28 Jul 2026, 08:33 UTC37 views5 reactionsread 7 August 2026 Akkaataa sammuudhaan cimaa ta’uu dandeenyu:
• Yeroo kophaa hin sodaatin.
• Waan darbe irratti hin xiyyeeffatin.
• Addunyaan liqii sitti hin dhaga'amin.
• Bu'aa hatattamaa hin eegin!
• Balaa shallagame fudhachuu hin sodaatin!
• Kufaatii jalqabaa booda abdii hin kutatin.
• Itti gaafatamummaa irraa hin saalfatin.
• Nama hunda gammachiisuuf hin yaadda'in!
• Milkaa'ina namoota birootti hin aarin!
• Namoonni kaan miira ke…
👍3❤1😁1
25 Jul 2026, 04:49 UTC54 views4 reactionsread 7 August 2026 Nama kamiifuu guyyaan borii haaraadha. Kanaaf sochii hojjedhu. Hojii kee keessatii dogoggorri uumamu danda'a.
Kufaatiin illee akkasuma. Wanti fedhe yoo ta'e dogoggora hin sodaatiin. Yoo dogoggorte malee barachuu hin dandeessu. Kufaatii hin sodaatiin. Kufii-ka'i, kufii-ka'i, kufii-ka'i! Kufaatii keetti hin dhiphatin!
Bu'aa jireenyatu akkasi; jireenyumatu akkasitti injifatama. Kufaatiin filannoo biraadha. Yoo abdii ku…
❤3🔥1
24 Jul 2026, 10:00 UTC57 viewsread 7 August 2026 𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗮𝗸𝗮'𝘂𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗳𝗶 𝗗𝗔𝗡𝗗𝗘𝗘𝗧𝗧𝗜𝗜 𝗱𝗵𝗼𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗼𝗳𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂𝘂𝗳 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗶𝗶 𝘁𝗮'𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮!
@Ombori_mentor_mind
Onnee milkaa'ina
jireenyaa,kaka'uumsa galma milkaa'aa qabuuf tattaaffatu uumuf gargaara.
20 Jul 2026, 06:19 UTC82 views5 reactionsread 7 August 2026 Milkaa'uu barbaadda taanaan qabeenya hin qabu, fira hin qabu, beekumsa hin qabu, beekkamtiis hin qabu...jettee abdii hin kutatin!
Siif ammayyuu abdiin jira! Milkaa'ina jechuun qabeenya tuullachuu miti, beekamtiis argachuu miti....
Tuqalee armaan gadii dubbisi! Mo'ichatti sigeessa!
➊ Invest on yourself (Ofirratti misooma hojjedhu!
➋ Yeroo hundumaa karooraan socho'i!
➌ Milkaa'inaaf ejjennoon akkuma dandeettii barbaa…
👏3🔥1😁1
20 Jul 2026, 06:19 UTC61 views5 reactionsread 7 August 2026 Toom Joon namichi jedhamu dubbii cimaa tokko akkas jedhee dubbate......
# Adaraa yaa waaqayyo wantoota lama akkan sirriitti beekuuf na gargaari.Isaanis;tokkoffaa jireenya koo keessatti wantan gonkumaa jijjiiruu hin dandeenyeef obsa naaf kenni".
#Lammaffaa immoo wantan jireenyakoo keessatti jijjiiru yoo jiraataniif jecha akkan jijjiiruuf onnee naaf kenni jedhe''.
#Lafan yaade hin geenye yoon ta'ellee lafan yaade g…
👍3👏1😁1
19 Jul 2026, 11:41 UTC53 views4 reactionsread 7 August 2026 Jechoota hayyoota
√ "ol ka'iinsa kee kan murteessu dandeettii kee osoo hin taane ilaalcha keeti". Zig Ziglar
√ "milkaa'inni kan dhumaa miti, kufaatiin kan nama ajjeesu miti, kan lakkaa'amu ammallee itti fufuu dha". Wuniston Chunchil
√ "boru dhugoomsuudhaaf, daangaan shakkii keenyaa har'a qofa". Firaankiliin D
√ "milkaa'inni quuqama tokko malee kufaatii iraa gara kufaatii gufachuu dha". Winistoon S.
√ "yeroon k…
🥰2❤1🔥1
17 Jul 2026, 07:19 UTC67 views3 reactionsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤2🔥1
17 Jul 2026, 07:19 UTC76 views2 reactionsread 7 August 2026 Qajeelaa ta'uun kophaa si taasisuu danda’a, garuu nagaa siif kenna.
@Ombori_mentor_mind
❤1👏1
15 Jul 2026, 08:27 UTC102 views4 reactionsread 7 August 2026 BEEKTOOTA!
▬▬▬▬▬▬
"Karaa si baasu hin beektu taanaan deemsa hin eegalin."
— (Ingilizoota)
"Nama hundumaaf gaarummaa yaadi, garuu hiriyyaa filadhu."
— (Giriikota)
"Rabbi gurra lamaa fi afaan tokko nuuf kennuun isaa baayyee dhaggeeffachuu fi xiqqoo dubbachuu akka qabnu nu hubachiisuu dhaafi."
— (Araboota)
"Beekumsi nyaata lubbuuti."
— (Pilaatoo)
"Amala nama tokkoo yoo baruu feete aangoo yookiin taayitaa k…
👍2👏1🔥1
15 Jul 2026, 08:10 UTC80 views4 reactionsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤2👍1🔥1
15 Jul 2026, 08:10 UTC63 views2 reactionsread 7 August 2026 𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮,...
𝗠𝘂𝗿𝘁𝗼𝗼𝗻 𝗴𝗮𝗮𝗿𝗶𝗶𝗻 𝗺𝘂𝘂𝘅𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗸𝗮𝗻 𝗱𝗵𝘂𝗳𝘂 𝘆𝗼𝗼 𝘁𝗮’𝘂, 𝗺𝘂𝘂𝘅𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼𝗻 𝗴𝗮𝗿𝘂𝘂 𝗺𝘂𝗿𝘁𝗼𝗼 𝗯𝗮𝗱𝗮𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗮𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮.
𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗶 𝗸𝗮𝗻𝗮𝗱𝗵𝗮,....
𝗞𝗮𝗻𝗮𝗮𝗳, 𝗱𝗼𝗴𝗼𝗴𝗴𝗼𝗿𝗮 𝗸𝗮𝗺𝗶𝗶𝗻𝘂𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝘀𝗼𝗱𝗮𝗮𝘁𝗶𝗻! 𝗙𝘂𝘂𝗹𝗱𝘂𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗱𝗲𝗲𝗺𝗶 𝗶𝘀𝗮𝗮𝗻 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗮𝗱𝗵𝘂!
✅Yeroo sammuun kee dadhabu Haalli rakkoodha.
✅Yeroo sammuun kee madaalawaa ta’u haalli qormaata.
✅Garuu yeroo sammuun kee jabaatu Haalli carraa ta'a!
@ombori_mentor_mind
Yoo sitti tole 👍 and share♻️
👍1🔥1
14 Jul 2026, 05:47 UTC76 views5 reactionsread 7 August 2026 REMINDERS:
• Believe in yourself
• Failure is a great teacher
• Adversity is your strength
• Stay loyal to your creativity
• Your dreams can come true
• Learn to be patient with results
• Nothing great comes without effort
@ombori_mentor_mind
❤2👍1👏1🔥1
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @my_inspire_channel_2026. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.