23 May 2026, 18:06 UTC326 views14 reactionsread 6 August 2026 Photo
Turanii Eeguun ulfaataadha.
Ariifatanii karaa biraa ba'uun immoo baayy'ee ulfaataadha.
-> Abraham Obsa dhabee, turee eeguurra jedhee karaa gabaabaa deemee ture, karaa gabaabaa garuu karaa gatii guddaa isa kaffalchiise...
Ariifachuun Abrahaamis diinni Yisaaq 'Ishmaa'el' akka argamu godhe.
Obsa xiqqooshee dhabuun isaa balleessaa yeroo dheeraaf sababa ta'e, dogoggora sirrachuu hin dandeenye ofirrattis Seenaa irrattis …
❤12🥰2
Signed Sifen
3 May 2026, 06:31 UTC243 views11 reactionsread 6 August 2026 Photo
Guddinni nuti hawwine tokko tokko deebinee akka xiqqummaa keenya hawwinu nu godhan.
http://t.me/thoughtsbypoem
❤10🔥1
Signed Sifen
19 Apr 2026, 14:32 UTC292 views3 reactionsread 6 August 2026 Trusting the process isn’t as easy as people make it seem.
Sometimes you’re forced to move without a clear destination…
without certainty… without anything to hold onto.
But still… you move.
Not because you understand it,
but because staying still is no longer an option.https://t.me/thoughtsbypoem
❤2🔥1
Signed Sifen
13 Apr 2026, 20:28 UTC377 views11 reactionsread 6 August 2026 Photo
Isa anaaf ati wal lollee
Namnuu nu araarsa gidduu keenya lixee
Isa anaaf ani wallolledha kan anatti ulfaatee sammuu koo na fixe
Moral:- be at peace with yourself.
Lolli cimaan isa nun nama baayy'ee jaallannu duukaa walitti buunu miti.
Isa dhugaa keessa keenyaa wacu dhaga'uu jibbinee, ofii keenya oodne, isa akka namaatti teessisee nu gorsu sammuu keenya dhaga'uu dhiisnee
Of jalaa baqachaa oollu sanadha.
Lolli cimaan…
❤10👍1
Signed Sifen
6 Apr 2026, 21:45 UTC380 views5 reactionsread 6 August 2026 Photo
WAAQAYYO BEEKNAAN NU GA'A🤝
Inni yoo beeke nuuf wayya
Isumatus nuuf ba'eessa
Biyyi nuuf baruun maal buusa
Nu caccabsa nu madeessa....
Okkolchiisee nu deemsisa
Fala malee nu hanbisa🙂
Inni garuu gadi jedheetu
Nu dhaga'a haasaa keenya
Kan barreessinu dubbisee
Kan dubbannuuf gurra kenna
Kan dhiphannuuf
nuuf dhimmamaa
Kan boonyuuf
nu sossobata
Isa deemsaaf
humna dhabnee..
Foqoqnummoo
nu hammata 🫂
Achi hin jedhu
ol kaas…
❤5
Signed Sifen
6 Apr 2026, 21:36 UTC187 views3 reactionsread 6 August 2026 Photo
-WAAQAYYO BEEKEENNAAN NU GA'A !
❤3
Signed Sifen
5 Apr 2026, 20:52 UTC197 views5 reactionsread 6 August 2026 Photo
https://t.me/thoughtsbypoem
❤3👍1🔥1
Signed Sifen
3 Apr 2026, 18:55 UTC476 views7 reactionsread 6 August 2026 Be unique just by being you
->means you don’t have to force anything or copy anyone to stand out. Your thoughts, your energy, your way of talking, even the way you see things—that’s already different from everyone else.
The problem is, a lot of people try to fit in first… then later try to be unique. But real uniqueness comes when you stop editing yourself just to match others.
Namoonni tokko tokko nu keessa nama b…
❤7
Signed Sifen
1 Apr 2026, 20:17 UTC230 views4 reactionsread 6 August 2026 Photo
https://t.me/thoughtsbypoem
❤4
Signed Sifen
22 Feb 2026, 17:52 UTC338 views4 reactionsread 6 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤3👍1
Signed 🦋
19 Feb 2026, 21:24 UTC357 views5 reactionsread 6 August 2026 Photo
https://t.me/thoughtsbypoem
❤4👍1
Signed 🦋
5 Feb 2026, 14:07 UTC339 views2 reactionsread 6 August 2026 Photo
https://t.me/thoughtsbypoem
❤2
Signed 🦋
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @thoughtsbypoem. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.