22 Sept 2022, 19:59 UTC≈1,260 views11 reactionsread 29 August 2026 Forwarded from @Oromiatimes_comPhoto
“Harree kiraatiin daldala jalqabeen har’a biliyeenara ta’eera” Tokkummaa Fiixee
Seenaa kana link armaan gadii irraa dubbisaa waan baayyee irraa barattuu👇👇👇👇👇👇👇
https://toli.kiyyainfo.com/toli/2022/09/22/harree-kiraatiin-daldala-jalqabeen-hara-biliyeenara-teera-tokkummaa-fiixee/
👍10❤1
Signed Moti Bedasa
21 Sept 2022, 19:13 UTC≈4,990 views6 reactionsread 29 August 2026 Photo
Amaloota namoota milkaa’anii 7:
Akka hayyuu xinsammuu Steevan Koovey kitaaba isaa ‘The Seven Habits of Highly Effective People’ keessatti barreessetti namoonni jiruu fi hojii isaanii keessatti milkaa’an amaloota tokko isaan godhu torba qabu!
Amaloonni kunneen qorannaaf qo’annaa bara dheeraatin booda kan argamaniidha. Kitaabni kuni akka addunyaatti kan garmalee dubbifame keessaa isa tokko.
link armaan gadii irra du…
❤3👍3
Signed Moti Bedasa
14 Sept 2022, 12:21 UTC≈1,090 views1 reactionsread 29 August 2026 BILBILAA HARKAA FI MIDHAA INNI QABU
Bilbilli harkaa(mobile) jireenya keenya guyyaa guyyaa kessatti heddu barbachisaa ta’uurra kan ka’e yeroo amma kana daqiiqaa tokkoof of bira dhabuun namoota hedduuf ulfaataa akka ta’e hundi keenyaa beekna. Kanaaf ka Mata duree barreeffama kana ilaalee qofa namni natti dheekkamu hin dhabamu; akka qoronnowwan adda adda mulisutti bilbilaa harkaa fayaadammun midhalee armaan gadii qaba.
…
👍1
Signed Moti Bedasa
11 Aug 2022, 16:53 UTC≈1,330 views1 reactionsread 29 August 2026 Photo
Aappiin kun aappii baay'ee nama fayyadu dha. Ammaan boodaa passwordii wi-fi barbaaddachuun hafe. Akkamitti?
Aappiin kun aappii wi-fi passwordii malee banachuuf isin fayyadu dha. Kan isinirraa eeggamu aappii kana buufachuu qofa. Wi-fi nama kamiiyyuu bilbila nama wi-fi fayyadamaa jirurraa yeroo scan gootan passwordii wi-fi sanii guutuu isaa isiniif fida.
Itti fayyadamni aappii kanaa baay'ee salphaa dha. Aappicha buufa…
👍1
Signed Moti Bedasa
22 Jul 2022, 19:23 UTC≈1,340 viewsread 29 August 2026 https://app.shagerjob.com/2022/07/22/xos-launcher/
Signed Moti Bedasa
28 Jun 2022, 12:17 UTC≈1,360 views1 reactionsread 29 August 2026 Forwarded from @Oromiatimes_comPhoto
seenaa dhagahamme hin bekne wayye Xiinxalaa Siyaasaa fi Hoogganaa olaanaa OMN obbo Jawar Mohammed,
Jawar Mohammed kan dhalate bara 1985A.L.A Godina Arsii gara Daangaa Harargeedhaan waldaangessu magaalaa xiqqoo Dhummuugaa jedhamtutti dhalate. Naannoo Dhummuugaa kan jiraatu ummanni gara dhibbeentaa 90(90%) hordoftoota Amantii Musliimaa yommuu ta’an, dhibbeentaan 10 hafe immoo hordoftoota amantii garagaraati. Haa tahuu…
👍1
Signed Moti Bedasa
1 May 2022, 08:58 UTC≈1,570 views3 reactionsread 29 August 2026 Forwarded from @Oromiatimes_com
Tajajiloota @Miltotravelagency isiniif kennu:
Dhaabbatni Geejjiba Miiltoo rakkoo barattoota hedduu biyya keenya kan ta'e yeroo gara yuuniversiititti imalan rakkoo isaan qunnamu hambisuu giddu galeessaa godhatee kan hunda'e,yeroo gabaabaa keessatti Maamiloota hedduu horachuu danda'eera.Isin kan gara moora yuuniversiiti Imaluuf yaaddan martuu filannoo keessan taasifattanii Miiltoo waliin ta'uun Imalaa keessan salphaa t…
👍2👏1
Signed Moti Bedasa
14 Apr 2022, 16:32 UTC≈1,480 views4 reactionsread 29 August 2026 Photo
Lafa kaaree 140
magaalaa walakaa dha
bishanii galee jira
ibsaa hin qabu
nannoon isaa jirenyaaf bayyee mijjataadha
ODEFANOO GUUTU ARAGACHUUF 👇👇👇
https://shope.bbcko.com/product/lafa-kaaree-140/
dandii gudda irra xiqoo fagaata
👍4
Signed Moti Bedasa
11 Apr 2022, 14:37 UTC≈17,300 views8 reactionsread 29 August 2026 Abbaadhafi mucaa waggaa 6 tu mana barumsaa deemani...
Isa booda abbaan mucaa barsiistuu isaatin mucaanko hamaadha qumaara baayyee jaallata yoo inni qabsiisi sin jedhe tole hin jedhin sinyaata... jedhee gorsaan..
Abbaan waaree boda mucaa fudhachuuf yommuu dhufu...
Mucaanko si rakkisee jedhee gaafata...?
Barsiistuun immoo lakki ani qabsiise mucaa ke nyaadheyu jettin...
Akkamiin jedha abbaan ilmaa?
Butaantan ati k…
👍6❤2
Signed Moti Bedasa
11 Apr 2022, 13:00 UTC≈1,610 views4 reactionsread 29 August 2026 Intala bareedduu tokko argee janajjanuuf itti sisiquu jalqabe
haasa jalqabsiisuuf jedheen
Ana..."Maal aduun harraa dhakaa baqsa! Miti?... bareeddu" jedheen
Ishee👱♀️... kanaaf dhafqiteeka!
🙆♂️
Maal akkamiin chiiki baranaatti dubbatu?🤦♂️
👍👍 tuqi darbi
share gochuu hin dagatin
@kottuukolfi
❤4
Signed Moti Bedasa
11 Apr 2022, 12:40 UTC≈1,560 views2 reactionsread 29 August 2026 Amma shamarran 2 baabura keessatti teessoo 1 irraatti utuu wal-lolanuu mucaan tokko argee... "ani bayyee fokkisa kan jettu irra taa'aa" jedheen
Lamman isaani ni dhaabbatan
😁😁😁😂
Umurii mucichaaf haadabalu male kunoo ani teessuma jirri irratti wal-lolan irra ta'een siniif barreesa jira
👍 like tuquu hindagatin
Hiryoota kee 3f ergi!
https://t.me/kottuukolfi
https://t.me/kottuukolfi
https://t.me/kottuukolfi
👍2
Signed Moti Bedasa
23 Jun 2021, 15:56 UTC≈1,770 views1 reactionsread 29 August 2026 Forwarded from @Oromame
https://youtu.be/la3nqWw6_9E
👏1
Signed Moti Bedasa
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @kottuukolfi. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.