17 Jul 2026, 12:22 UTC47 views2 reactionsread 15 August 2026 Hi akkam jirtuu kabajamo hordoftotaa kotuu lallii. Ammas kotuu lallii kenyaa bifaa haraan debi'uuf halduree hundaa xumuree jiraa.
Akkumma bekaamu asoosaamni ABJUU ABJUUN HAFEE kutaa 20 dhabbachun isaa ni yadaatama isaa itti fufuf wan ta'ee namoota dubisuu maluuf add itti godhaa namni nama 50 ol add godhee ni badhafama
🔥2
11 Sept 2025, 07:19 UTC83 views8 reactionsread 15 August 2026 Bara dhufutti Yaaqoob hidda in yaafata, Israa'el hudhee in daraara, iji inni godhatus biyya lafaa irra in guuta.
Isayaas 27:6
Kunoo dukanni darbee ifnii guddan nuf baheera.
Barii
🙋gaddaa
🌼🌼🌼🌼🌼
🙋 Dhiphinaa
🌼🌼🌼🌼🌼
🙋 Gaffii
🌼🌼🌼🌼🌼
🙋 Bo'uu
🌼🌼🌼🌼🌼
🙋 Yadoo
🌼🌼🌼🌼🌼
🙋 Gaffii
🌼🌼🌼🌼🌼
🙋 2017
🌼🌼🌼🌼🌼
Darbeera
🌼🌼🌼🌼🌼
Barii
😎 Gammachu
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
😎 Ulfinaa
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
😎 Deebii
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
😎 Bojuun itti galuu
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
😎 Milkii
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
😎 2018
…
👍6❤2
11 Sept 2025, 07:17 UTC648 viewsread 15 August 2026 Bara dhufutti Yaaqoob hidda in yaafata, Israa'el hudhee in daraara, iji inni godhatus biyya lafaa irra in guuta.
Isayaas 27:6
Kunoo dukanni darbee ifnii guddan nuf baheera.
Barii
🙋gaddaa
🌼🌼🌼🌼🌼
🙋 Dhiphinaa
🌼🌼🌼🌼🌼
🙋 Gaffii
🌼🌼🌼🌼🌼
🙋 Bo'uu
🌼🌼🌼🌼🌼
🙋 Yadoo
🌼🌼🌼🌼🌼
🙋 Gaffii
🌼🌼🌼🌼🌼
🙋 2017
🌼🌼🌼🌼🌼
Darbeera
🌼🌼🌼🌼🌼
Barii
😎 Gammachu
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
😎 Ulfinaa
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
😎 Deebii
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
😎 Bojuun itti galuu
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
😎 Milkii
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
😎 2018
…
5 Sept 2025, 21:18 UTC146 views7 reactionsread 15 August 2026 Mee warii asosaama abjuu abjuun hafee dubisaa jirtaa like godhaa
Torbaan kana keessa marsaa lamaaffan debi'uuf jiraa
❤5🥰2
10 Jul 2025, 18:13 UTC261 views10 reactionsread 15 August 2026 ASOSAAMA JAALALA
ABJUU ABJUUN HAFEE
KUTAA 20
Daqiqaa xiqqon bodde sagaale iyya dhaggenyee. Nus nasuun gafaa gadii banuu, jaalanne konkolaatan rukkutte. Dandii irratti kuftee jirtii. Nutis nasudhan ampulansii Mana yaada nanno sanaa jiruuf ariittidhan dawwalee. Isaannis ariittin nuu qaqqaban. Manaa yaraa kessatti kutaa balaa tasaa sensisaan. Daqiqaa muraasan bodde oggessi fayyaa achi kessa hojjetu tokko gad bahe…
❤5🔥3🥰2
9 Jul 2025, 18:29 UTC224 views10 reactionsread 15 August 2026 ASOSAAMA JAALALA
ABJUU ABJUUN HAFEE
KUTAA 19
Hamma boruu gafaa sii argitee waan kana sii gafatti Wan kanaa bektayyui? Maaf naa dhoksitte? Jaalalli kenyaa sobaaf turee? Gamachuun Koo asitti dangaa godhaata? An garuu namaa gariin sii se'ee? Sin jetii wandebiftuuf qophaa'ii
Obbo biyyan barii ka'anii nu kassan. Ka'aa mucaas baartannit, manaas ilalatuu …
❤4🔥3🥰3
3 Jul 2025, 19:00 UTC172 views8 reactionsread 15 August 2026 Photo
👉Duraan dursa akkam jirtu jaallattoonnii fi hordoftoonni kubbaa miilaa hundi keessan? Ani deeggaraa man city ta'ullee JOTAAN taphataa qaxalee fi dandeettii addaa qabu waan ta'eef bayyeen isa dinqisiifadha ture! JOTAAN addunyaa kana irraa boqochuu isaattii akka kiyyatti gadda cimaatu natti dhagahama! Deeggartoota Liverpooliifi dinqisiifattoota isaa maraaf jajjabinan hawwa!
Samuel mulugeta g/sh/k/l
Anaa walisoo
Irraa
…
😭5😱2😢1
29 Jun 2025, 19:08 UTC195 views9 reactionsread 15 August 2026 ASOSAAMA JAALALA
ABJUU ABJUUN HAFEE
KUTAA 18
Achumaan Dr bay'isaan namotaa lamaafis Kenna Kennu barbadnaa jedhanni obbo waqjiraafi biyya jedhanni kartaa manaafi namaa Amma kana duraatti adaraa isinnif Kenna gonnee keninaa jedhanni harkaa nuti maraatanni bo'aan. Nutis guyyan hardhaa guyya gamachutti hin bo'inaa jenne isaan bo'uu dhowwinee. Guyyichaa halaa gaariin xumuree. Amma guyya qabannitti wan dandenyuun isa…
❤5🔥3🥰1
25 Jun 2025, 23:47 UTC181 views8 reactionsread 15 August 2026 ASOSAAMA JAALALA
ABJUU ABJUUN HAFEE
KUTAA 17
Maaqan ishii 𝕁𝕒𝕒𝕝𝕒𝕟𝕖𝕖 𝕓𝕒𝕪'𝕚𝕤𝕒𝕥𝕥𝕚 jedhamtii. Maagala kanayyi manaa qabu turaan. Garuu ergaa mucaan kun Wagga kudhaan gesse,dhibbe kansarritin qabamuu isanii doftorri itti himee. Guyya jireenyaf qabannis ji'aa tokko qofaa akka ta'ee itti himaan. Garuu mucaan isanni kun dhibbichaa irra bilisaa akka tatee itti himee turee doftorrichii. Anafi obbolessako biyya kanaa fana…
🔥4❤3🥰1
25 Jun 2025, 23:35 UTC163 views4 reactionsread 15 August 2026 Siif
https://t.me/kolfinuu
❤4
25 Jun 2025, 23:35 UTC200 views7 reactionsread 15 August 2026 Hello!
Matiwwaan gudaa galaatomaa jajjabinaa naf kennitanif.
ASOSAAMA ABJUU ABJUUN HAFEE. Irrat jajjabinaa naf kennitanif ammas
ASOSAAMA
Bacoo
Qosaa
Oddeffanoo dinqosisoof
barsiisoo
Qabannee dhufaa wan jiruuf hirriyotaan kessanif link kenyaa share godhaa
Sagaleen kessan nuf humnaa
🔥3🏆2👏2
24 Jun 2025, 16:03 UTC192 views12 reactionsread 15 August 2026 Mee namnii asosaama kana dubisaa jiruu harkaa haa basuu
Itti fufii 👍
Dhabii 👎
👍12
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @kolfinuu. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.