15 Jul 2026, 07:16 UTC217 views1 reactionsread 7 August 2026 Ajaa'iba
Kirkira lafaa dhiheenya kana Veenezuweelaa keessatti mudateen, mucaan xiqqaan Maatewos jedhamu caccabaa manneen jalaatti kufee keessatti hafe . Sareen amanamaan kun sanyii Golden Retriever kan maqaan isaa Maaks jedhamu immoo yeroo hunda isa biraa irraa hin kaane.
Qaama isaa ho'aan mucicha haguugee, qorraa fi dhagaa irraa isa eega ture; yeroo addunyaan naannoo isaanii diigamaa jirtu sanattis isa hin dhiisne.…
🔥1
15 Jul 2026, 07:16 UTC194 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
14 Jul 2026, 05:45 UTC211 views2 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @my_inspire_channel_2026
Daandii Milkaa’inaa(The Path to Success)
I. Qajeelfama (Guidelines)
Baradhuu = Learn= Seek knowledge and prepare yourself.
Hubadhuu = Understand = Understand your education clearly and know its meaning.
Hojjadhuu = Act = Put your understanding into practice.
Cimadhuu = Persevere= Do not retreat from challenges; keep going.
Mul’adhuu = Achieve / Manifest = Express yourself through results; demonstrate success.
1. Ba…
❤1👍1
13 Jul 2026, 09:03 UTC231 views2 reactionsread 7 August 2026 The plus sign is made with
two minus signs!
Means All negative things
can be shaped as positive,
by our hard work & positive
attitude.
#ombori_mentor_mind
❤2
20 Jun 2026, 17:34 UTC414 views7 reactionsread 7 August 2026 # AKKA # ATI # DHUFTU # BEEKA !
Bara 1989 ALA biyya Armeeniyaatti sochiin lafaa rekter-iskeelii
8.2 qabu mudatee ture. Balaa kanaanis yeroo daqiiqaa 4 hin
caalle keessatti lubbuun namoota 30,000 galaafatameera.
Haala nama jeequ keessa ta’ee abbaan Armaandi waa’ee
mucaa isaa isa mana barumsaa jiruu yaadate.
Baay’ee gaddes. Haadha manaa isaa fi qabeenya isaa gatee
gara mana barumsaatti fiige. Ariitiin gaafa achi ga’u g…
❤7
5 Jun 2026, 03:46 UTC465 views9 reactionsread 7 August 2026 Barataa tokko beekna. Mana barumsaatti isa malee kan gaaffii hunda deebisu hin jiru. Barsiisaan otoo gaaffii dubbatee hin fixiin harka baasa.
Keessumaa ammoo jechoota English haaraa kana eessaa akka dhudha’ee dhufu hin beekamu. Sababa isaatti barataan hundi hamma hudduun diimatutti reebama.
Hundarraan barataa mana barumsaa keenyaa ture. Barsiisaan English keenya lubbuu dhabaaf.
“Sammuu baaduu baattanii …!”nuun jedha…
😁7❤2
22 May 2026, 05:02 UTC372 views3 reactionsread 7 August 2026 Bara faranjoota 2018, Mossad #archive gabbisa niikularii Iran yeroo harka galfatee turetti, maqaa saayintistoota Iran dhoksaan project kanarratti hirmaachaa jiran danuu dubbise.
Addatti garuu mataan wanta kana hundaa Fakhrizadeh tahuu mirkaneeffatte.
Kanumarraa kahuunis muummichi minsteeraa Israel Benjamin Netanyahu ibsa miidiyaaleef kennaa turan gubbaarratti, "Maqaa kana yaadadhaa" jechuun kan isaan Fakhrizadeh maqa…
❤3
22 May 2026, 05:02 UTC517 views8 reactionsread 7 August 2026 Akkuma miillisaa lafa ejjetteenis rasaasni qomatti isa nammite.
Fakrizadeh lafa dha'e!
Eegdonnisaa gara isaatti fiigan sadiis isa waliin rukkutaman.
Dhukaasa daqiiqaa 3 qofaaf turee booda, sagaleen dhoyinsaa guddaan dhaga'ame.
Konkolaataa meeshaa haleellaa sana rawwaatu fe'attee dhaabbachaa turtetu boombii Mossad dursee keessa awwaalee tureen daaraa tahe.
Kun tooftaa MOSSAD ragaa dhoksuuf, akkasumas technology inni f…
❤7😁1
22 May 2026, 05:02 UTC294 views1 reactionsread 7 August 2026 “Remember that name: Fakhrizadeh.”
“Maqaa kana yaadadhaa; Fakhrizadeh.”
(Benjamin Netanyahu 2018)
“If my death is inevitable, let my country be liberated by the day of my death.”
Pirofeser Mohsen Fakhrizadeh!
Mohsen Fakhrizadeh Mahababi maqaa isaa guutuudha.
Bara 1961 Iran magaalaa Qom jedhamtu keessatti dhalate.
Waa'ee ijoollummaa isaarratti waantonni isa ibsan baayyeen yoo dhibaniyuuu, nama yeroo hunda waan haara…
❤1
22 May 2026, 05:02 UTC268 views1 reactionsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤1
14 May 2026, 04:23 UTC540 views3 reactionsread 7 August 2026 Waamichi kun ajjeechaadhaafis ta'uu mala ta'a; hata'u malee bilisaan mana hidhaa irraa akka gadi lakkifaman itti himame. Gadi ba'anii ijoolleesaanii argatan. Gara manaattis waliin qajeelani. Obbo Leemcoon garuu duukaa hin turre.
Ijoollee isaanii sadeen fudhatanii bara 1983 gara biyya Kaanaadaatti baqatani.
Waggaa tokko erga turaniin booda barnoota isaanii itti fufuun bara 1988 Yunivarsiitii York irraa digirii jalqa…
❤3
14 May 2026, 04:23 UTC422 views0 reactionsread 7 August 2026 Si'a 10 ol toorcherii godhaman!
Piroofeesar Maartaa Kumsaa (Kuwee). Haadha manaa obbo Leencoo Lataa.
Gaazexeessituu, ogeessa siyaasaa (politician) fi falmituu mirga namoomaa kan ta’an Piroofeesar Maartaa Kumsaa jedhamu.
Bara 1946 keessa magaalaa Dambi Doollootti dhalatani. Warra Miisiyoonaa irraa kan dhalatan yeroo ta'u, maqaa “Maartaa” jedhu maqaa narsii isaaniin deessiste irraa argatani. Maqaa “Kuwee” jedhu amm…
Showing the 12 most recent of 19 posts we hold for @ImaltuuGuddinaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.