14 Mar 2026, 08:05 UTC≈1,030 views9 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @OrtodoksiidhugaaPhoto
"Waliis ba’aa walii haadhabbatu"
Galaatiyaa 6:2
Jaallatamoof qulqulluu kan taatan maatiiwwan Kiristoos, har’a lubbuu obboleessa keenya tokkoo oolchuuf biyya jaalalaatti waamamtanirtu.
Dargaggeessi tajaajilaa fi miseensa Donkey Tube kan ta’e Diiyaqoon Yaadeetaa Gaaraddoo dhukkuba onneetiin wal-qabatee hatattamaan yaala fayyaa barbaada. Dhukkubni Yaadeetaa ulfaataa ta’us, tokkummaan keenya garuu sana caala.
Yeroon …
❤9
25 Feb 2026, 13:34 UTC≈1,130 views4 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @Ortodoksiidhugaa
"በዘመን የቀደሙ ሰዎችን አስተውሉ፤ በእግዚአብሔር አምኖ ያፈረ ማነው? እወቁ እሱን በመፍራት መከራውን የታገሠ በመከራ እንደ ጣለው የቀረ ማነው? ለምኖትስ ቸል ያለው ማነው?"
መጽሐፍ ሲራክ 2:10
"Dhaloota durii hubadhaa; Nama Waaqayyoon amanee qaanofte eenyu? Isa sodaachuu keessatti obsaan kan danda'e, rakkina keessatti eenyutu gatamee hafe? isa kadhatee eenyutu tuffatame (dhiisame)?"
— Sirak 2:10
❤3🥰1
12 Feb 2026, 16:59 UTC≈4,540 views15 reactionsread 8 August 2026 "Waaqayyo Gooftaan Maccaa yaadeera (murteesseera), eenyutu isa dhowwaa? Harkri isaas diriirtee jirti, eenyutu deebisa?"
Raajii Isaayyaas 14:27
"...Akka fedha isaatti ni hojjeta; harka isaa kan dhowwu yookaan: 'Maal hojjetta?' kan isaan jedhu hin jiru."
Raajii Daani'eel 4:35
"Waaqayyo waan jaallate hunda samiitti, lafatti, galaana keessatti fi iddoo gadi fageenyaa hunda keessatti ni raawwate."
Faarf…
❤11🙏4
7 Feb 2026, 14:36 UTC≈3,440 views12 reactionsread 8 August 2026 Ragaa Raajii Hizqi'eel 34:2-12
² "Yaa ilma namaa, raajii dubbadhu; tiksoota Israa'el irratti raajii dubbadhu, tiksoota sanaanis akkas jedhi: 'Gooftaan Waaqayyo akkas jedha: Tiksoota Israa'el warra ofuma isaanii qofa bobbaasaniif (soomaniif) wayyoo! Tiksoonni hoolota bobbaasuun isaaniif hin ta'uuree?
³ Isin cooma ni nyaattu, rifeensa isaaniis ni uffattu, warra gabbatan ni qaltu; hoolota garuu hin bobbaaftan.
⁴ Isa da…
❤12
18 Jan 2026, 06:47 UTC≈4,050 views11 reactionsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
🙏10🕊1
14 Jan 2026, 06:20 UTC≈1,700 views9 reactionsread 8 August 2026 "Nuyis Abdii Abbootaaf Kenname, Missiraachoo Isaa Isinitti Lallabna!!" ~ H.D.B 13÷31
❤9
12 Jan 2026, 14:04 UTC≈1,780 views7 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @Ortodoksiidhugaa
"Hin koorinaa, of-tuulummaanis hin dubbatinaa; Waaqayyo hunda kan beeku dha, Waaqayyo hojii namaa kan madaalu dha; afaan keessan keessaa dubbiin kooraa hin ba'in. Inni fannoo (iddantee) jajjaboo cabseera, warri dadhaboon garuu humnaan hidhataniiru. Warri quufanii turan buddeena dhaban; warri beela'anii turan garuu beela irraa boqataniiru (quufaniiru); maseenni torba deessetti, isheen baay'ee deesse garuu dadhabdeetti…
❤7
1 Dec 2025, 13:57 UTC≈2,420 views13 reactionsread 8 August 2026 “Lubbuun koo fayyisuu kee yaaddee in gaggabdi, dubbii kees abdiidhaan nan eeggadha.”
— Far. 119:81
❤13
28 Nov 2025, 18:43 UTC≈2,640 views18 reactionsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤16🥰2
15 Nov 2025, 06:38 UTC≈6,280 views31 reactionsread 8 August 2026 “Ergichi, "Ani hojii kee beeka; ati humna xinnoo qabda, garuu dubbii koo eegdeetta, maqaa koos hin ganne. Kunoo, ani balbala banamaa fuula kee dura jiru, isa namni tokko illee cufuu hin dandeenye siif kenneera.”
— Mul. 3:8
❤31
24 Aug 2025, 14:56 UTC≈3,660 views27 reactionsread 8 August 2026 " Uffata Warqee Gonfattee fi Haguuggattee Mootittiin Mirga keetiin Dhaabatti."
(Faar. 45:9)
❤20🥰6👏1
17 Aug 2025, 15:05 UTC≈3,880 views37 reactionsread 8 August 2026 “Wanta gaarii inni anaaf godhe hundumaaf, ani Waaqayyoof maalan deebisa?”
— Far. 116:12
❤28🥰6🙏2💔1
Showing the 12 most recent of 17 posts we hold for @kitaabaqulqulluu. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.