23 Oct 2025, 08:16 UTC259 views1 reactionsread 4 September 2026 Goondaa fi Nama
Dhiirri yeroo meeqaa qabattoo hiikkachuuf dirqamaa?
Yeroo tokkoo misirroonni hucuu isaani guutuu uffatanii cidha isaanii gammachuudhaan osoo gaggeessaa jiran misirroon inni dhiiraa fuulli isaa akka tasaa gara gaddaatti jijjiirame. Sababni isaa Goondaan kara jalaa seenee meeshaa isaa mataa gubbaa ciniine. Ijji hunduu gara isaa jira waanta ta'eef akkatti goondaa sana of irraa buqqisu dhabee. Ta'us h…
❤1
23 Oct 2025, 08:13 UTC223 viewsread 4 September 2026 Sardiida Uffata Hoolaa Uffatte
Bara durii Sardiiddon tokko of eeggannoo tiksee fi hoolotaa isaa irraa kan ka'e hoolota sana nyaachuuf rakkate. Garuu gaaf tokko gogaa hoolaa gogaan irraa baafamee gara cinaatti gatame waan argateef, gogaa ofii isaa irraan uffatee hoolota gidduutti argame.
Sardiidni kan hoolaa ta'e, Sardiida gogaa hoolaa uffatte malee hoolaa akka hin taane tiksee fi hoolonni shakkani jiru. Innis w…
23 Oct 2025, 08:12 UTC201 views1 reactionsread 4 September 2026 Guragee fi Markaatoo
Bara mootichaa Hayilasillaasee manneen daldalaa Arabaa jedhamanii waamamu turan.
Weerara Xaaliyaanii dura irraa eegalee daldala Itoophiyaa keessatti kan to'atu Araboota Yaman turan. Dukkaanni isaanii mana Arabaa akka ture himama.
Haa ta'u malee, Warreen Arabootaa ijoollee dubartoota habashaa irraa dhalchan osoo hin gargaarree gatanii badu turan. Ijoollee hedduunis abbaa malee hafan.
Yeroo sanat…
❤1
22 Oct 2025, 09:59 UTC221 viewsread 4 September 2026 Sa'a hallayyaa keessatti kufte.
Ganda tokko keessa saanii tokko turte.Namoonni hedduun aannan ishee dhuganii guddatan.Arjummaadhan beekkamti.Namni aannan ishee osoo hin dhugin guddate hin jiru.
Gaafa tokko osoo marga dheedaa jirtuu,marga bareedaa hallayyaa gubbaa jiru argitee yemmuu nyaachuuf jettu hallayyaa sana keessatti kufte.Yeroon yemmuu gara galaa ta'u abbaan horii hunduu dhufee kan isaa fudhatee,ishee garuu a…
Live stream finished (55 seconds)
Live stream started
21 Oct 2025, 07:39 UTC185 viewsread 4 September 2026 Illeettii fi Qocaa
Yeroo tokko Illeettii fi Qocaan wal mormuu turan.Illeettin "anatuu si caala fiiga."jette.Qocaanis "lakki anatuu si caala fiiga."jettee murteessite.Bineensonni bosonaa hundis taajjaabbiidhaaf bahanii wal dorgommicha ilaaluu itti fufan.Iddoon ka'uumsaa fi xumuraas filatamee wal dorgommiin itti fufe.Illeettiin jalqabatti qocaa gattee sokkite.karaas yeega walakkeessiteen booda of duuba ilaalte.Qocaan …
17 Oct 2025, 14:10 UTC189 views0 reactionsread 4 September 2026 Waa'ee biyya kanaa gaafa itti yaadde hedduutuu nama dinqa.Biiroo mootummaa keessa taa'ee,mootummaan qarshii isaaf kanfalee kan faannoo ifaaf ifatti deeggaru,kan hojiin akka hin hojjatamne godhu,nama qulqulluu immoo kan yakku qaamni mootummaa akkamiin ilaalaa?Yoo dubbannee rakkoo,yoodhiifne immo boru dubbichi nun hanqatu.
15 Oct 2025, 09:47 UTC198 views2 reactionsread 4 September 2026 Qushuna jechuun waanta addaa,miidhagaa,waan iddoo tokkoof qofa beekkamaa ta'ee jechuudha.
❤2
14 Oct 2025, 15:02 UTC216 views2 reactionsread 4 September 2026 Oduu Durii ykn Durdurii!
🍎 #AKKOO_MANOOYYEE 🍎
Bar-durii giiftiin biyya bulchitu, maqaanshee Akkoo Mannooyyee jedhamtu tokkotu turte. Giiftiin kun uummata garmalee rakkisaa turte. Namni hundumtuu Odaa jalattii walgaa'eeti Waaqayyoon galgalaa ganama harka isaanii gara samiitti olkaasanii yoo kadhatan,
“Yaa Waaqi, giiftii gidiramtuu kana nurraa buqqisi” jedhanii kadhataa turan.
Gaaf tokko, uummata walgayii waam…
❤2
Posted without readable text
8 Oct 2025, 08:55 UTC220 viewsread 4 September 2026 Hamaan hamaadhuma.
Yeroo tokko qotee bulaa tokko mana fira isaa deemuuf karaa jalqabe.Guyyaan isaa roobaa cimaafi qorra cimaa ture.Osuma deemuu bofa tokko karaa qarqaratti argee bira darbe.imala isaa xumuree kara mana isaatti yommuu deebi'u ammas bofichi qorraafi rooba sana dandamachuu dadhabee du'uurra jira.Qotee bulaan kunis hedduu gaddee bofa sana fuudhee mana isaatti galchee ibidda cinaa kaa'e.Qotee bulaan kun u…
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @oduufiodeeffannodurii1. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.