26 Jul 2026, 15:35 UTC135 views8 reactionsread 8 August 2026 Photo
Bultiin Bara kanaa Maaliif barakaa fixatte seeta ⁉️
"Nikaaha Sunnaa Rasuulaa irratti hidhatanii Cidha sunnaa yahuudaa irraatti godhatan."
Guyyaa silaa Rabbiif galata itti galchuu qabaniin, Guyyaa du'aa'ii abbootaafii sheekkota irraa itti fudhataniin, Guyyaa zikrii fi gammachuu halaalaatiin faayamuu qabaniin, Daangaa Rabbii tarkaanfatanii sirbi, dhiichisni, Dhiiraa fi dubartiin walitti makamuun, uffata sirrii dhiisa…
❤5🏆2👏1
24 Jul 2026, 07:13 UTC172 viewsread 8 August 2026 Photo
أَبِي هُرَيْرَةَ ـ رضى الله عنه ـ قَالَ قَالَ النَّبِيُّ صلى الله عليه وسلم " إِذَا كَانَ يَوْمُ الْجُمُعَةِ كَانَ عَلَى كُلِّ باب مِنْ أَبْوَابِ الْمَسْجِدِ الْمَلاَئِكَةُ، يَكْتُبُونَ الأَوَّلَ فَالأَوَّلَ، فَإِذَا جَلَسَ الإِمَامُ طَوَوُا الصُّحُفَ وَجَاءُوا يَسْتَمِعُونَ الذِّكْرَ [صحيح البخاري]
አቡ ሁረይራ ባስተላለፉት ሀዲስ መሰረት ጁምዓ ቀን መላዒኮች በሁሉም መስጂድ በሮች ዳር እና ዳር ሆነው ለሰላት የሚገባውን ሰው ስም በደረሰበት ሰዓት መሰረት አከታትለው በመዝገባቸው…
11 Jul 2026, 06:02 UTC291 views2 reactionsread 8 August 2026 Photo
QOOSAA FAKKEESSAA ISIN GORSINA
Shamarran Teenna
Sister! Umriin kee 10-20 keessa gaafa jiru ati kubbaa miilaati. Dhiirota 22 si naannessa. Kaayyoon isaanii si galfachuudha. Umriin kee 20-30 keessa gaafa jiru ati kubbaa harkaati dhiirota 12 si naannessa, sunuu kaayyoon isaa lafaan si tuquudha. Umriin kee 30 ol dabarraan ati kubbaa (teenisii) moo maal jedhaniin tan nama lama qofaa sani sanuu jaarsota humna fixatte dha…
👎1😁1
5 Jul 2026, 03:23 UTC313 views1 reactionsread 8 August 2026 Photo
كيف لهذه الحياة أن تهزمنا، والله معنا ؟!
من أعظم العطايا الإلهية أن نوهب الثقة بالله في كُل أحوالنا؛ فنظل دائمًا على ترقبٍ لتبدل الحال إلى ما نؤمل: بعد الضيق سعة، وبعد السقم عافية، وبعد الغياب لقاء، فمن المحال دوام الحال؛ والذي قدّر الشدة بحكمته وعدله، قد هيأ المخارج بعلمه ورحمته، سبحانه♥️.
❤1
2 Jul 2026, 10:35 UTC≈3,300 viewsread 8 August 2026 Photo
� اغتنم فرصة فتح التسجيل، وابدأ رحلتك في طلب العلم الشرعي على منهجٍ راسخ.
ماذا ستدرس في معهد ابن عثيمين؟
✨ دراسة مؤلفات الشيخ ابن عثيمين -رحمه الله-.
✨ منهج علمي متدرج يناسب المبتدئين.
✨ أكثر من ٣٥ مقررًا في مختلف العلوم الشرعية.
✨ شروح يقدمها نخبة من طلاب الشيخ.
✨ بيئة تعليمية تفاعلية تعين على التحصيل والاستمرار.
✨ شهادات أكاديمية تؤهلك لمواصلة الدراسات العليا.
بادر بالتسجيل، ولا تؤجل خيرًا؛ فخيرُ ما يُستثمر فيه …
24 Jun 2026, 17:55 UTC362 views6 reactionsread 8 August 2026 Guyyoota darban 360'f badiin hojjataa turreef Akka ararama argannuuf boru guyyaa ashuraa'a haa soomnu! Jiinni guyyaa muharram guyyaan kamisa.....boru guyyaa keeyrii dalagannuudha Akka nun dabarre.
❤6
23 Jun 2026, 18:30 UTC367 viewsread 8 August 2026 Yaadachiisa: Guyyoota Soomaa
Roobii: Onkololeessa 17/2018 – Guyyaa Taasuu'aa (Guyyaa 9ffaa kan Muharram)
Kamisa: – Onkololeessa 18/2018 - Guyyaa Aashuraa (Guyyaa 10ffaa kan Muharram)
Yoo ofii soomuu dadhabdan, nama biraa yaadachiisaa. Tarii namni ati yaadachiiste soomuuf ati immoo akka nama soomee sanaatti mindaa (ajrii) argachuu dandeessa.
Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan:
"Soomni guyyaa Ashuuraa badii (Dilii)…
23 Jun 2026, 05:29 UTC370 views4 reactionsread 8 August 2026 Baratoonni bara 2018 exit exam dabartanii Fi qabxiin isinii dhufe Rabbii guddaaf galatni haa gahu.
Akkasuma ji'oota booda obboleeyyan keenya qormaata fudhattan rabbiin murtii kana keessatti keeyrii Akka isiniif barbaade shakkii hin qabu waan ta'ef abshiiraa.
Rasuulli Sallallaahu aleyhi wa sallam Akkan jedhan" wanti mu'aminaa nama ajaa'iba,wanti hundi isaaf keeyriidha gaariin yoo Isa mudatte Rabbiin galateeffata gaa…
❤4
23 Jun 2026, 05:18 UTC299 views2 reactionsread 8 August 2026 የ2018 exit exam ያለፋቹና ውጤት የመጣላቹ እንኳን ደስ አላችሁ፤ ለዓለማቱ ጌታ ምስጋና ይገባው።
እንዲሁም ከወራት በኋላ ድጋሚ ፈተናውን የምትወስዱ ወንድምና እህቶችም አላህ ለናንተ በዚህ ውሳኔ ውስጥ በጎ እንደፈለገላቹ ጥርጥር የለውምና አብሽሩ።
የ አላህ መላክተኛ ﷺ እንዲህ ይሉናል፤ "የሙእሚን ነገር ይገርማል፤ ሁሉም ነገር ለሱ በጎ ነው። ጥሩ ሲገጥመው ያመሰግንና ለሱ መልካም ይሆንለታል። መጥፎ ካጋጠመው ይታገስና ለሱ መልካም ይሆንለታል።"
﴿ وَعَسَى أَنْ تَكْرَهُوا شَيْئًا وَهُوَ خَيْرٌ لَكُمْ وَعَسَى أَنْ تُحِبُّوا شَيْئًا وَهُوَ شَرٌّ لَكُمْ وَاللَّهُ يَعْلَمُ وَأَ…
❤2
16 Jun 2026, 02:51 UTC337 views9 reactionsread 8 August 2026 Yuusuf عليه السلام balbalti hundi cufaa Akka taate beeka ture garuu gara balabala sana fiige sababani isaas rabbiin balabala sana Akka banuuf waan beekuufi.balballi hundi cufaa yoo sitti fakkaate fiiguu hin dhaabin.Siif yuusuf rabbii tokko qabdu waan ta'ef❤️
❤9
15 Jun 2026, 19:55 UTC321 views3 reactionsread 8 August 2026 Photo
- ልጄ ያለሽበት ቦታ ልክ አይደለም፣ እባክሽ ራስሽን ጠብቂ፣ በዚህ ሁኔታሽ ከቀጠልሽ ከባድ አደጋ ያጋጥምሻል። እባክሽ ተመለሽ🙏
- እማዬ አንቺ ፍቅር አይገባሽም፣ ሁሉም ነገር ባንቺ ዘመን እንዳለው አይደለም፣ ጊዜው ተለውጧል። እኔ በጥሩ ሁኔታ ላይ ነው ያለሁት። የሚጠቅመኝን የማውቅ ነኝ።
አላህ ይጠብቀን😢
👌3
14 Jun 2026, 17:42 UTC269 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @usam28260Photo
Photo, posted without a caption
Showing the 12 most recent of 15 posts we hold for @tarequ_nejah. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.