7 Aug 2026, 07:22 UTC107 views7 reactionsread 7 August 2026 📌 Kadhannaa ilaalchisee
Dubartoonni yeroo marsaa laguurra jiran kadhannaan dhoorkamuu jiraa ? Subaa'ee galanii yoo laguun itti dhufe hoo akkam godhu ?
Namoonni tokko tokko dirree tiktok gubbaatti dubartoonni xurii ji'aarra jiran kitaaba qulqulluu harkaan tuquun hin danda'ani, subaa'ees galuu hin danda'an jedhanii kan barumsa dogoggoraa labsan jiru. Barumsi akkanaa nama mana kiristaanaa irraa fageessuudha. Dubartoon…
❤7
5 Aug 2026, 20:34 UTC245 views12 reactionsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤9🙏3
5 Aug 2026, 19:22 UTC297 views10 reactionsread 7 August 2026 🌺Waaqa tokko kan ta'an Abbaa Ilmaa fi Afuura Qulqulluutti ni amanna
Sinkisaara Adooleessa ❸0
Guyyaa kana obboleessa duuka bu'aa qulqulluu #Pheexiroos kan ta'e duuka bu'aan #Indiriyaas yaadatamee oola. Duuka bu'aan Indiriyaas Qulqullicha Pheexiroosiif obboleessa quxusuudha. Innis akkuma Pheexiroos galaanaa keessaa qurxummii funaanuu irratti bobbaa'ee jiraachaa ture. Gaafa umriidhan jabaatu bartuu Qulqullicha Cuuphaa…
🥰7❤3
5 Aug 2026, 08:00 UTC291 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
5 Aug 2026, 08:00 UTC253 viewsread 7 August 2026 📌 𝐊𝐚𝐝𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐓𝐨𝐫𝐛𝐢𝐢 ( 𝐒𝐮𝐛𝐚𝐚'𝐞𝐞 )
<><><>═━━━━━═<><><>
➥ Subaa’ee jechuun iddoo fi yeroo murteessuudhaan, guyyaawwan lakkoofsan adda bahanii beekaman keessatti hojii biyya lafaa irraa adda bahanii, yaada hundumaa Waaqayyo waliin taasisuudhaan Waaqayyoon kadhachuu jechuu dha. Subaa’een caalatti Waaqayyoon waliin dubbachuuf, sa’aatii kadhannaa gahaa argachuuf, waca irraa fagaatanii tasgabbiidhaan laphee ofii Waaqayyotti …
5 Aug 2026, 08:00 UTC302 views7 reactionsread 7 August 2026 ➠Baay’isnee kadhachuu guyyaatti si'a 7 kadhannaa taasisuu. Kitaabota kadhannaa qabaachuu qabdu. Yoo kitaabota kadhannaa biroo hin arganne galata Maariyaam ykn wuddase Mariam qofa si'a 7 taasisuu dandeenya. Abbootiin keenya kan jaalalalli Maariyaam baay'ateef guyyaatti si'a 64 galata Maariyaam taasisaa turaniiru.
➠Baya’isnee soomuu. 9 haga 11
➠Arraba keenya eeggachuu
➠Uffata keenya sirreeffachuu
➠ Haasaa fi bilbila d…
❤7
4 Aug 2026, 08:47 UTC657 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
4 Aug 2026, 08:47 UTC553 views0 reactionsread 7 August 2026 🌺 Waaqa tokko kan ta'an abbaa ilmaa fi Afuura qulqulluutti ni amanna.
Maqaa SILLAASEEN maqaa qulqulleettii durbee MAARIYAAMIItiin maqaa ergamaa qulqulluu MIKAA'ELAAtiin afuurri seexanaa kan hidhame haa ta'u.
Qormaata cimaa dargaggo si'anaa kan ta'e waa'ee fiilmii Pornography ilaaluu fi miidhaa isaan wal qabatee dhufu akkasumas akkamitti cubbuu kana keessaa ba'uun akka danda'amu ilaalla.
Pornography jechuun suuraal…
4 Aug 2026, 08:47 UTC637 views5 reactionsread 7 August 2026 2) Kan fiilmii kana ilaalanii seexana zimmutiin gargaaramuun dubartoota heddu waliin sagagaalanis jiru. Waan fiilmicha irratti argan practice godhu jechuudha.
3) Hariiroo hawaasummaa irraa adda kan bahan ta'u. Ijoolleen araada kanaan qabaman gaa'ela hin jaalatan. Fedhii foonii isaanii ofirratti raawwachuun fixatu. seexanni kun isaan gowwoomsee umrii isaaniitti taphata.
Egaa fiilmii kana ilaaluun kun cubbuu tahuu ba…
❤4🥰1
3 Aug 2026, 14:14 UTC305 views6 reactionsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤5👍1
3 Aug 2026, 14:14 UTC293 views13 reactionsread 7 August 2026 📌Raajii Siwwuraa Maariyaam
Harmeen armaan gaditti argitan kun siwwuraa Maariyaam dhuftee waan dinqii isheedhaaf raawwatame akkas jechuun dhugaa baatee jirti.
‛‛Gaa'ela godhadheen jiraachaa ture. Garuu waggoota 16 guutuu ilmoo argachuu hin dandeenyen ture. Sababa kanaafis hawaasa irraa adda of baasee gaddaanin jiraachaa ture. Garuu wanti tokko laphee koo keessa jira ture. Gaaf tokko anis akkan ilmoo argadhu nan aman…
🥰8❤4😭1
2 Aug 2026, 12:24 UTC751 views17 reactionsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤16👏1
Showing the 12 most recent of 21 posts we hold for @qabsuuraqulqullootaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.