30 Jan 2023, 15:32 UTC≈3,180 views20 reactionsread 9 August 2026 Photo
Yoo hin dhagahin ammoo dhagahaa. Isa hin dhagahiniinis naaf ga'aa.
Kitaabni koo 4ffaa n "DAAWWITII" Jedhu magaalaa #Jimmaa seenee jira. Namoonni hedduun kallattii fi al-kallattiin kitaabicha dubbisuuf akka hawwaa turtan eeruu hedduu naaf kennitanii jirtu. Galatoomaa!!!
Kana malees kitaabicha eebbisiisuuf deeggarsa yaadaa fi qaamaa hedduus naaf gootaniittu. Isuma dhugaa RABBII deeggarsi isin naaf goootan fi iddoon i…
👍16❤4
23 Dec 2022, 11:59 UTC≈2,340 views4 reactionsread 9 August 2026 Tartil toora barumsa Qur'aanaa fi Islaamaa addunyaa kan marsariitii fi aplikeeshinii mobaayilaatiin deeggaramu gammachuu guddaadhaan isin beeksifna.
kakaumsa ustaz ramadaan kaamiliin kan buureffame toorri kun afaan oromoo, afaan amaaraa fi afaanota addunyaa biroonis keessumattu afaan ingiliffa fi afaan arabaatiin gargaaramuun arumsa islaamaatii fi qura'anaa kennu jalqabuu keenna beeksisaa ijoollee irraa hanga nama gu…
👍3❤1
23 Dec 2022, 11:59 UTC≈1,840 viewsread 9 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
22 Dec 2022, 18:47 UTC≈1,780 viewsread 9 August 2026 Photo
Manni Maree Waliigalaa Dhimma
Islaamummaa Itiyoophiyaa bifa haaraan erga hundeeffamee as hojiiwwan adda ta'an hedduu hojjechaa kan ture yoo ta'u, isaan keessaa tokko guyyaa har'aa Mana Maree Waliigalaa kanaan boordiin gorsaa ta'u muudamee miseensonni boordii filatamanis beekumsa, muuxannoo fi gahumsa isaanii irratti hundaa'uun filatamaniiru fi hojichaa isaanis armaan gaditti tarreeffamaniiru.
1,ustaz kaamil shamsuu…
14 Dec 2022, 05:43 UTC≈1,500 viewsread 9 August 2026 Manni maree dhimmoota Islaama Ithiyoopiyaa erga akka haarawatti gurmaa'ee kaasee hojiiwwan hedduu ummata keenya madaalu raawwachaa turreerra.
jalqabni kunniin akka galma gahaniif Kadhannaan ummata keenyaa gama keenyaa jiraatun isaa kunis nu cimsee jira. Alhamdulillah
Guyyaa kaleessa waahillan koo Mana Maree Ol'aanaa keessa jiran waliin gara Saudi Arabiyaatti Imala jirra. Waamicha Mootummaan Sa'uudiitti ministerri D…
14 Dec 2022, 05:43 UTC≈1,270 viewsread 9 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
13 Dec 2022, 05:36 UTC≈1,230 views3 reactionsread 9 August 2026 Photo
©Shek Adem Tula Foundation Official
👇👇👇👇👇👇👇
@waaee_keenya0007
❤3
10 Dec 2022, 18:02 UTC≈1,180 viewsread 9 August 2026 Photo
Fedha rabbiitin wanta waadaa galle ni raawwanna!
Ijaarsa Yuunivarsiitii Islaamaa Hikmaa kan eegalame ni xumurra.
Dhagaan bu'uuraa Yunivarsiitii Hikmaa Islaamaa magaalaa Warabee erga kaa'amee waggaa 15 ta'us, yoo Rabbii ta'e, har'a walitti dhufnee pirojektii kana dhugoomsuu keenyatti gammachuu guddaatu natti dhaga'ama.
Hojii gaarii hojjechuun harka hojii keyrii keesattii diriirsuun kan beekkamu hawaasni Siltee piro…
4 Dec 2022, 15:01 UTC≈1,040 viewsread 9 August 2026 Photo
Allahu Akber!!!
Miseensi Boordii faawundeeshinii shek adem tula guyyaa har'aa pirezidantii mana marii dhimmoota islaamaa walii galaa muftii itoophiyaa shek hajjii Ibrahim tufaa wajjiin ijaarsa dhaabbatichaa fi wantoota hanga ammaa hojjataman itti fufsiisuu irratti marii bal'aa taasisaniiru.
©Shek Adem Tula Foundation Official
👇👇👇👇👇👇👇
@waaee_keenya0007
3 Dec 2022, 18:44 UTC965 viewsread 9 August 2026 Photo
Haafizoonni 750 Turkii 'tti har'a eebbifaman..
Turkii Qoniyaa 'tti bakka aanga'oonni ol'aanoo biyyattii argamanitti Sagantaan eebba guddaa guyyaa har'aa geggeeffame, Ilmaan Muslimaa dhiiraa fi dubarri baayyinni isaanii 750 ta'u Qur'aana guutuu qomatti qabachuun (Haffazuun) xumuran guyyaa har'aa bakka Aanga'oonni ol'aanoo mootummaa Turkii argamanitti eebbifamanii jiru.
©Jechoota Gaggaarii
👇👇👇👇👇👇👇👇
@waaee_keenya0007
2 Dec 2022, 14:40 UTC888 viewsread 9 August 2026 Photo
Sirna Salaata Jumu'aa..!!
Muslimoonni Filisxeen kumaatamaan hiriiranii sirna Salaata Jumu'aa Kabajamaa Masjiida Al-Aqsaa keessatti guyyaa har'aa haala dansaa ta'een geggeessanii jiru.
©Jechoota Gaggaarii
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@waaee_keenya0007
26 Nov 2022, 09:57 UTC≈1,640 viewsread 9 August 2026 Photo
#Turkiye
Sirna eebba barattoota 160 qur'aana kabajamaa qomatti qabatanii biyya tuurkiyaa magaalaa Arzijan keessatti.
©Dr.Mohammed Salah
👇👇👇👇
@waaee_keenya0007
Showing the 12 most recent of 17 posts we hold for @waaee_keenya0007. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.