20 Aug 2025, 13:25 UTC460 views2 reactionsread 6 August 2026 Forwarded from @qabsuuraqulqullootaa
🌺 Maqaa Abbaa kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqa tokko Ameen !
Sinkisaara Hagayya 15
#Qulqulleettii_Inbaa_Maariinaa
Guyyaa kana manni Kristaanaa qulqulleettii Inbaa Maariinaa yaadattee oolti. Kunis guyyaa boqonnaa isheeti. Maqaan 'inbaa Maariinaa jedhu maqaa dhiiroonni ittiin waamamaniidha. Qulqulleettiin tun maaliif maqaa kanaan akka waamamte qabsuura ishee irraa ni arganna.
Qulqulleettii Inbaa Maariinaan naan…
❤2
20 Aug 2025, 13:25 UTC485 views10 reactionsread 6 August 2026 Forwarded from @qabsuuraqulqullootaaPhoto
Photo, posted without a caption
❤10
15 Jul 2025, 16:56 UTC550 viewsread 6 August 2026 Forwarded from @qabsuuraqulqullootaa
📌Gaafilee waa'ee fayyaa irratti qabdan kamiifuu @SinboneM irratti hakima muuxannoo waggaa dheeraa qabu waliin mari'achuu dandeessu. 🕹
#Bilbilaan 📞
#Chat(message)🧑💻
#Videocall 🧑🏫
#Voice message 🧑💼
12 Jul 2025, 06:12 UTC544 viewsread 6 August 2026 Forwarded from @qabsuuraqulqullootaa
📌Gaafilee waa'ee fayyaa irratti qabdan kamiifuu @SinboneM irratti hakima muuxannoo waggaa dheeraa qabu waliin mari'achuu dandeessu. 🕹
Bakka nagaa oolaa.
9 Jul 2025, 05:37 UTC614 viewsread 6 August 2026 📌Gaafilee waa'ee fayyaa irratti qabdan kamiifuu @SinboneM irratti hakima muuxannoo waggaa dheeraa qabu waliin mari'achuu dandeessu. 🕹
Bakka nagaa oolaa.
6 Jul 2025, 14:41 UTC576 views5 reactionsread 6 August 2026 Forwarded from @qabsuuraqulqullootaaPhoto
Photo, posted without a caption
❤5
6 Jul 2025, 14:41 UTC523 views5 reactionsread 6 August 2026 Forwarded from @qabsuuraqulqullootaa
🌷🌺 Waaqa tokko kan Abbaa Ilmaa fi Afuura Qulqulluutti ni amanna !
Waxabajjii 30
Guyyaa kana manni Kristaanaa guyyaa dhaloota Qulqullicha #Yohaannis cuuphaa yaadattee oolti. Qulqullichi kun Abbaa isaa Luba Zakkaariyaas fi hadhaa isaa Qulqulleettii Elsaabeet iraa dhalate. Akkuma seenaan isaanii wangeela Luqaas irraatti katabamee jirutti Zakkaariyaas fi Elsaabeet ilmoo dafanii argachuu waan dadhabaniif yeroo dheeraaf …
❤5
30 Apr 2025, 18:10 UTC723 views0 reactionsread 6 August 2026 Faarfataa Dn Tolewak Degefa Waaqayyo sagalee jireenyaa si haa dhageessisu. Eebbifami.
Guutummaa faarfannichaa Youtube "Yeedaloo Yaared" irraa link kanaa gadiitiin argattu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/6z80DJUGKvE?si=Z425MD-Z6_9PjZol
14 Feb 2025, 05:38 UTC≈1,240 views1 reactionsread 6 August 2026 Forwarded from @qabsuuraqulqullootaa
🌷Waaqa tokko kan ta'an Abbaa Ilmaa fi Afuura Qulqulluutti ni amanna !
Sinkisaara Gurraandhala 7
✤ Guyyaa akka har'aa kana osoo namatti hin mul'atin kophaa isaanii waggaa 70f gammoojjii keessatti qulqullummaan kan jiraachaa turan qulqulluun Aabbaa #Abdulmaawoos boqataniiru.
Eebbi isaanii nurra oolee haa bulu !
✤ Dabalataan guyyaan kun guyyaa phaaphaasiin 43ffaan biyya Iskindiriyaa qulqulluun #Illaskindiroos guyyaa…
👍1
28 Jan 2025, 12:21 UTC≈1,090 views6 reactionsread 6 August 2026 Forwarded from @qabsuuraqulqullootaaPhoto
Photo, posted without a caption
❤6
28 Jan 2025, 12:21 UTC≈1,050 views7 reactionsread 6 August 2026 Forwarded from @qabsuuraqulqullootaa
🌷Maqaa Abbaa kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqa tokko Ameen !
Sinkisaara Amajjii ➋❶
Guyyaa kun guyyaa haati teenya qulqulleettiin durbee #Maariyaamiin itti boqattetu yaadatamee oola.
Baga guyyaa kanaan isin ga'e !
Haati teenya qulqulleettiin durbee Maariyaamiin umrii ishee waggaa 64 tti gaafa amajjii bulii 21 boqatte. Guyyaa kana Waaqayyo Gooftaan ergamoota isaa heddu waliin kabaja guddaa kan kana dura ta'ee hi…
❤3👍2🥰2
28 Jan 2025, 09:00 UTC697 viewsread 6 August 2026 Join
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Pheniel_tewahido. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.