UTC587 views2 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @wabiikoof
Jireenyi fiigicha miti. Hundi keenya muuxannoo fi haala mataa keenyaan akkamitti akka deemnu murteessuuf of gargaaru qabna. Namoonni tokko tokko milkaa'ina si dura argachuu danda'u, garuu kana jechuun ati kufte jechuu miti. Namoonni tokko tokko jaalala si dura argachuu danda'u, garuu atis hin argattu jechuu miti. Namoonni tokko tokko gammachuu si dura argachuu danda'u, garuu ati gadadoon jiraatta jechuu miti. Obsi wa…
❤2
Signed ❤ 🕊
19 Jul 2025, 07:57 UTC516 views0 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @wabiikoofPhoto
Miidhamni hundinuu sadarkaa bilchina haaraati. Wanta jibbitu hundarraa fagaadhu. Waamicha si aarsu tuffadhu. Ergaawwan si miidhan haqi. Waan jaalattu haala ittiin argachuu dandeessu yaalii argadhu. Waan abdii kee haaressu barbaadi. Waan kamuu dhiisuun fedhii keeti malee hiree kee miti. Yeroon filannoowwan hedduu yoo siif kennite wanta ejjennoo keef malu gara keetti dhiyeessi👇👇👇👇👇👇👇👇👇🤌
https://obsii.com/does-coffee-…
Signed ❤ 🕊
17 Jul 2025, 11:10 UTC380 views1 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @wabiikoofPhoto
Sodaafi raafamni, doorsisaaf dheekkamsi inni guyyaa hedduu, inni ji’oota lakkoofsise, yaaddoofi dhiphinni inni waggoota dabarse gaafa narraa ijaaju, osoon arguu jaamee, osoon dhagahuus duudee, gaafan nahee fajaju. Duumessi yaaddoo wal butee, hurriin abdii kutanna gaafa na marsu, gaafa sagaleen of jibbuu, miira koo hiraarsu, hin danda'u hin jenne nan danda'a malee. Aarsaan an kanfalee guyyoota lakkoofsisee, ji'oota da…
❤1
Signed ❤ 🕊
17 Jul 2025, 05:35 UTC317 views1 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @wabiikoofPhoto
Namni kamiyyuu jireenyakeef
akka siif murteessu hin eegiin.
Jireenya sirriin ati jiraachuu dandeessu isa ofiikeef murteessitedha. Sirrii fi badaan isaa immoo harka kee keessa jira. Namaan hirkoo hin godhatiin. Namni akka shambaqqooti. Guyyaa tokko laafee si jalatti cabee si kuffisa. Namni jabaadhu, ishoo siin jechuuf si jajjabeessuu danda'a malee bakka kee bu'ee siif jabaachuu hin danda'u. Bakka kee bu'ee miira keess…
❤1
Signed ❤ 🕊
15 Jul 2025, 18:17 UTC277 views1 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @wabiikoofPhoto
Gatiin Kee ilaalcha gad bu'aa namni waa'ee keef qabuun hin murtaa'u .
~ Gatiikee fi gitakee jechuun hangaa Kee fi bakka siif ta'uu beekuu jechuudha .
~ Biyya lafaa kanarra yeroo jiraattu gatiikee fi gitakee beekuudhaan jireenyaa jiraachuuf uumamtee tokko jiraatta.
<>Hanqaaquu Risaa (cululleetu) haanqaaquu lukkuu gidduutti makame ture. Lukkuuniis hanqaaquu culullee kana, hanqaaquu ishee waliin hammattee cuucii yaaft…
❤1
Signed ❤ 🕊
11 Jul 2025, 17:43 UTC276 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @wabiikoofPhoto
Gatiin Kee ilaalcha gad bu'aa namni waa'ee keef qabuun hin murtaa'u Gatiikee fi gitakee jechuun hangaa Kee fi bakka siif ta'uu beekuu jechuudha Biyya lafaa kanarra yeroo jiraattu gatiikee fi gitakee beekuudhaan jireenyaa jiraachuuf uumamtee tokko jiraatta👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://obsii.com/doubt-is-a-mental-illness-that-destroys-love-for-marriage/
Signed ❤ 🕊
5 Jul 2025, 14:45 UTC291 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @wabiikoofPhoto
Yeroo tokko tokko amalaaf naamusa kee keessatti warra si dhiisuu hin feene ni deddeebi'u. Haga amalaaf fedhii nama kanaa bartetti, baay'ee xiyyeeffannaa itti kennuun barbaachisaa miti. Garuu tasuma akka kabaja si dhoowwatu eeyyamuun sirran jiraatu. Namni dhugaa hin kabajne namummaa kee hin kabaju. Of eeggachuun itti gaafatamummaa ofiiti. Even namummaan keenya, qaamni keenya kabaja nurraa barbaada. Ajajamuufii qab…
Signed ❤ 🕊
15 Jun 2025, 07:59 UTC367 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @wabiikoofPhoto
Dunquqqaa'uu ittisuun hirriba gaarii argachuuf wantoota gochuu qabnu shan iccitiin hirriba halkaniitiin booda miira gaarii qabaachuun ka'uu guyyaa jalqabuu danda'a. Hirriba keessan fooyyessuu fi dadhabbiin akka isinitti hin dhagahamne gochuudhaaf gorsa muraasni kunooti.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://kayyoo.com/2025/05/21/five-things-to-do-to-prevent-snoring-and-get-a-good-nights-sleep/
Signed ❤ 🕊
12 Jun 2025, 09:56 UTC327 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @wabiikoofPhoto
Namoonni jireenya kophaa fi dhuunfaa filatan kanneen rakkoo mukaa'uuf saaxilamaniidha.har'a rakkoo mukaa'uu fi yaadda'uun qabamtee mana yaalaa yoo deemtu doktarri akka biyya keenyatti dawwaa siif ajajuu danda'a, garuu biyyoonni akka Denmaark,kanaadaa fi UK hariiroo hawaasummaa cimaa akka qabattu si gorsu.hariiroo jaalala nama hunduma wajjiin qabadhun jedha anis.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇🤌
https://obsii.com/my-clothes-do-not-expr…
Signed ❤ 🕊
9 Jun 2025, 15:59 UTC286 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @wabiikoofPhoto
Ofiif namoota biroo gidduutti sarara hin mul'anne sararachuun fageenya gidduu ofiif namootaa jiru keessa yeroo murtaa'eef turuun bu'aa gaariidha. Wanti dhabnu hin jiru. Sababni isas, waanuma ofiin of keessatti dudubbannuyyuu dhaggeeffachuun ergaa miirri keenya dabarsuu barbaadu hubachuu qabna nama tokko gammachiisuuf jechaa of dhabuun sirri miti of kee irraa ka'ee yoos namas ofis akka gaariitti waliin jiraachuu d…
Signed ❤ 🕊
8 Jun 2025, 09:21 UTC266 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @wabiikoofPhoto
Of agarsiisuu yoo baay'ate dhibee ta'uu akka malu beektuu? Namootni dhibee kana qaban: keessi isaanii miiraan kan guutamee fi amala isaanii tasa kan jijjiiran, akkasumas irra keessoo ta’uun beekamu. Akka addunyaatt dhibeen kun hawaasa dhibbeentaa 1-3% kan hubu yoo ta'u, baay'een isaanii dubartoota.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://obsii.com/did-you-know-that-too-much-self-expression-can-be-a-disease/
Signed ❤ 🕊
5 Jun 2025, 10:14 UTC289 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @wabiikoofPhoto
Akkuma jalqaba harka keessa galfachuuf jettee waanuma ishee gammachisuu gochaa turte, har'as akkasuma godhi! nama namummaa isaa baruuf dursitee eenyummaa kee hin agarsiisin. "Namoota gammachiisuun badii hin qabu, garuu namoota gammachisuuf jecha waaqayyoon hin gammachiiftu jechuu yoo ta'e, hiree kee jalaa darbuuf jirta jechuudha. "Balbala diinaa koo warra ati jettun baha karaan waaqayyoo?❤🔥🫶👇🏾
https://kayyoo.com/202…
Signed ❤ 🕊
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Ayyuu_Tube. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.