Namni cimaan nama fedhii lubbuu isaa too'atee fi hojii gaarii lubbuun hin feene hojjateedha. Dhugumatti, kabajni fi sadarkaan namootaa fedhii lubbuu too'achuu irratti hundaa'a. Namni salphinna guddaa keessa seene sababni kanatti isa geesse inni guddaan fedhii lubbuu too'achuu dhabuu isaati. Akkasi miti ree? Mee itti yaadi, yeroma fedhiin lubbuu si moo'achuun waan badaa hojjattu hangam qaanoftaa! Hangam salphinni sitt…
Channel
Sammu Bani
@sammubani
On this record: Growth · Engagement · Posts · Cite this entry
582subscribers
-3 since we began measuring on 7 August 2026
Risers and fallers across the register · movement among entries of Under 1,000.
Register entry
| Telegram ID | -1001317040922 |
|---|---|
| Type | Channel |
| Username | @sammubani |
| Created | Between 1 March 2018 and 31 July 2021— estimated from Telegram’s id allocation, not measured. How this range is calculated. |
| First recorded | 8 August 2026 |
| Last confirmed live | 29 August 2026 |
| Measurements held | 6 |
| Confirmed unchanged | 1 time, most recently 29 August 2026 |
| On Telegram | t.me/sammubani |
Growth
| Measured (UTC) | Subscribers | Change |
|---|---|---|
| 29 Aug 2026, 18:54 | 582 | -2 |
| 23 Aug 2026, 11:14 | 584 | -1 |
| 16 Aug 2026, 18:19 | 585 | -1 |
| 8 Aug 2026, 15:48 | 586 | +1 |
| 8 Aug 2026, 03:19 | 585 | no change |
| 7 Aug 2026, 23:23 | 585 | first reading |
Engagement
20 posts held, back to 19 October 2021 — the reader has not yet reached the start of this channel’s public history, so older posts may sit further back, unread. Read across 1 pageof Telegram’s post history, 20 posts per page.
Nothing published in the last 30 days. ERR and ER are rolling 30-day measures, so there is nothing to compute — we hold 20 posts for this entry, the most recent from 23 November 2024. An engagement rate over an empty window would be a number about nothing.
Recent posts
Yeroo tokko tokko jireenya kee keessatti kophummaan garmalee sitti dhagahamuun si dhiphisa. Akkasi miti ree? Osoo namoonni si marsanii jiranuu yeroo addummeen (kophummaan) keessa kee jeequtu jira. Furmaata kanaa dhiyeessuun dura mee sababoota kanaa haa tarreessinu:-Hanqinna iimaanaa, qalbiin Rabbii olta'aan ala wanta biraatti rarra'uu, dilii (cubbuu) raawwachuu, nama jaallatan dhabuu fi kkf. Furmaata immoo haala kana…
Think Good You will be Good Gaarii yaadi, gaarii taatati. Wanta qalbii namaa tasgabeessuu keessaa tokko waan gaarii yaadu fi hojjachuudha. Faallaa kana namni akkuma waan badaa yaadun jeequmsii fi tasgabbii dhabuun isatti dhagahama. Mee itti yaadi, sharriin namni tokko xaxu, dhumarratti isatti marame sammuu isaa xaxa. Gama biraatin wanti gaariin namni yaadu isumaaf ta'a. Qur'aana keessatti: “Namni hojii gaarii hojjate…
Du'aan booda jireenyi tee kitaaba si booda namoonni biroo dubbisaniidha. Kanaafu, bareechisi barreessi. Odeefannoon kitaaba kee keessa jiru gati-dhabeessa ykn wanta badaa yoo ta'e, golgaan kitaabicha bareedaa ta'uun ni fayyada jette hin yaadin. Boru akkana jedhama: Kitaaba kee dubbisi. Har’a ati nafseen tee si irratti herregaa ta’uuf ni geessi.” Suuratu Al-Israa 17:14 Kana jechuun nafseen tee hojii Kee sirratti herre…
Yommuu karaaleen si dhamaasan, dhimmoonni walitti si harkaa naqaman (dhugaa fi sobni walitti makame), yommuu dhama'iinsaa keessa taatee fi qomni kee dhiphate, gara Qur'aana dhama'iinsi isa keessa hin jirreetti deebi'i. Isa irraa aayaata waan gaarii nama kajeelchisan (abdachiisanii) fi waadaa galan, waan badaa irraa nama sodaachisanii fi akeekachisan irratti xinxalli, wanta gaarii Rabbiin mu'mintoota akka hojjatanii f…
Photo, posted without a caption
Qishnaa Wal Hin Godhatinaa, Wal hin arrabsinaa, Maqaa Badaa walitti hin moggaasinaa “Yaa warra amantan! Dhiironni dhiirotatti hin qishniin, tarii isaan irra gaarii ta’uu danda’u.” Kana jechuun Yaa warra Rabbii fi Ergamaa Isaa dhugoomsitan! Dhiironni dhiirota biroo qoosa hin godhatin. Kana jechuun, Namni Muslimaa tokko amala ykn hiyyummaa ykn uumama nama biraa ilaalun gadi isa hin xiqqeessin. Tarii namni inni gadi xiq…
https://youtu.be/rGW-N3DxcGI
"Sila nama Rabbiin qoma isaa Islaamaaf bal’isee kanaafu, inni ifa Gooftaa isaa irraa ta’e irra jiru [akka nama qalbiin isaa gogdeetii?]" https://quraana.com/39/#22
Oduu Gammachiisaa (Bushraa): (إِنَّ ٱلَّذِینَ یَتۡلُونَ كِتَـٰبَ ٱللَّهِ وَأَقَامُوا۟ ٱلصَّلَوٰةَ وَأَنفَقُوا۟ مِمَّا رَزَقۡنَـٰهُمۡ سِرࣰّا وَعَلَانِیَةࣰ یَرۡجُونَ تِجَـٰرَةࣰ لَّن تَبُورَ) Dhugumatti warri Kitaaba Rabbii dubbisan, salaata sirnaan salaatanii fi wanta isaaniif kennine irraa ifaa fi dhoksaatti arjooman, daldala kasaaraa hin qabni abdatu." [Surah Fatir 29] Tafsiir Muyassar: إن الذين يقرؤون القرآن ويعملون…
Hanga fedhe cinqii fi balaan yoo sitti baay'atelle rahmata Rabbii irraa abdii hin muratin. Ya'quub (aleyh salaam) ilma garmalee jaallatu ni dhabe, ergasii ijoollee lama dabalataan ni dhabe. Rakkoo cimaa kana keessa osoo jiru akkana jedhe: "Yaa ilmaan kiyya! Deemaatii Yuusufi fi obboleessa isaa iyyaafadhaa, rahmata Rabbii irraa abdii hin muratinaa. Namoota kaafirota malee kan rahmata Rabbii irraa abdii muratu hin jiru…
Karaalee ma'asiyaan (cubbuun) namatti seentuun-Kutaa 1ffaa Kan hammattu keessa jiru malee barreefamni kuni kitaaba beekkama Imaamu Ibn Al-Qayyim barreesse "Jawaabul Kaafi" jedhamu irraa fudhatame: Mee karaalee ma'asiyaan (cubbuun) namatti seentun haa ilaallu. Yeroo baay'ee balbaloota afur kanaan ma'asiyaan gabrichatti seenti: 1-Ilaalcha (İjaan ilaalu) Ilaalchi ergamaa fi hogganaa fedhii lubbuuti. Ilaalcha eeguun hund…
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @sammubani. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.
Cite this entry
A live page changes as we take new readings, so a citation should name the measurement it is based on, not just the URL. The line below cites the subscriber count as measured 29 August 2026 — this entry's latest reading, not the date you are reading this.
“Sammu Bani” (@sammubani), 582 subscribers as measured 29 August 2026. Telegram Register, tgregister.com/channel/sammubani.
Full measurement history, CC BY 4.0. Every reading this register holds for this entry, not just the latest one, as a dated, downloadable record: CSV · JSON. Free to use with attribution to tgregister.com. Each file carries its own generation timestamp, which is the figure to cite for exactly when the data was retrieved.