29 Jan 2025, 14:02 UTC742 views5 reactionsread 8 August 2026 ❣️An siif, Kan yeroo hunda ati wajjiin haasa'uu dandeessu, kan ati amanuu dandeessu, kan ati isa dhaggeeffatuu fi kan si dhaggeeffatu, kan siif yaadu ta'uu barbaada 💕
Haala hundaa keessatti yeroo hundumaa kan si cinaa dhaabatuu fi kan si jaallatu siif ta'uu barbaada ❣️❣️
@ogummaa_jaalalaa💘❣️💘
❤5
19 Jan 2025, 15:26 UTC833 views4 reactionsread 8 August 2026 .
Amala dhiiraa Dubartiin Jaalattu
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
➲ Dubartoonni uummama isaanitiin dhiira jabaa isaanii ol ta'ee isaan hogganuu danda'u fedhu. Dhiira barbaaddamummaa qabu barbaadu. Akka ati waay'eshee qofa buustee baastee jireenya mataa kee dagattu hin barbaadan.
➲ Dubartoonni hamma dhiiraa dandeettii waa murteessuu fi ofitti amanummaa hin qaban. Kanaaf jedhanii dhiira isaan utubee jireenya isaanii bareechu baay'ee…
👍4
19 Jan 2025, 15:08 UTC658 views3 reactionsread 8 August 2026 Shamarran gaa'ela hin dhaabbatin maraaf!
==================
A. Dubarri umuriin ishee 18-24 dhiirota dhugaatti gaa'elaaf barbaadan hawwatti. Garuu isheen:
* Heerumni gubachuu dha.
* Ani ijoollee dha.
* Yooman bashannanee quufe kkf... yaada jedhu deebisti.
√Yeroo kanatti dhiirota hedduudhaan filatamti waan ta'eef, gaafatamuu fi dhiirota boca qaamaa fi afaan ho'an jijijjiiruun yeroon ishee jalaa dhiphata (biizii taati).…
❤3
10 Jan 2025, 05:25 UTC567 views2 reactionsread 8 August 2026 Gɑrɑɑ Dhiifɑmɑ Godhu Qabaadhu!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❍ Jɑɑlɑlli kɑn ibsɑmu gɑrɑɑ dhiifɑmɑɑ qɑbɑɑchuu dhɑɑn!
❍ Gɑrɑɑ dhiifɑmɑɑ qɑbɑɑchuun gufɑnnɑɑ bɑɑy'ee irrɑɑ nɑmɑ hɑmbisɑ.
❍ Siif dhiise jechuunis eenyummɑɑ nɑmɑɑtti kɑbɑjɑ olɑɑnɑɑ horɑ.
❍ Dhiifɑmɑ gochuun hubɑtɑɑ nɑmɑ tɑɑsisɑ.
❍ Gɑrɑɑ Dhiifɑmɑɑ Qɑbɑɑchuun wɑntɑ hundumɑɑ obsɑɑn birɑ dɑrbuu gɑɑfɑtɑ. Dɑndeettiin hubɑnnoo nɑmɑɑtiis obsɑ qɑbɑɑchuu isɑɑtiin ibsɑmɑ.
❍ Nɑmni dhiif…
❤2
23 Dec 2024, 18:18 UTC688 views8 reactionsread 8 August 2026 Sin jaaladha yoon siin jedhu sababa isaa nan gaafatin.
Maalifi yoo jettemmoo, ani kanan si jaaladhe sababa tokko malee waan ta'eefi. Ani akka warreen kaanii bifa kee, kolfa kee, rifeensa kee, teessuma kee, ija kee, akkasumas amala keen miti kanan si jaalladhe.
Sababni koo ammoo warreen armaan olitti siif kaase martuu guyyaa tokko dhabamuun isaa waan hin oolleefi, Sababa tokko maleen si jaaladhe...
Wantoota …
👍5❤3
23 Dec 2024, 18:14 UTC640 views4 reactionsread 8 August 2026 Dararaa jaalalaa
Isa kophaat-beeka
Kaayyoof abdii baatee
Obsaan guyyaa eega
~
Gaafa yaaddoon marsee
Kophummaan dhiphisuu
Imimmaansaa roobsa
Halkanis hin ciisuu
~
Abjuudha wareera
Kophummaan doorsisee
Dhugaa jaalala keen
Ofiisaa moosisee
~
......eeyyee.......
~
Abbaa hirbuu ta’ee
Baatee joora waadaa
Siqiqiin ajjeesee
Kophaa ciisee aadaa
~
Yaadakeen oofamee
Daaka seenee gibee
Namatti makamu
Dhoksaa taa'a riphee
~
Ofiis…
👍4
17 Dec 2024, 15:43 UTC697 views6 reactionsread 8 August 2026 🔷Dambii lakk 1 : .
👉 Gonkumaa jaalalaan hin qabamin
🔷Dambii lakk.2 : .
👉 Yoo bareedduu taate seera lakkoofsa 1 dagadhu.
🔷Dambii lakk 3 : .
👉Yoo isheen kan si hin jaalanne ta'e, sana booda seera lakk : 1 yaadadhu
@ogummaa_jaalalaa
❤6
13 Dec 2024, 19:31 UTC661 views2 reactionsread 8 August 2026 Jaalalli yeroo aartullee waliif yaadudha ❤️ waliif obsuudha ❤️ Wal hubachuudha ❤️wal gorfachuudha ❤️ wal utubuudha ❤️ hunda keessa darbanii, hundumaa dandamatanii, waliif walitti hafuudha🌹
❤1👍1
13 Dec 2024, 18:50 UTC637 viewsread 8 August 2026 Namni sirriin si ijaara, si kunuunsa malee; si hin cabsu, si hin diigu!
@ogummaa_jaalalaa
13 Dec 2024, 18:40 UTC662 viewsread 8 August 2026 Jaalalli daraaraadha
Akka guddatu gochuu qabda.
@ogummaa_jaalalaa
13 Dec 2024, 08:08 UTC934 views3 reactionsread 8 August 2026 Maaloo... Daddafi
::::::::::::::::::::::::::::::::::
Gurbaa ergaa gabaabaa (SMS) jaalallee isaarraa barreeffamuuf dubbisuu baay'ee nuffu tokkotu ture. Sababiin isaas ergaan jaalalleen isaa sun barreessituuf yeroo mara Wal fakkaataa fi 'Sin jaalladha', 'Sin yaadee ' fi ' Irbaata kee Nyaatteettaa?' kan jedhu ture.
Halkan tokko utuu inni siree isaarra ciisee jiruu ergaan gabaabaa (SMS) jaalallee isaa Sanarraa barreeffa…
👍2❤1
8 Dec 2024, 19:18 UTC615 views7 reactionsread 8 August 2026 𝑯𝒂𝒓𝒊𝒊𝒓𝒐𝒐𝒏 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒍𝒂𝒂 𝒊𝒏𝒏𝒊 𝒅𝒉𝒖𝒈𝒂𝒂𝒏
========================
✦ Waldhabdee qaba.
✦ Amaanaa qaba.
✦ Wal amantaa qaba.
✦Imimmaan qaba.
✦Miidhama qaba.
✦Haasaa mi'aawaa qaba.
✦Kolfa dhugaa qaba.
✦Seequu bareedaa qaba.
✦Falmii badaa, kan bu'aa hin qabneef hin barbaachifne qaba.
✦Wal loluu /walitti bu'iinsa qaba
✦Walitti araarama qaba.
✦Obsa qaba.
✦Waliin dubbii/marii qaba.
✦Inaaffaa qaba.
👉 Hunda caalaa garuu 𝐉𝐀𝐀𝐋𝐀𝐋𝐀♥︎ qaba…
👍3❤2👎1👏1
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @ogummaa_jaalalaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.