6 Aug 2026, 17:29 UTC47 viewsread 8 August 2026 Waaqayyo abbaan keenya, gooftaan keenya yesus kristos ayyaana nagaas isinif haa kennu*! Filipisiiyus 1:2
Sagantaan soomaf kadhata jimaata bori ganama sa'ati 2:00 kaasee jiru sa'atima isaa eegee Jira waan ta'ef dafnee haa argamnu Eebbifamaa 🙏
Qolosaayis 1:23
Ayyaanni gooftaa yesus Kristos hafuura keessanii wajjin haa ta'u*. Ameen
Signed Leta
4 Aug 2026, 20:42 UTC74 viewsread 8 August 2026 Far. 23
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Waaqayyo tiksee koo ti, ani homaa hin dhabu!
² Inni marga lalisaa keessa akkan boqodhu in godha, gara laga itti aara galfataniittis na geessa;
³ inni lubbuu anatti in deebisa, maqaa isaatiif jedhee daandii qajeelaa irra na geggeessa.
⁴ Ani bowwaa dukkanaa'aa sodaachisaa keessa yoon adeeme iyyuu, hamaan anatti dhufa jedhee hin sodaadhu; ati anaa wajjin jirta, uleen keetii fi dhaabbanni kee ana in …
Signed Leta
°RUHAAMAA FELLOWSHIP° pinned a photo
°RUHAAMAA FELLOWSHIP° pinned «Yoh. 3 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ²² Kana booddee Yesusii fi bartoonni isaa gara kutaa biyya Yihudaa dhaqan; Yesus bartoota isaa wajjin takka achi bubbule, in cuuphas ture. ²³ Yohannis immoo mandara Enon isa Saalemitti dhi'oo, iddoo bishaan baay'een argame sanatti in cuupha…»
3 Aug 2026, 17:49 UTC93 viewsread 8 August 2026 Yoh. 3
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²² Kana booddee Yesusii fi bartoonni isaa gara kutaa biyya Yihudaa dhaqan; Yesus bartoota isaa wajjin takka achi bubbule, in cuuphas ture.
²³ Yohannis immoo mandara Enon isa Saalemitti dhi'oo, iddoo bishaan baay'een argame sanatti in cuupha ture; namoonnis achi dhaqanii in cuuphaman.
²⁴ Yohannis yeroo sanatti mana hidhaatti hin galfamne fure.
²⁵ Yommus bartoonni Yohannis waa'ee qulleessuu irratti Yi…
Signed Leta
3 Aug 2026, 17:41 UTC89 viewsread 8 August 2026 Photo
Waaqayyo abbaan keenya, gooftaan keenya yesus kristos ayyaana nagaas isinif haa kennu*! Filipisiiyus 1:2
Sagantaa keenya kan Bible study Roobii isa kana akka ni ta'e ni beektu garuu isin yaadachisudhaafi sa'ati 2:30 waan jalqabuf yeroo keenya Eegne haa dhufnu namootni nutti dabalamtani nu wajjin hirmaachu barbaaddan Roobii ganama sa'ati 2:30 kaase waan jalqabuf argamtani nu wajjin hojii wangeela hojechuu dandessuu H…
Signed Leta
1 Aug 2026, 18:53 UTC104 views1 reactionsread 8 August 2026 Gadhiifameera Seenaa Itti Eebbifamaa 🥰👇👇
https://youtu.be/PpNBnI2JFsY?si=HcUtPBMghR-AXl5O
🥰1
Signed Leta
1 Aug 2026, 10:56 UTC41 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @wayoflifeministirywlmPhoto
ይህን ትምህርት መማር የምትፈልጉ ቶሎ ተመዝገቡ የምዝገባው ቀን እያለቀ ነው ለጓደኞቻችሁ ሼር አድርጉ መማር ለሚፈልጉ እና ምዝገባው በነጻ ነው ምንም ሚከፈል ብር የለም እና ይህ ትምህርት ያስፈልጋቸዋል ለሚያስፈልጋቸውም ላኩላቸው
🗂WLM BANK
🟡WLM CHANNEL🌐
https://t.me/wayoflifeministirywlm
🟡WLM SONG STORE🎧
https://t.me/wlmsongstore1
🟡WLM BOOK STORE📚
https://t.me/wlmbookstore1
🟡WLM BIBLE STUDY TEAM👥
https://t.me/biblestudywlm11
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Signed •🌍°WAY OF LIFE MINISTRY°🌍•
30 Jul 2026, 10:09 UTC56 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @wayoflifeministirywlmPhoto
NA BARSIISI 🤲🏿 🧎 🔥
Guyyaa 1 qofatu hafe!
Qodaamee/sambata duraa wal argaan saatii 7:00 irraa eegalee; waldaa ADDIS KIDAN KAHINAT CHURCH itti.
Waliif dabarsaa galatoomaa 🙏🏿
🗂WLM BANK
🟡WLM CHANNEL🌐
https://t.me/wayoflifeministirywlm
🟡WLM SONG STORE🎧
https://t.me/wlmsongstore1
🟡WLM BOOK STORE📚
https://t.me/wlmbookstore1
🟡WLM BIBLE STUDY TEAM👥
https://t.me/biblestudywlm11
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰ…
Signed •🌍°WAY OF LIFE MINISTRY°🌍•
29 Jul 2026, 20:58 UTC46 viewsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Leta
29 Jul 2026, 17:03 UTC58 viewsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
29 Jul 2026, 17:00 UTC44 viewsread 8 August 2026 Forwarded from @wayoflifeministirywlmPhoto
RUHAAMA FELLOWSHIP
This Friday
9:00-11:00
We will have
-Singing Time
-Prayer Time
-Sermon Time
-Together Blessed
Iddoon Argama Keenya Waldaa Guutuu Wangeela Buraayyuu Dirree
Asuman Channel Telegram Keenya Kanas Join Godha Hiriyoota Keessanis Affeeraa
https://t.me/ruhaamaafellowship
🗂WLM BANK
🟡WLM CHANNEL🌐
https://t.me/wayoflifeministirywlm
🟡WLM SONG STORE🎧
https://t.me/wlmsongstore1
🟡WLM BOOK STORE📚
https://t.me…
Signed •🌍°WAY OF LIFE MINISTRY°🌍•
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @ruhaamaafellowship. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.